Mana qopheessaa magaala bulbulaa/ boolloo

Mana qopheessaa magaala bulbulaa/ boolloo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mana qopheessaa magaala bulbulaa/ boolloo, Public & Government Service, Seben.

hojii walharkaa fuudhinsa daangaa lafa gandoota baadiyyaa pilaanin gara magaalatti daangeffamman raawwachiisuf koreen ho...
21/12/2022

hojii walharkaa fuudhinsa daangaa lafa gandoota baadiyyaa pilaanin gara magaalatti daangeffamman raawwachiisuf koreen hojii keessa galee jira. qooda fudhattoonni hundumtuu galma gahiinsa hojii kanaatif tumsa barbaachisu hundumaa akka taasifnu

Hojiin kenna tajaajila lammummaa bulchiinsa magaalaa Bulbulaatti, ijaarsa mana harka qalleeyyi raawwatamaa jira.
18/08/2022

Hojiin kenna tajaajila lammummaa bulchiinsa magaalaa Bulbulaatti, ijaarsa mana harka qalleeyyi raawwatamaa jira.

Pirojeektiin  ijaarsa sheedii IMX  baajata bulchiinsa magaalichaatin hojjatamaa jiru sadarkaa kana irra gahee jira.Sadar...
15/05/2022

Pirojeektiin ijaarsa sheedii IMX baajata bulchiinsa magaalichaatin hojjatamaa jiru sadarkaa kana irra gahee jira.
Sadarkaa hojichi irra jiru:-
-Physically 75%
- financially 34%
Qulqullinni pirojeektichaa sadarkaa gaarii irra jira.
¥ hojiilen hafan hojiiwwan xumuraa (finishing work) kanneen akka :-
1) hojii baaxii (roofing work)
2) halluu dibuu ( painting work)
Kunis yeroo gabaabaa keessatti ni xumurama jedhamee eegama.
Hojiin pirojeektii kanaa yeroo xumurametti dargaggoota magaalaa keenyaa hojii barbaadan lakkoofsan 15 ol ta'aniif carraa hojii ni uuma jedhamee eegama.

21/04/2022
Koreen teeknika pirojektii aanaa jajuu hojii pirojeektii ijaarsa sheedii bulchinsa magaala bulbulaa guyyaa 30/07/2014 il...
08/04/2022

Koreen teeknika pirojektii aanaa jajuu hojii pirojeektii ijaarsa sheedii bulchinsa magaala bulbulaa guyyaa 30/07/2014 ilaaludhaan haala hojiin itti hojjatamaa jiru dinqisiifatanii, wantoota sirraayuu qabanis advice gochuudhan kallattii kaayanii jiru!
Hojiin ijaarsa sheedichaa guyyoota muraasa keessatti sadarkaa hineegamne irra gahuu danda'ee Jira. Kunis bu'aa qindoomina waajjiricha fi kontiraktara gidduu jiru akkasumas qaamoonni sadarkaa gara garaatti jiran deeggarsa barbaachisu hunda taasisaa kan jiran ta'uudha.

Hojiin pirojeektii ijaarsa sheedi bulchiinsa magaalaa bulbulaa/boolloo faayinaansin 30% fiizikaalan 20% irra gahee jira!...
31/03/2022

Hojiin pirojeektii ijaarsa sheedi bulchiinsa magaalaa bulbulaa/boolloo faayinaansin 30% fiizikaalan 20% irra gahee jira!
Pirojeektii eegalle xumuraa kan biraa eegalaa badhaadhina maatii magaalaa keenyaa ni milkeessina!
Daandiin badhaadhinaa qabanne qormaatota kamiinuu of booda hindeebi'u!

Reform!!!Mana hojii miidhagsuu, hawwataa gochuufi haala mijataa uumuu (maamilaa fi hojjataa mana hojiitif)
28/03/2022

Reform!!!
Mana hojii miidhagsuu, hawwataa gochuufi haala mijataa uumuu (maamilaa fi hojjataa mana hojiitif)

Hojii misooma magaalaa bulbulaa/boolloo bars 2014 keessaa raawwaatamaa turanifi ammas itti fufanii jiran1) Afaa dhaaba g...
25/03/2022

Hojii misooma magaalaa bulbulaa/boolloo bars 2014 keessaa raawwaatamaa turanifi ammas itti fufanii jiran
1) Afaa dhaaba gabaa loonii cirracha (sellekti) cimaa fi duduba sirritti balleessuu danda'u, bal'ina karemetiran 5431 ta'e
2) gabaa keessa bal'ina karemetire 200 ol
3) karaa keessa keessaa km 2
4) ijaarsa sheedi balbala 3 ta'u kan hojiin isaa ji'a kana keessa eegale
5) sheediwwan seeran ala qabamani fi turtii xumuratan 2 gadi dhiisisiifamanii waldaalee imx birootif akka darbu taasifamee jira!
Kana malee bara 2014 raawwii hanga kurmaana 3ffaatin waldaalee imx (interpiraayizoota) 15 gurmaayanii hojitti kan galan (bayina namaatin waligala 74) yommuu ta'u; sheediwwan 7 yeroo dheeraf hojii malee cufamanii kan turan hundumti isani dabarfamanii waldaalee imx tiif kennamanii jiru!
5) hojiin iddoo boolla balfa gogaa itti gatamu qopheessuu haaluma karooratin raawwatamaa kan jiruudha
6) galiin magaalichaa karoora bara 2014 78%irra gahamee jira. Bara kana karaa hinbarataminiin karoora maddoota galii bulchiinsa magaalaa (24) keessaa kan bira gahame 21, kunis gibira motorootaa, gibira baaxi fi gooroo, qaraxa jimaa, fi kan kana fakkaatan kan amma dura bulchinsa magaalaa kanatti hinbaratamin!

Address

Seben
14750

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana qopheessaa magaala bulbulaa/ boolloo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share