Godina Har/Bahaa A/M/Bal’ootti Bulchinsa Ganda Magaalaa Bareedaa

Godina Har/Bahaa A/M/Bal’ootti Bulchinsa Ganda Magaalaa Bareedaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Godina Har/Bahaa A/M/Bal’ootti Bulchinsa Ganda Magaalaa Bareedaa, Government Official, Arba Mintch.
(3)

02/04/2026
02/04/2026
Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenya Taatetti.======  Taa'u Kun Godina Harargee Bahaa Aanaa Malkaa Bal'oo Bulchinsa Magaalaa ...
01/03/2026

Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenya Taatetti.
======
Taa'u Kun Godina Harargee Bahaa Aanaa Malkaa Bal'oo Bulchinsa Magaalaa Ummata Sirna Ifoomsa Maanifeestoo Paartii Badhaadhinaa irratti hirmaateedha.
Itti Fufa Hinaaftonni Badhaadhinaa Hundi Ni Kufa.

16/02/2026
  Raawwii Hojiilee Garaa Garaa Gaggeeffame.========//========Amajjii 25/2018   Harargee Bahaa Aanaa Malkaa Bal'oo Bulchi...
02/02/2026

Raawwii Hojiilee Garaa Garaa Gaggeeffame.
========//========
Amajjii 25/2018 Harargee Bahaa Aanaa Malkaa Bal'oo Bulchinsa Magaalaa Bareedaatti Gamaggamni raawwii Hojiilee Garaa Garaa Bakka Hoggansi gandaa fi hojjattoonni bulchinsa magaalaa argamanitti Gaggeeffamee jira.gamaggama irratti ciminaa fi hanqina jiru gadi fageenyaan ilaaluun erga adda baafne booda hojiin misoomaa itti hojjatamtuu fi hojii fuula duraa kaahuun gamaggamni karaa milkaa'ina qabuun xumuramee jira.

   Bareda
31/01/2026


Bareda

Address

Arba Mintch

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Godina Har/Bahaa A/M/Bal’ootti Bulchinsa Ganda Magaalaa Bareedaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share