Deeggartoota mootummaa Ce'umsaa Oromiyaa

Deeggartoota mootummaa Ce'umsaa Oromiyaa Oromiyaan ni bilisoomti!

Fuula kanarratti namni kamuu ilaalcha Mootummaa Ce'umsaa Oromiyaa irratti qabuu fi yaadolee biroo biyya keenyaaf gumaacha gochuu danda'an dhoobuun ni danda'ama.

Shira Nafጠnyoonni  Ilmaan Oromoo fi Oromiyaarratti hojjetaa turanii fi jiran ilaalaaKan biroos baay'eetu jira....This is...
02/15/2022

Shira Nafጠnyoonni Ilmaan Oromoo fi Oromiyaarratti hojjetaa turanii fi jiran ilaalaa
Kan biroos baay'eetu jira....

This is
Home for Nefteኛ extrimists👹👹.

የአማራ ጽንፈኞች ሴራ በኢትዮጵያ የአለም ምግብ ፕሮገራም (World Food Program) ዉስጥ (በእጃችን የገባ ሚስጢራዊ ሰነድ) | KELLO MEDIA (FEBRUARY 11, 2022)

10/17/2021

Addaggeen safuu hin beektu addarra dhaaban malee jedhe . Kanaaf Naf*anyaan kababji hin ta'uuf waan ta'eef iddoo isheen jirtutti eenyummaa keenya itti mul'isuun dirqma ta'a.

10/01/2021

Baga jala bultii Ayyaana Irreechaa bara 2021 geessan

Maraatummaa Bilxiginnaa kana seenaaf kaayyadhaa. Jaarsaa fi Jaartii ganda keessaa walitti guuranii siyaasa ittiin daldal...
08/23/2021

Maraatummaa Bilxiginnaa kana seenaaf kaayyadhaa. Jaarsaa fi Jaartii ganda keessaa walitti guuranii siyaasa ittiin daldalatu

Catch it as story

03/03/2021
Nan sobee?
03/03/2021

Nan sobee?

Dhaadannoo guyyaa boruu Addunyaaf dhageesifannu...Miss it not!
02/12/2021

Dhaadannoo guyyaa boruu Addunyaaf dhageesifannu...

Miss it not!

Waamicha hiriira mormii
02/12/2021

Waamicha hiriira mormii

Yaa Waaqayyo yaa abbaa dhugaa ati lubbuu isaanii nuuf tiksi!
02/09/2021

Yaa Waaqayyo yaa abbaa dhugaa ati lubbuu isaanii nuuf tiksi!

02/09/2021

Of ajjeesaa hin jirru, Qabsootti jirra. .. Jawaar, Baqqalaa fi Hamzaa fa’aa

Qeerroo kuma shan wareegnee jijjiirama fidne, waarri gaafas taa'anii nu daawwachaa turaniifi warri gaafas Wayyaanee waliin dhiichisaa ture, dhuunfatee midiyaafi galma qe'ee keenyaa keessa naanna'aa yeroo shubbisan jiraannee arguurra du'a filanne. Of-ajjeesaa hinjirru, osoo sana ta'ee funyoo mormatti kaawwanna ture. Qabsootti jirra, sana nuuf had badhaa, kabajaa keenyan akka duunu nuuf hayyamaa! Dhaloota kana sodaa dhaalchisuu hinfeenu! Isin qabsoo itti fufaa, Oromoo saba guddaadha, waan akka har'aa kana heddu ce'ee jira. Qabsoo akkuma nuti dhaalle, nurrattis hindhaabbatu. Gahee keenya baanee darbuu barbaadna!" Jawaar, Baqqalaa fi Hamzaa.

Battee Urgeessaa

Address

Minneapolis, MN
55406

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Deeggartoota mootummaa Ce'umsaa Oromiyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Deeggartoota mootummaa Ce'umsaa Oromiyaa:

Share