Qabsoo Bilisummaa

Qabsoo Bilisummaa Oromo Libration Front political Organization

Warran Garaan coccoomaa warreen Dhiiga Ijoollee Oromoon Akkas TahanN baati Dhugaan Oromoo yeroo dhihootti.WBO beektuu ??...
04/08/2021

Warran Garaan coccoomaa warreen Dhiiga Ijoollee Oromoon Akkas Tahan

N baati Dhugaan Oromoo yeroo dhihootti.

WBO beektuu ?? Yaa jarana ...

Gantootaa fi Hattoota Magaalaa Ambootti Qeerroo Mana hidhaatti guuraa kan jiranidha.Akka saree maraatuu Oliif gadi fiiga...
19/05/2021

Gantootaa fi Hattoota Magaalaa Ambootti Qeerroo Mana hidhaatti guuraa kan jiranidha.

Akka saree maraatuu Oliif gadi fiiganii Dargaggoota kan tahan Guursisaa jiru.

Kaadiree fi Tikni mootummaa Magaalaa Finfinneetti Artistoota Oromoo Falmataa Kabbadaa fi kanneen biroo namoota 6 Ukkaams...
30/04/2021

Kaadiree fi Tikni mootummaa Magaalaa Finfinneetti Artistoota Oromoo Falmataa Kabbadaa fi kanneen biroo namoota 6 Ukkaamsanii jiru.

Of eeggannoo Artistoota keenyaaf ! Sher gochuu hin dagatinaa !

Ayyaana Faasikaa Kabajuuf isa WBO wabii sabaaf Qophaa'e ilaali yaa gantuu sabaa.
30/04/2021

Ayyaana Faasikaa Kabajuuf
isa WBO wabii sabaaf
Qophaa'e ilaali
yaa gantuu sabaa.

30/04/2021

Haalli Yeroo Ammaa kana Oromiyaa Keessatti Tahaa jiru Kun garamitti deemaa jira ? Mee naaf deebisa.

Ijoollee Shanee KootiiHundumtuu Haadhoo.
05/03/2021

Ijoollee Shanee Kootii
Hundumtuu Haadhoo.

 !!Gurmuun shororkeessaa ta'ee Yoo shororkeessaa si Taasise maal jettaan? !====================*Qabsoo Qeerroo Amboo Maa...
10/12/2020

!!
Gurmuun shororkeessaa ta'ee Yoo shororkeessaa si Taasise maal jettaan?
!
====================
*Qabsoo Qeerroo Amboo Maaltu takaalee kan jedhu gaaffii Oromoo hundaati.Warri takaale warra kanaa gadiiti.
•Caasaa Hayiluu Gonfaa
~Maqaa Abo Soodareetiin paartii mormituu fakkaachuun Qeerroo Amboo nama 20 hin caalle Ambo keessatti ijaaree tika gochuun Qeerroo sabboonummaa qabanitti siqanii akka basaasanii fi olola irratti geggeessuuf akkasuma miseensota ABO ciccimoo hiisisuu hanga ajjeessisuutti jiru.
•Caasaa Milkeessaa Miidhagaa
Caasaan kun Sabboontota of fakkeessuuf sobanii mootummaa arrabsuun yaada sabboontotaa tika mootummaaf heeruun namoota hiisisaa jiru.
•Caasaa Taayyee Danda'aa
Caasaa kun caasaa beekamaa muudama waajjira mootummaa keessa jiranidha. Caasaa dhimma nageenyaarra jiran yoo ta'u Hayiluu Dalasaatiin kan hoogganamaniidha.
•Caasaa Taakkalaa Uumaa
Caasaa Dinagdeen of dandeenya maqaa jedhuun Qeerroo muraasaaf lafaa fi mana jireenyaa finfinnee kennuun sochii Qeerroo Amboo akka dadhabsiisaniif warra ijaaramanidha.
•Caasaa Dammallaash G/Mikael
Caasaan kun Abbootii Qabeenyaa lafaa kennuufiidhaan hoteelota fi bakkee hojii isaaniitti sabboontota yoo argan akka heeruu kennaniif garee ijaaramanii jiranidha.
•Caasaa Bilxiginnaa
Caasaan kun ijaarsa caasaa qaama seeraan ala humnaan biyya garbummaa jalatti kuffiseen ijaaramee ilmaan Oromoo jumlaan hidhaatti guuraa fi ajjeesaa jiru dha.Qabsoo Qeerroon geggeessaa ture ijaarsa kana hundatu takaalee jira.

Xiyyaarri kun humna Namaa malee kan sochootu Kaaba Itiyoophiyaatti kuftee argamte.
30/11/2020

Xiyyaarri kun humna Namaa malee kan sochootu Kaaba Itiyoophiyaatti kuftee argamte.

Sirna Geggeessaa Jaal Galaanaa Immaanaa Haala kanaan Olee jira.Qabsaa'aan Du'us Qabsoon hin du'u.Qabsaa'aan ni kufaQabso...
28/11/2020

Sirna Geggeessaa Jaal Galaanaa Immaanaa Haala kanaan Olee jira.

Qabsaa'aan Du'us Qabsoon hin du'u.

Qabsaa'aan ni kufa
Qabsoon itti fufa.

Kaayyoof malee Ati hin duune Jaal Galaanaa Immaanaa jirta nu keessa.Uffata sirna geggeessaa ittiin raawwatamu.
27/11/2020

Kaayyoof malee

Ati hin duune Jaal Galaanaa Immaanaa jirta nu keessa.

Uffata sirna geggeessaa ittiin raawwatamu.

 !! ?Hayyuu Dacheen Dirree Incinnii Biqilchite Jaal Galaanaa Immaanaa Jimaata Dheengaddaa(10/03/2013) Halkan Mana jireen...
23/11/2020

!!
?
Hayyuu Dacheen Dirree Incinnii Biqilchite Jaal Galaanaa Immaanaa Jimaata Dheengaddaa(10/03/2013) Halkan Mana jireenyaa isaa magaalaa Ambootii poolisoota Magaalaa Ambootiin erga ukkamfamee Eessa Akka buusan dhabamee jira.yaa uummata Oromoo hayyoota keenya dhabamsiisanii Hoogganaa malee nu hambisuuf Ekeraan nafxanyaa Bilxiginnaan halkaniif guyyaa hojjechaa jirti.tokkummaan kaanee falmannee biyya keenya oromiyaa haa baraarru.

 !Hayyuu Oromoo Kan ta'an Jaal Galaanaa immaanaa Tika Bilxiginnaatiin Mana Jireenyaa isaaniitii qabamuun eessa akka buus...
22/11/2020

!
Hayyuu Oromoo Kan ta'an Jaal Galaanaa immaanaa Tika Bilxiginnaatiin Mana Jireenyaa isaaniitii qabamuun eessa akka buusan dhabamee jira.Jaal Galaanaan Hayyuu Siyaasaa fi Dinagdee akkasumas Koree Waajjira ABO Godina Lixa Shaggar Amboo yoo ta'u, waggoottan Shanan (5) darban nama Tooftaa fi Tarsiimoo Qabsoo Qeerroo fi Qarreen geggeeffamaa ture keessatti nama Shoora olaanaa taphachaa ture dha. Hayyuu halkaniif guyyaa dadhabe osoo hin jedhiin Oromoof jiraate hidhuun diinummaa guddaa dha.
&all_Oromoo_political_prisoners!

Address

Oromo Libration Front
Woliso

Telephone

+251901156161

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qabsoo Bilisummaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share