Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Allachee-Shaashamannee

Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Allachee-Shaashamannee Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Allachee Qaama Abbaa seerummaa isa Ol'aanaa Mootummaa Kutaa Magaalichaati

15/10/2025
Guyyaa 23/1/2018Baga Ayyaana Irreechaa bara 2018 nagaan Geessan!እንኳን ለ2018 ዓ.ም ኢሬቻ በዓል በሰላም አደረሳችሁ!Happy 2018 Irreechaa ...
03/10/2025

Guyyaa 23/1/2018
Baga Ayyaana Irreechaa bara 2018 nagaan Geessan!
እንኳን ለ2018 ዓ.ም ኢሬቻ በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
Happy 2018 Irreechaa Holiday!
Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Allachee ummataa Magaalaa Shaashaamannee fi naannoo keenyaa baga ayyaana irreechaa sirna Galateeffannaa fi Waaqeffannaa geessan jechaa, ayyaanichi kan jaalala, kan Tokkummaa, kan nagaa, kan gammachuu fi kan milkii akka isiniif ta’u hawwii qabu ibsa.Ayyaana Gaarii!!
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Allachee

27/09/2025

Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa hundaaf Baga Ayyaana Masqalaa Geessan !!
---------------------------
Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Allachee baga ayyaana masqalaa kan bara 2018 tiin isin gahe jechaa, Ayyaani waggaa kun kan nagayaa, jaalalaa fi gammachuu akka isiniif ta'u hawwii qabu ibsa.

# # # # # #. Ayyaana Gaarii !!!!

10/09/2025

Guyyaa 05/13/2018
Baga Bara Haaraa 2018 Nagaan Geessan!
እንኳን ለ2018 ዓ.ም አዲስ ዓመት አደረሳችሁ።
Happy Ethiopian New Year!
Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Allachee Ummataa Magaalaa keenyaa fi Naannoo keenyaa baga bara haaraa 2018 isin gahe jechaa Barri Kun kan Gammachuu, Kan Jaalalaa,Kan Tokkummaa, Kan Guddinaa fi kan Milkaa'inaa akka isiniif ta’u hawwii qabu ibsina.
Baga Bara Haaraa Geessan
መልካም አዲስ ዓመት
Happy New Year
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Allachee

Address

Shashemene City Aleche Subcity, Melka Bedesa Worerda Around 81Total
Shashemene

Telephone

+251918997188

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Allachee-Shaashamannee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Allachee-Shaashamannee:

Share