Waajjira Qonnaa Aanaa Bachoo T/Bolloo/Becho Woreda Agriculture Office

Waajjira Qonnaa Aanaa Bachoo T/Bolloo/Becho Woreda Agriculture Office Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Qonnaa Aanaa Bachoo T/Bolloo/Becho Woreda Agriculture Office, Public & Government Service, Shawaa Kibbaa Lixaa, Tulu Bolo.

Qonnii utubaa biyyaa Itiiyoophiyatii waan taheef,misoomaa qonnaa hammaayyeessuun induustiriif galtee ol'aanaa gumaachuun dinaagdeen biyyaa guddatee jiruu fi jireenyii hawaasaa foyya'ee arguudha

26/05/2026
Sagantaa "Human Capital Operation" oggansaa gandaa ,ogeyyii qonnaa ganda fi ogeyyi multii sekteralee hirmachiseen review...
26/05/2026

Sagantaa "Human Capital Operation" oggansaa gandaa ,ogeyyii qonnaa ganda fi ogeyyi multii sekteralee hirmachiseen review meetings gaggeeffame jira. marii kanarratti hojiwwaan kana dura hojjatamaan dhiyachuun hojiwwaan fulduraa hojjatamu qaban adda basamee mariif dhiyatee yeroo hojiin qabameef keessaatti akka rawwatamuu qabu waligalame jira.

Hojii ashaara magarisaa mirkanessuu keessaa yeroo amma kana qophii inisheetivii Avookadoo taasisamaa jiru
26/05/2026

Hojii ashaara magarisaa mirkanessuu keessaa yeroo amma kana qophii inisheetivii Avookadoo taasisamaa jiru

03/05/2026
Daawwannan Hojii Misooma kuduraalee ganda Qobboottii gaggeeffame  Eebila  20 Bara 2018Goodina shawa kibba lixaa Aanaa Ba...
28/04/2026

Daawwannan Hojii Misooma kuduraalee ganda Qobboottii gaggeeffame Eebila 20 Bara 2018
Goodina shawa kibba lixaa Aanaa Bachoo Qindoomina dhabbata SNV fi waajjira qonnaa waliin ganda Qobboottii hojii muduraa Maasaa obboo Charuu Kafanii ,obbio Kabbadaa Addunyaa faa biratti hojjattamee guyyaa har'a bakkee qamonnii adda addaa fi qonnaan bultootni argamanitti gaggeeffame.
Odeffannoo dabalaataaf
Telegraamii :-
Ø https://t.me/waajjiraaqonnaabachoo ykn
Ø https://t.me/qonnabachotulubolo2015
Feesbuukii:https://www.facebook.com/Waajjira-Qonnaa-Aanaa-Bachoo-TBollooBecho-Woreda-Agriculture-Office-101962378628296/
Keenyaa nu argachuu dandeessuu

Sassaabbii Oomishaa Misooma Qamadii Jallisii  "Buusaa Gonofaa" Kombahinaraan haamamee calleeffama jira
16/04/2026

Sassaabbii Oomishaa Misooma Qamadii Jallisii "Buusaa Gonofaa" Kombahinaraan haamamee calleeffama jira

Address

Shawaa Kibbaa Lixaa
Tulu Bolo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Qonnaa Aanaa Bachoo T/Bolloo/Becho Woreda Agriculture Office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waajjira Qonnaa Aanaa Bachoo T/Bolloo/Becho Woreda Agriculture Office:

Share