Waajjira Inveestimantii fi Industirii Aanaa Harannaa Bulluq

Waajjira Inveestimantii fi Industirii Aanaa Harannaa Bulluq Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Inveestimantii fi Industirii Aanaa Harannaa Bulluq, Government Organization, North Las Vegas, NV.

07/08/2023
Guyyaa 20/08/2013 Godina Baale Aanaa Haranna Bulluq Ganda Bulluq Keessatti Lafa Inveestimantii Loojiif Mijataa ta'e Bakk...
04/29/2021

Guyyaa 20/08/2013 Godina Baale Aanaa Haranna Bulluq Ganda Bulluq Keessatti Lafa Inveestimantii Loojiif Mijataa ta'e Bakka Kantiibaa Magaalaa Bulluq;Mgt Magaalaa Bulluqiifi I/G Deeskii Inveestimantii Aanichaa jiranitti Obbo Ibraahim Umar Jilootiif Lafti Reestorantii fi Hoteelaaf ta'u Hektaaraa 0.55 dabarfameefi jira.
Akkasumas Horsiisee Bultoota 17 Inv ce'an keessaa HB 10 hojii kan eegalanii fi 7 hafanis eegaluuf qophii irra jiru.

Address

North Las Vegas, NV

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Inveestimantii fi Industirii Aanaa Harannaa Bulluq posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share