Ejensii Galmeessa Siviilii L/Xaafoo L/Daadhii

Ejensii Galmeessa Siviilii L/Xaafoo L/Daadhii Taateewwan galmeessisuun tajaajila seeraa, istaatiksii fi seeraa waan qabuuf,. lammiileen hunduu galmeessisuuf dirqama qaba.

06/08/2022

Ejensiin Galmeessa Siviilii Magaalaa L/Xaafoo kenna tajaajilaa fooyyessuudhaaf jecha kan kanaan dura abbaan dhimmaa kaffaltii taateewwanii raawwachuuf iddoo lama jalqaba baankiitti qarshii galchee ergasii immoo nagahee A/T/Galiiwwaniititti itti kutatee sanaan booda gandoota qondaalootni galmee kabajaa jiran deemuudhaan tajaajila argachaa turan, yeroo ammaa kana bu'aa ba'ii kana hanbisuudhaan tajaajilli hundi iddoo tokkotti akka kennamu taasisuun danda'amee jira. Tajaajilli fooyya'e abbaan dhimmaa kaffaltii raawwachuuf akka kanaan duraa baankii fi AT/Galiiwwaniititti daddeebi'uun irra hin jiraatu sababni isaas, nagaheen galii qaama dhimmi ilaallatu waliin mari'achuudhaan qondaala galmee kabajaa biratti akka qophaa'u taasifamee jira.
Kanaafuu, abbootiin dhimmaa keenya bu'aan ba'iin otoo isaan hin barbaachisin tajaajila saffisaa akka argatan ta'ee jira!!

Address

Oromia Region
Shewa
5565

Telephone

+251967296122

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ejensii Galmeessa Siviilii L/Xaafoo L/Daadhii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Ejensii Galmeessa Siviilii L/Xaafoo L/Daadhii:

Share