Qeerroo Wallaggaa

Qeerroo  Wallaggaa Qeerroo wallaggaa

12/31/2019

Jiraa kan Sinboo Gemeda Sinboo Gemeda Sinboo Gemeda Sinboo Gemeda Sinboo Gemeda Sinboo Gemeda Sinboo Gemeda Sinboo Gemeda

Siyaasumaaf wal makanne furdaa seetuuf dhugaa qallaa dhugaa waaqaa wallaggaanoo abbuumaa feetan caalaa  maltu dhufa kana...
10/17/2019

Siyaasumaaf wal makanne furdaa seetuuf dhugaa qallaa dhugaa waaqaa wallaggaanoo abbuumaa feetan caalaa maltu dhufa kana caalaa duuti kana caalu hin jiruu wallaggi fira hinqabu abbaan fedhe lafa haaciru.wallaggaa biyyaakoo naaf jiradha

10/17/2019

Hello warra raadiyoo akkam nagaa keessanii silaa dubbachuu malee dhaggeeffachuu hin beektani bakka raqni baay'atu waraabessatu marsaa mee ergaa koo kana dhalootaaf naa dabarsaa .

Ijolleen wallaggaa  jirtuu maloo baguumaa jirataan dinaa garaa gubdaani wallaggaa jechuun gotaa gotaa qofas mitii kan be...
10/16/2019

Ijolleen wallaggaa jirtuu maloo baguumaa jirataan dinaa garaa gubdaani wallaggaa jechuun gotaa gotaa qofas mitii kan beekutuu beeka waa'ee wallaggaa jiraadha horraa bulaa debaana hamtuun isiin hin argiin ....

09/20/2019

Beekun garii ta'ee maal godhaa beekatuu deebbii'e da'iimaa ta'ee of walaaluu of awaaluudha namaaf ta'uu duraa namaa ta'uutu dursaa Eelluuf hin eellee malee eelluuf hin ollee......

09/20/2019

Warreen suraa jajabee keenyaa ollif gadii rastaan dafa dhisaa hin ga'a kun oromuumaa hin ibsuu jaraan beeka harreen akka namatti yaadu jirchuu batuus namnii akka harreeti yaadu hin dhibu suraa caalaa warri ittin waan hin jiree gochaa jirtaan attataman utuu dhiftaani isiinif wayyaa of egaadha.

Address

Dagim
Washington D.C., DC
QEERROOWALLAGGAA

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qeerroo Wallaggaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share