Waajjira Fayyaa A/J/Dhummuugaa የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት

  • Home
  • Waajjira Fayyaa A/J/Dhummuugaa የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት
Call Directions Contact the organization

Waajjira Fayyaa A/J/Dhummuugaa
የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Fayyaa A/J/Dhummuugaa
የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት, Government Organization, .

This is the official page of the Jile Timuga Woreda Health Office,
Jile Timuga Woreda Health Office responsible for Jile Timuga Woreda's people Health.

𝐃𝐞𝐞𝐠𝐠𝐚𝐫𝐬𝐢 𝐌𝐞𝐞𝐬𝐡𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐧𝐲𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐣𝐨𝐨𝐥𝐥𝐞𝐞 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐦𝐢𝐬𝐞𝐞𝐧𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐢𝐥𝐥𝐞𝐞 𝐉𝐚𝐦𝐛𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐌𝐚𝐧𝐠𝐮𝐝𝐝𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐡𝐮𝐦𝐧𝐚 𝐃𝐡𝐚𝐛𝐞𝐞𝐲𝐲𝐢𝐟 𝐭𝐚𝐚𝐬...
27/09/2026

𝐃𝐞𝐞𝐠𝐠𝐚𝐫𝐬𝐢 𝐌𝐞𝐞𝐬𝐡𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐧𝐲𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐣𝐨𝐨𝐥𝐥𝐞𝐞 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐦𝐢𝐬𝐞𝐞𝐧𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐢𝐥𝐥𝐞𝐞 𝐉𝐚𝐦𝐛𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐌𝐚𝐧𝐠𝐮𝐝𝐝𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐡𝐮𝐦𝐧𝐚 𝐃𝐡𝐚𝐛𝐞𝐞𝐲𝐲𝐢𝐟 𝐭𝐚𝐚𝐬𝐢𝐟𝐚𝐦𝐞

Fulbaana 17, 2019 (Waajjira Fayyaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa)

Waajjirri Fayyaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Deeggarsa qabeenyaa Dhaabbata Ahlal Kheeyrii irraa argateen Guyyaa har'aa daa'imman maatin isaanii Miseensa Jiillee Jambar tahaniif deeggarsa Meeshaalee barnootaa fi nyaatawwan garaagaraa taasisee jira.

Deeggarsi Meeshaalee barnootaa fi Midhaan nyaataa kanneen akka Atara fi Tamiraa daa'imman maatin isaanii miseensa Jiillee Jambar tahan 40 oliif guyyaa har'aa godhamee jira.

Haaluma walfakkaatun dhaabbanni Tola ooltummaa kun manguddoota humna dhabeeyyii tahaniif deeggarsa midhaan nyaataa godhee jira waajjira Fayyaa aanaa Jiillee Dhummuugaa waliin tahuudhan.

በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት የሁለት ወራት የሥራ አፈጻጸም ግምገማ እየተካሄደ ነውመስከረም 14፣ 2018  (የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት)የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት ከሚመለከታቸው ባ...
24/09/2026

በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት የሁለት ወራት የሥራ አፈጻጸም ግምገማ እየተካሄደ ነው

መስከረም 14፣ 2018 (የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት)

የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት ከሚመለከታቸው ባለሙያዎች፣ ከጤና ጣቢያ ኃላፊዎች እና ከባለድርሻ አካላት (PMT) ጋር በመተባበር፣ ባለፉት ሁለት ወራት የተከናወኑ ሥራዎችን እየገመገመ ይገኛል።

በግምገማው የጤና ጽ/ቤቱ አጠቃላይ ባለሙያዎች፣ የጤና ጣቢያ ኃላፊዎች እና የጤና ጣቢያ HIT ባለሙያዎች ተሳትፈዋል። በዚህም ባለፉት ሁለት ወራት የተከናወኑ ሥራዎችን፣ የተገኙ ውጤቶችን እና በቀጣይ መሻሻል የሚገባቸውን ጉዳዮች በመመርመር የሥራ አፈጻጸም ግምገማ እያካሄዱ ይገኛሉ።

የዛሬው የሥራ አፈጻጸም ግምገማ የጤና ጽ/ቤቱ ኃላፊ አቶ አህመድ ኡመር በተገኙበት እየተካሄደ ይገኛል።

Waajjira Fayyaa A/J/Dhummuugaatin Qorannoon Hojii Ji'a Lamaa Adeemsifamaa jiraFulbaana 14, 2018 (Waajjira Fayyaa Aanaa J...
24/09/2026

Waajjira Fayyaa A/J/Dhummuugaatin Qorannoon Hojii Ji'a Lamaa Adeemsifamaa jira

Fulbaana 14, 2018 (Waajjira Fayyaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa)

Waajirri Fayyaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Qaamolee gahee qabeessoota (PMT) waliin qorannoo hojii ji'oota laman darban keessatti hojjatamaa turan qorachaa jira.

Gabaasni hojiiwwan ji'oota darban keessatti hojjatamaa turan ogeessoota waliigalaa waajjira Fayyaa, itti gaafatamtoota Buufataalee fayyaa fi ogeessoota HIT buufataalee Fayyaa waliin qorannoon hojii guyyaa har'aa bakka itti gaafatamaan Waajjira Fayyaa obbo Ahmad Umar argamanitti adeemsifamaa jira.

የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት የ2018 ዓ.ም ሥራ ግምገማና የ2019 ዓ.ም ዕቅድ ኦሬንቴሽን መሰጠት ተጀመረ።መስከረም 14፣ 2019 (የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት)በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና...
24/09/2026

የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት የ2018 ዓ.ም ሥራ ግምገማና የ2019 ዓ.ም ዕቅድ ኦሬንቴሽን መሰጠት ተጀመረ።

መስከረም 14፣ 2019 (የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት)

በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት በ2018 ዓ.ም በጽ/ቤቱ ሲከናወኑ የነበሩ ሥራዎች ግምገማ እና የ2019 ዓ.ም ዕቅድ ኦሬንቴሽን መርሃ ግብር ተጀምሯል።

የዕቅድ ኦሬንቴሽንና ስራ ግምገማው የተካሄደው የጽ/ቤቱ ኃላፊ ክቡር አቶ አህመድ ኡመር መሐመድ፣ የጽ/ቤቱ ባለሙያዎች እንዲሁም ከጤና ጣቢያዎች የመጡ ባለሙያዎች በተገኙበት ነው።

በዚህ መርሃ ግብር ላይ የጽ/ቤቱ የዕቅድ ባለሙያ አቶ ወንዳሰን ወልዳየስ የ2018 ዓ.ም የሥራ አፈጻጸም ሪፖርትን ለጽ/ቤቱ አጠቃላይ ባለሙያዎች፣ ለአመራሮች እና ከጤና ጣቢያዎች ለመጡ የHIT ባለሙያዎች እያቀረቡ ይገኛሉ።

የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት
መሰከረም 14፣ 2019

𝐖𝐚𝐚𝐣𝐣𝐢𝐫𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐀𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐢𝐥𝐥𝐞𝐞𝐃𝐡𝐮𝐦𝐦𝐮𝐮𝐠𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚𝐠𝐠𝐚𝐦𝐧i 𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢𝐥𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐫𝐚 2018𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐨𝐣𝐣𝐚𝐭𝐚𝐦𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐎𝐫𝐫𝐞𝐞𝐧𝐭𝐞𝐞𝐬𝐡𝐢𝐧𝐢𝐢𝐧 𝐊𝐚𝐫𝐨𝐨𝐫𝐚 𝐛𝐚𝐫...
24/09/2026

𝐖𝐚𝐚𝐣𝐣𝐢𝐫𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐀𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐢𝐥𝐥𝐞𝐞𝐃𝐡𝐮𝐦𝐦𝐮𝐮𝐠𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚𝐠𝐠𝐚𝐦𝐧i 𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢𝐥𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐫𝐚 2018𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐨𝐣𝐣𝐚𝐭𝐚𝐦𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐎𝐫𝐫𝐞𝐞𝐧𝐭𝐞𝐞𝐬𝐡𝐢𝐧𝐢𝐢𝐧 𝐊𝐚𝐫𝐨𝐨𝐫𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐚 2019 𝐆𝐚𝐠𝐠𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚.

𝗙𝘂𝗹𝗯𝗮𝗮𝗻𝗮 14, 2018 (𝗪𝗮𝗮𝗷𝗷𝗶𝗿𝗮 𝗙𝗮𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗔𝗮𝗻𝗮𝗮 𝗝𝗶𝗶𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗗𝗵𝘂𝗺𝗺𝘂𝘂𝗴𝗮𝗮)

Waajjira Fayyaa Aanaa Jiillee Dhummuugatti qorannoon hojiiwwan bara 2018 keessa akka waajjirichatti hojjatamaa turanii fi Orrenteeshiinin Karoora bara 2019 bakka itti gaafatamaan waajjirichaa Kabajamoo Obbo Ahmad Umar Mahammad fi ogeessoonni waajjirichaa fi buufataalee fayyarraa dhufan argamanitti gaggeeffamuu eegalee jira.

Gaabaasni Waajjirichaa yeroo ammaa ogeessa Karooraa waajjirichaa kan tahan Obbo Wandasan Waldayasiin ogeessota waliigalaa waajjirichaa fi hooggantootaa fi ogeessoota HIT buufataalee Fayyaa irraa dhufaniif dhiheessaa jira.

W̲a̲a̲j̲j̲i̲r̲a̲ F̲a̲y̲y̲a̲a̲ A̲a̲n̲a̲a̲ J̲i̲i̲l̲l̲e̲e̲ D̲h̲u̲m̲m̲u̲u̲g̲a̲a̲, F̲u̲l̲b̲a̲a̲n̲a̲ 14, 2019 S̲a̲n̲b̲a̲t̲e̲e̲

19/09/2026
17/09/2026
🏆 BAGA GAMMADDAN!🏆 🏆BAGA MILKOOFNE! 🏆Waajjirri Fayyaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa gamaaggama qorannoo raawwii  baraa qajeel...
17/09/2026

🏆 BAGA GAMMADDAN!🏆
🏆BAGA MILKOOFNE! 🏆

Waajjirri Fayyaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa gamaaggama qorannoo raawwii baraa qajeelchi fayyaa godinaa gaggeessen Sadarkaa Godinaatti Sadarkaa 2ffaa argatee jira! 🎉

Milkaa’inni har’aa kun bu’aa hojii nama tokkoo osoo hin taane; bu’aa cichoomina, kutannoo, walta’iinsaa fi tattaaffii waloo keenyaati.

Guyyaa hedduu hojii keenyaaf kennine, yeroo hedduu dadhabbii keenya moone, rakkoolee hedduu waliin furaa deemun keenya guyyaa Har’a bu’aa tattaaffii keenyaa akka agarruuf nu gargaareera. ❤️

Ani maqaa Waajjira Fayyaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa fi maqaa kootiin, hojjattoota (Ofiisaroota) waajjira fayyaa ogeessota buufataalee fayyaa, gaggeessitoota koorii aanaa fi magaalaa, gaggeessitoota waliigalaa aanaa fi bulchiinsa magaalaa, itti gaafatamtoota buufataalee fayyaa, HEW, gaggeessitoota gandootaa, qaamolee mootummaa fi hawaasa aanaa fi bulchiinsa magaalaa hundaaf galata guddaa dhiyeessun barbaada.

🙏 Isin malee milkaa’inni kun hin dhufu ture!

Sadarkaan 2ffaa kun nuuf xumura miti; sadarkaa caalaa ol’aanaa bira gahuun tarkaanfii keenya isa itti aanudha.

Har’a waan tokko mirkaneessineerra kanaafuu baga gammaddan baga gammanne!

Yeroo waliin hojjenne, waan guddaa galmaan ni geenya!💪

🎉 Baga gammaddan!
🎉 Baga waliin milkoofne!
🌿 Baga bu’aa hojii keenyaa argine!

Fayyaan Faaya! ❤️
Ahmad Umar Mahammad
Itti gaafatamaa Waajjira Fayyaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa

Address


Telephone

+251331180059

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Fayyaa A/J/Dhummuugaa የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waajjira Fayyaa A/J/Dhummuugaa የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት:

Shortcuts

  • Want your organization to be the top-listed government service?

Share