Waajjira Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Bulchiinsa Magaalaa Walisoo

Waajjira Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Bulchiinsa Magaalaa Walisoo Hojiilee Waajjirichaan hojjatan qaamoleen biroo hubannoo akka qabataniif yaadameeti

Sagantaan sosochii uummataa carraa hojii uumuu fi beekmtii waldaalee bara 2013 gara guddattuu giddu galeessaatti ce'anii...
16/09/2021

Sagantaan sosochii uummataa carraa hojii uumuu fi beekmtii waldaalee bara 2013 gara guddattuu giddu galeessaatti ce'anii fi modeelaa ta'anii bakka hoggantoonni,abbootiin qabeeyaa,Jaarsoliin biyyaa,Abbootiin Amantaa,hojjattoonnii waajjiraa fi qooda fudhattoonni argamanitti gaggeeffamee jira

Galmee hojii barbaaddotaa bara 2014 sadarkaa barnootaa fi saalaan
16/08/2021

Galmee hojii barbaaddotaa bara 2014 sadarkaa barnootaa fi saalaan

Karooraa fi Raawwii Galmee hojii barbaaddotaa bara 2014 Gandaan
16/08/2021

Karooraa fi Raawwii Galmee hojii barbaaddotaa bara 2014 Gandaan

06/08/2021

Waajjirri Misooma Intarpiraayizii fi Industirii Bulchiinsa Magaalaa Walisoo galmee hojii barbaaddotaa gandoolee arfan( Ayeetuu,Ejersaa,Burqaa Guddinaa fi Horaa) keessatti Adoolessa 29/2013 irraa eegalee gaggeessaa waan jiruuf Eebbifamtoonni haaraa fi hojii barbaaddonni kanneen biroo carraa kanatti akka fayyadamtan cimsinee isin beeksifna.

Raawwii Hojii Waajjira Misooma Intarpiraayizii fi Industirii Bulchiinsa Magaalaa Walisoo bara 2013
17/06/2021

Raawwii Hojii Waajjira Misooma Intarpiraayizii fi Industirii Bulchiinsa Magaalaa Walisoo bara 2013

17/06/2021

Raawwii Hojii Waajjira Misooma Intarpiraayizii fi Industirii Bulchiinsa Magaalaa Walisoo bara 2013

Send a message to learn more

13/06/2021

Acc,mgt,Econ,Bus mgt...

Waajjirri Misooma Intarpiraayizii fi Industirii Bulchiinsa Magaalaa Walisoo hojii barbaaddota seektara qonna magaalaa ir...
09/06/2021

Waajjirri Misooma Intarpiraayizii fi Industirii Bulchiinsa Magaalaa Walisoo hojii barbaaddota seektara qonna magaalaa irratti gurmaa'uuf galmaa'an 60 ta'aniif leenjii Intarpiruunarshiippii,Kaayzinii fi omiisha biqiltuu irratti gaafa guyyaa 01/10/2013 Kolleejjii Poolii Teekikinikaa Walisoo waliin ta'uun kennee jira.

Address

251
Woliso
251

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Bulchiinsa Magaalaa Walisoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waajjira Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Bulchiinsa Magaalaa Walisoo:

Share