𝐐𝐚𝐚𝐧𝐪𝐞𝐞 𝐁𝐢𝐥𝐢𝐬𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚

𝐐𝐚𝐚𝐧𝐪𝐞𝐞 𝐁𝐢𝐥𝐢𝐬𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐎𝐑𝐎𝐌𝐈𝐘𝐀𝐀𝐍 𝐁𝐈𝐘𝐘𝐀!
𝐎𝐋𝐀

18/03/2026

🎖️🎖️🎖️𝐁𝐀𝐆𝐀 𝐓𝐀𝐀𝐓𝐄!🎖️🎖️🎖️
Ati Warqiidha!
Warqii gatiin isaa Qaalii.
Kanaafuu Gatii kee Qaalii kana akka inni bu'aa guddaa fiduuf kunuunsi ati isaaf taasistu guddaa ta'uu qaba.
Waa malee kana siin hin jedhu; Ati Dhaloota gatiinkee hin madaalamne waan taateef jecha.
Nama gatii kee akka isaaf ta'utti si ilaalachaa jiru cimsii of irraa eegin sif dhaama.
Warra gatii keenya bareechee beekudha nuti.
Gatii Namni nuuf laatuun hin madaalamnu.
!
𝐉𝐢𝐫𝐮𝐮 𝐋𝐞𝐞𝐧𝐜𝐚𝐚

30/10/2025
Ifabaas Entertainment irraa Daawwadhaa👇
31/07/2025

Ifabaas Entertainment irraa Daawwadhaa👇

24/07/2025

👉🅘︎🅛︎🅐︎🅐︎ 🅝︎🅐︎🅜︎🅐︎🅚︎🅞︎🅞︎👇👇👇
♻️𝘿𝙤𝙜𝙤𝙜𝙜𝙤𝙧𝙧𝙞 𝙜𝙪𝙙𝙙𝙖𝙖𝙣, 𝙙𝙤𝙜𝙤𝙜𝙜𝙤𝙧𝙖 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖 𝙖𝙧𝙜𝙪𝙪 𝙙𝙝𝙖𝙗𝙣𝙚𝙚 𝙠𝙖𝙣 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙗𝙞𝙧𝙖𝙖𝙩𝙩𝙞 𝙦𝙪𝙗𝙖 𝙦𝙖𝙗𝙪𝙪 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖!
♻️𝙉𝙖𝙢𝙣𝙞 𝙗𝙖𝙖𝙮'𝙚𝙚𝙣, 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙩𝙖'𝙚𝙚 𝙤𝙛𝙢𝙞'𝙚𝙚𝙨𝙨𝙪𝙪𝙛 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙚𝙚 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙖𝙠𝙠𝙖𝙨𝙖𝙖 𝙮𝙤𝙤 𝙝𝙖𝙙𝙝𝙚𝙚𝙨𝙨𝙚, 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙩𝙖𝙖𝙩𝙚𝙚 𝙤𝙛𝙢𝙞'𝙚𝙚𝙨𝙨𝙪𝙪𝙛 𝙟𝙚𝙘𝙝𝙖 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙖𝙠𝙠𝙖𝙠𝙚𝙚 𝙝𝙞𝙣 𝙝𝙖𝙙𝙝𝙚𝙚𝙨𝙨𝙞𝙣.
♻️𝙉𝙖𝙢𝙖 𝙠𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙖 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙞𝙡𝙖𝙖𝙡𝙘𝙝𝙖 𝙜𝙖𝙖𝙧𝙞𝙞 𝙦𝙖𝙗𝙪, 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙞𝙡𝙖𝙖𝙡𝙘𝙝𝙖 𝙜𝙖𝙙𝙝𝙚𝙚 𝙦𝙖𝙗𝙪𝙪𝙣 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙝𝙖𝙙𝙝𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙢𝙪 𝙩𝙖'𝙪𝙪 𝙦𝙖𝙗𝙙𝙖!
♻️𝙇𝙚𝙚𝙡𝙡𝙞𝙛𝙖𝙢𝙪𝙪 𝙤𝙨𝙤𝙤 𝙝𝙞𝙣 𝙩𝙖𝙖𝙣𝙚 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙞𝙡𝙖𝙖𝙡𝙘𝙝𝙖 𝙜𝙖𝙖𝙧𝙞𝙞 𝙦𝙖𝙗𝙪𝙪𝙛, 𝙝𝙖𝙙𝙝𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙢𝙪𝙪𝙣 𝙜𝙖𝙢𝙢𝙖𝙘𝙝𝙪𝙪𝙙𝙝𝙖.
♻️𝘼𝙧𝙧𝙖𝙗𝙣𝙞 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙝𝙖𝙙𝙝𝙚𝙚𝙨𝙨𝙚 𝙙𝙚𝙚𝙗𝙞'𝙚𝙚 𝙜𝙪𝙮𝙮𝙖𝙖 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙟𝙖𝙟𝙪 𝙦𝙖𝙗𝙖. "𝙎𝙤𝙗𝙖𝙖𝙣 𝙝𝙖𝙙𝙝𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙢𝙚"𝙟𝙚𝙩𝙩𝙚𝙚 𝙢𝙖𝙦𝙖𝙖 𝙣𝙖𝙢𝙖𝙖 𝙝𝙞𝙣 𝙝𝙖𝙙𝙝𝙚𝙚𝙨𝙨𝙞𝙣.
♻️𝘽𝙖𝙧𝙖 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖 𝙠𝙖𝙣𝙖 𝙠𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖, 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙝𝙖𝙙𝙝𝙚𝙚𝙨𝙨𝙪𝙪𝙣 𝙜𝙖𝙖𝙧𝙪𝙢𝙢𝙖𝙖 𝙛𝙖𝙠𝙠𝙖𝙖𝙩𝙖, 𝙠𝙪𝙣 𝙛𝙞𝙧𝙞𝙞 𝙮𝙖𝙖𝙙𝙖 𝙢𝙤𝙤𝙛𝙖𝙖 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙬𝙖𝙟𝙟𝙞𝙣 𝙟𝙞𝙧𝙖𝙖𝙘𝙝𝙪𝙛 𝙣𝙪 𝙧𝙖𝙠𝙠𝙞𝙨𝙪 𝙖𝙢𝙖𝙡𝙖 𝙗𝙖𝙙𝙖𝙖𝙙𝙝𝙖.
👨‍⚕️💊💊𝗟𝗶𝗾𝗶𝗺𝘀𝗶💊💊

Kiiloon dhala namaa meeqa? Jennaan,amma abbaan of hirreege jedhe Beekaan.Kiiloo kee osoo hin beekne Ulfaatina namaa hin ...
01/07/2025

Kiiloon dhala namaa meeqa? Jennaan,amma abbaan of hirreege jedhe Beekaan.
Kiiloo kee osoo hin beekne Ulfaatina namaa hin shallagiin.
Ayii dhala namaa!!!!

09/06/2025



Waxabajjii 9,2025!

🤌Murni maafiyaa haramanummaa, diktaatarummaa dhiphummaa fi oftuulummaan mataan isaa guutame inni Mootummaa Itophiyaa jedhee of waamu ammallee Oromiyaa keessatti ajjeechan namoota nagaa raawwatu cimsee itti fufee jira. Godina shawaa kibba lixaatti, miseensota dhaabbata hordoftoota amantii waaqeffannaa konyaa sadeen sooddoo daaccii Galma Malkaa Fincaa'aatti koree galmaa fi miseensa ta'an, baay'inaan namoota 6 irratti waraanni mootummaa yakka ajjeechaa raawwatan.

⚠️Maqaa namoota ajjeeffaman:-
1. Dagguu Jiidhaa
2. Lameessaa Maaruu
3. Abbuu Shaanee
4. Kumaa Guutaa
5. Bashaadaa Adii
6. Gurmeessaa Tashoomaa

~Dabalataanis, Sh/lixaa ona Jalduuttis Dar. Baay'isaa Tuujjoo fi Dar. Bojaa Bokii bifuma wal fakkaatun rasaasa waraana mootummaatin ajjeeffaman.

Address

A3
Kariobangi
12

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when 𝐐𝐚𝐚𝐧𝐪𝐞𝐞 𝐁𝐢𝐥𝐢𝐬𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category