West Arsi Zone Women Children and youth affairs office

West Arsi Zone Women Children and youth affairs office Women and youth economic empowerment ,social mobilazation fight aginst HTP,GBV,childrens right ,support for need

20/08/2021
Godina Arsii Lixaa Ijaarsa mana hadha Hiyeessaa guyyaa 11.12.2013 sadarka godinati ijaarame
18/08/2021

Godina Arsii Lixaa Ijaarsa mana hadha Hiyeessaa guyyaa 11.12.2013 sadarka godinati ijaarame

Godina Arsii Lixaa magaala dodolati ijaarsa mana jireenyaa harka qalleyiitiif yeroo tasifamu
06/08/2021

Godina Arsii Lixaa magaala dodolati ijaarsa mana jireenyaa harka qalleyiitiif yeroo tasifamu

GODINA ARSII lixaa Aanaa shashamanne Arjooma dhiiga rayya ittisa biyatiif
06/08/2021

GODINA ARSII lixaa Aanaa shashamanne Arjooma dhiiga rayya ittisa biyatiif

Godina Arsii Lixati Aanaa wondoti hojii tajajila lamumma biqiltu gosa adda adda dhabu qulqulina nannoo bo'oo lola basuu ...
05/08/2021

Godina Arsii Lixati Aanaa wondoti hojii tajajila lamumma biqiltu gosa adda adda dhabu qulqulina nannoo bo'oo lola basuu fi qulqulleessuu ijaarsa mana nama dadhaboo geggefama jirachuu fi hawaasinis hojii hojjatama jiru irrattii marii baladha geggefama jira.

Godina Arsii Lixaa Aanaa Shallatii deeggarsa Rayya ittisa biyatiif dubartootan taasifame
05/08/2021

Godina Arsii Lixaa Aanaa Shallatii deeggarsa Rayya ittisa biyatiif dubartootan taasifame

Godina Arsii Lixaati bulchiinsa Magaalaa Nageellee Arsii Gandaa Malkaa Shayittii  Keessaatti Riqichaa Sochiilee Hirmaann...
05/08/2021

Godina Arsii Lixaati bulchiinsa Magaalaa Nageellee Arsii Gandaa Malkaa Shayittii Keessaatti Riqichaa Sochiilee Hirmaannaa Hawaasa tiin Hojjatama Jiruu.

Sochiileen Hirmaannaa Hawaasa Kun Fakkeenyummaa Gaarii dha.

Sochiileen Hirmaannaa Hawaasa Bu'uuralee Misooma tiif Utubaa Dinaagdee Biyyaa tiif Murteessa Dha.

Dubartoota hoggansa Godina Arsii Lixaa
03/08/2021

Dubartoota hoggansa Godina Arsii Lixaa

Arsii lixaa Arjooma dhiiga rayya ittisa biyyaatiif
02/08/2021

Arsii lixaa Arjooma dhiiga rayya ittisa biyyaatiif

Godina Arsii Lixaatti Fayyadamummaa Dubartootaa,Daa'immanii fi Dargaggootaa Daran Mirkaneessuuf Kan Hojjatamu Ta'uun Ibs...
02/08/2021

Godina Arsii Lixaatti Fayyadamummaa Dubartootaa,Daa'immanii fi Dargaggootaa Daran Mirkaneessuuf Kan Hojjatamu Ta'uun Ibsame.

[Adoolessa,26/2013 Arsii Lixaa]-Waajjirri Dhimma Dubartootaa,Daa'immanii fi Dargaggoota godina Arsii Lixaa milkaa'ina bara kana argame kan itti fufsiisu ta'uu ibsee jira.

Gamaaggama raawwii hojii bara 2013 sadarkaa Oromiyaatti gaggeeffameen waajjirichi 1ffaa ta'uudhaan kan badhaafame yoo ta'u,hooggansa aanaalee fi godina akkasumas dhaabbilee deeggartootaa fayyadamummaa dubartootaa,daa'immanii fi dargaggootaa mirkaneessuu keessatti gahee ol'aanaa taphatan itti gaafatamtuun waajjirichaa aadde Arabee Nyagulee galateeffataniiru.

Yeroo hojii itti aanu keessatti godinichatti fayyadamummaa dubartootaa,daa'immanii fi dargaggootaa daran mirkaneessuudhaaf kan hojjatamu ta'uus aadde Arabeen ibsaniiru.

Sagantaa kana irratti kan argaman itti gaafatamaan waajjira paartii Badhaadhinaa godinichaa obbo Tafarii Goobanaa fi itti aanaan bulchaa godinaa obbo Abdurramaan Gammadaa,seektaroonni sadarkaa Oromiyaatti raawwii hojii fooyyee galmeessaan milkaa'ina argatan itti fufsiisuu fi seekataroonni hafanis isaan irraa barachuu akka qaban dubbataniiru.

Dubartoota badhadhina Turtii gamaggama Biiroo Dhi DDD Oroomiya Suuraadhaan
02/08/2021

Dubartoota badhadhina Turtii gamaggama Biiroo Dhi DDD Oroomiya Suuraadhaan

Arsii Lixaa Hojii tajajila Lamumma qulqulina Nannoo Dub Darg fi hawaasa keenyaan rawaatamu
02/08/2021

Arsii Lixaa Hojii tajajila Lamumma qulqulina Nannoo Dub Darg fi hawaasa keenyaan rawaatamu

Address

01
Shashemene

Opening Hours

Monday 08:30 - 06:33
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Telephone

+461105762

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when West Arsi Zone Women Children and youth affairs office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share