Odaa Tarbii

Odaa Tarbii international spokesperson for oromo Liberation Army

06/01/2023

Namni hedduun waraanni bilisummaa oromoo Qawwee dhukaasuu malee akkaataa kamin jara kana wajjiin haasa'uu danda'a Gaaffi oromoo sharafaa jettan, Lakkii Gaaffi Oromoo hin sharafnu, nuti dhaloota jiileedha, nuti dhaloota Abiishee irraa arge, nuti dhaloota jeneraal waaqoo irraa arge, nuti dhaloota (1991) Leencoo Lataa irraa arge, nuti dhaloota (2018) Jawar fa'a irraa, Baqqalaa fa'a irraa,Dawwit fa'a irraa argeedha"

Haasaa " jaal Marroo" keessaa kan fudhameedha.

❤️💚❤️💪
03/20/2023

❤️💚❤️💪

AjaibaaShaashamannee waan mana amantaa keessaa guurame ilaala!
02/08/2023

Ajaibaa
Shaashamannee waan mana amantaa keessaa guurame ilaala!

Gantoonni waraana keessa miliqxee harka kennachuun ergamtuu waliin sakatta'aaf bobbaate Miidaa Qanyiitti biyyee nyaatte!
02/02/2023

Gantoonni waraana keessa miliqxee harka kennachuun ergamtuu waliin sakatta'aaf bobbaate Miidaa Qanyiitti biyyee nyaatte!

Shashamane kampi 01 adababayi gara gadii jirutti ibiddi qabatee barbadeessa jira.
02/02/2023

Shashamane kampi 01 adababayi gara gadii jirutti ibiddi qabatee barbadeessa jira.

ONM - AB0 Gurraandhala 2, 2023 WB0'n Magaalaa Dambidoolloo keessaa PP Aleeluun hidhamtoota Siyaasaa Oromoo bilisa baase!...
02/02/2023

ONM - AB0 Gurraandhala 2, 2023 WB0'n Magaalaa Dambidoolloo keessaa PP Aleeluun hidhamtoota Siyaasaa Oromoo bilisa baase!🙏

Address

21 Jump Streat
Washington D.C., DC

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Odaa Tarbii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category