Batu π—Άπ–ˆπ–”π–“ Youth Art Fact

Batu π—Άπ–ˆπ–”π–“ Youth Art Fact Dargaggeessa hammas πŸ’ͺgeessa!

Sirba qabsoo dhageeffatamee hin nuffamne. Nama kana   godhaa jajjabeessaa
28/12/2022

Sirba qabsoo dhageeffatamee hin nuffamne. Nama kana godhaa jajjabeessaa

Tamirat Tolasa Gaafa Xiiqii music

https://youtu.be/QVdX2xz9upYSorry! Gara jabummaa daangaa dabreπŸ˜­πŸ˜­πŸ‘‡
05/12/2022

https://youtu.be/QVdX2xz9upY
Sorry! Gara jabummaa daangaa dabreπŸ˜­πŸ˜­πŸ‘‡

Viidiyoo Oromoo ta'uu kootti na qaanfachiise

https://youtu.be/mNz_FDVmvj8Subscribe godhaa
16/11/2022

https://youtu.be/mNz_FDVmvj8
Subscribe godhaa

Kadir Martuu Harmee Oromoo New MusicSirba yeroo kamuu akka gaaritti jireenya harmee too ibsu, faarsu na yaadachiisu. Galatoomi Kadiir!

10/11/2022

✨✨✨Anis Biyyaan Qaba✨✨✨
Anis biyyaan qabaa
Biyya biyya caaltu
Biyya too Oromiyaa
Tan uumaan badhaatuu
Handhuura aabboodhaa
Biyya gootowwanii
Biyya hayyuu qaraa
Biyya biifileewwanii
Biyya too Oromiyaa
Biyya Sirna Gadaa
Tan ittiin beekamtu mallattoon isii Odaa
Anis biyyaan qabaa
Tan ittiin dhaadahu
Biyya too Oromiyaa
Tanin jiruuf abdadhu
Biyya too badhaatuu
Magarsituu hundaa
Biyya midhaanii fi albuuda adda addaa
Baddaa fi gammoojjii
Gaarranii fi raarota
Tan hormaanni quufaa
Haadha beeyiladootaa 2x
Anis biyyaan qaba…
Haadha burqaalee fi laggeen gurguddaadhaa
Mukkeen bosona isii addunyaaf fakkiidhaa
Gosti shimbirroolee tan halluun faayamte
Bineeyyiin adda addaa bosona isii guutee 2x
Anis biyyaan qabaa…
Gannaa fi bonni isii nama gammachiisa
Aayyoo Oromiyaan hoggayyuu ameessaa
Ittiin bulmaanni isii Seera Abbaa Gadaatii
Diimookiraasiin mara ilmaan isii hammattii 2x
Anis biyyaan qabaa…
Ittiin bulmaanni isii Seera Abbaa Gadaatii
Diimookiraasiin mara ilmaan isii hammattii 2x
Anis biyyaan qaba baqataa tahullee
Roorroo alagaatiifin biyyaa deeme malee 2x
*************----------*************
Artist -Dr. Artist Ali Birra

Heartfelt condolences on the passing of Ali Birra.α‰ αŠ αˆ­α‰²αˆ΅α‰΅  አሊ α‰’αˆ« αˆ…αˆαˆα‰΅ α‹¨α‰°αˆ°αˆ›αŠ•αŠ• αŒ₯αˆα‰… αˆ€α‹˜αŠ• αŠ₯αŠ•αŒˆαˆαƒαˆˆαŠ• β€œObboluu as jedhii takkaa du...
08/11/2022

Heartfelt condolences on the passing of Ali Birra.

α‰ αŠ αˆ­α‰²αˆ΅α‰΅ አሊ α‰’αˆ« αˆ…αˆαˆα‰΅ α‹¨α‰°αˆ°αˆ›αŠ•αŠ• αŒ₯αˆα‰… αˆ€α‹˜αŠ• αŠ₯αŠ•αŒˆαˆαƒαˆˆαŠ•

β€œObboluu as jedhii takkaa dudubbannaa
Wal jibba dhiisitii, kottu wal gorfannaa.” from his song 'Maaltu Addan Nu Baase?'

GS-TD=NS
23/09/2022

GS-TD=NS

Address

BaatuοΏ½
Ziway
ZIP

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Batu π—Άπ–ˆπ–”π–“ Youth Art Fact posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Batu π—Άπ–ˆπ–”π–“ Youth Art Fact:

Share

Category