19/05/2026
Caamsaa 11/2018
==================
waajjira Af-Yaa'ii Fi Mana Maree Aanaa Dugdaa Daawwaatti Hordoffii fi To'anno Akkasumas Daaw'annaan Koree Dhaabbii M/Maree Aanaa Kan Af-Yaa'iin durfamu taasifame.
==================
Godina Gujii Lixaa Aanaa Dugdaa Daawwaatti Hordoffiifi To'annoo Akkasumas Daaw'annaa Piroojeektii buleeyyii Aanicha keessatti argaman ilaalchisee, karaa Af-Yaa'ii Mana Maree Aanaa Dugdaa Daawwaa Kab. Obb. Elemaa Hallootii fi I/G Waajjira Mana Maree Aanaa Du/Daawwaa Aadde Dureettii Boruu Akkasumas Koreewwan Dhaabbii Mana Maree Aanaatiin:-
1ffaa. Daaw'annaa Piroojeektii dalala Waajjira Bulchiinsa Aanaa Dugdaa Daawwaa.
2ffaa. Daaw'annaa Ijaarsa Piroojektii dallaa Mana Hojii Abbaa Alangaa Aanaa Dugdaa Daawwaa.
3ffaa. Daaw'annaa Komii uummataa deebii argatan irratti yaada uummataa fuudhuu ilaalchisee.
4ffaa. Dhaabbaa Biqiltuu fi Kunuunsuu irratti daaw'annaan gaggeeffamee jira.