Tourist Attractions in West Arsi zone

Tourist Attractions in West Arsi zone A huge accumulation of resources

๐ŸŒด Langanno Beach Resort ๐ŸŒŠRiizortii ajaaโ€™ibsiisaa qarqara Haroo Laangannoo irratti argamu!Arsii Lixaa, Aanaa Nageellee Ar...
01/02/2026

๐ŸŒด Langanno Beach Resort ๐ŸŒŠ
Riizortii ajaaโ€™ibsiisaa qarqara Haroo Laangannoo irratti argamu!

Arsii Lixaa, Aanaa Nageellee Arsii keessatti, riizortiin ammayyaaโ€™aa fi dijitaalaan deeggarame kun dhalataa naannichaa dargaggoo Isaayyaas Daaniโ€™eeliin ijaarsi isaa jalqabameera.

Riizortiin kun riizortoota duraan ijaaraman hunda irraa bifa adda taโ€™een kan bocame yoo taโ€™u, miidhagina uumamaa, hawwata olaanaa fi meeshaalee ammayyaaโ€™aan guutamee kan ijaarameedha.

โœจ Boqonnaa, bashannanaa fi tasgabbii sammuu bakka tokkotti argattu!
๐ŸŽ‰ Baga gammaddan, baga gammanne!
Xumuramee waliigalaan eebbifamee tajaajila jalqabuu akka dandaโ€™u abdii guddaan eegamaa jira.
๐Ÿ“ Qarqara Haroo Laangannoo โ€“ Arsii Lixaa, Nageellee Arsii
๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ

๐ŸŒด Langanno Beach Resort ๐ŸŒŠ
แˆแ‹ฉ แ‹แ‰ แ‰ต แ‹ซแˆˆแ‹ แ‰ แˆ‹แŠ•แŒ‹แŠ– แˆแ‹ญแ‰… แ‹ณแˆญ แ‹จแˆšแŒˆแŠ แˆชแ‹žแˆญแ‰ต!
แ‰ แˆแ‹•แˆซแ‰ฅ แŠ แˆญแˆฒแฃ แ‰ แАแŒˆแˆŒ แŠ แˆญแˆฒ แ‹ˆแˆจแ‹ณ แ‹แˆตแŒฅแฃ แ‹˜แˆ˜แŠ“แ‹ŠแŠ“ แ‰ แ‹ฒแŒ‚แ‰ณแˆ แ‰ดแŠญแŠ–แˆŽแŒ‚ แ‹จแ‰ฐแ‹ฐแŒˆแˆ แ‹ญแˆ… แˆชแ‹žแˆญแ‰ต แ‰ แŠ แŠซแ‰ฃแ‰ขแ‹ แ‰ฐแ‹ˆแˆ‹แŒ… แ‹ˆแŒฃแ‰ต แŠขแˆณแ‹ซแˆต แ‹ณแŠ•แŠคแˆ แ‰ฐแАแˆณแˆฝแАแ‰ต แ‹จแŒแŠ•แ‰ฃแ‰ณ แˆฅแˆซแ‹ แ‰ฐแŒ€แˆแˆฏแˆแข

แ‹ญแˆ… แˆชแ‹žแˆญแ‰ต แŠจแ‰€แ‹ตแˆž แ‹จแ‰ฐแŒˆแАแ‰ก แˆชแ‹žแˆญแ‰ถแ‰ฝ แˆแˆ‰ แ‰ แ‰ฐแˆˆแ‹จ แŠ แ‰€แˆซแˆจแ‰ฅ แ‹จแ‰ฐแ‹˜แŒ‹แŒ€ แˆฒแˆ†แŠ•แฃ แ‹จแ‰ฐแˆแŒฅแˆฎ แ‹แ‰ แ‰ตแฃ แŠจแแ‰ฐแŠ› แˆ›แˆซแŠชแАแ‰ตแŠ“ แ‹˜แˆ˜แŠ“แ‹Š แˆ˜แŒˆแˆแŒˆแ‹ซแ‹Žแ‰ฝแŠ• แ‰ แŠ แŠ•แ‹ต แˆ‹แ‹ญ แ‹ซแŠซแ‰ฐแ‰ฐ แАแ‹แข

โœจ แŠฅแˆจแแ‰ตแฃ แˆ˜แ‹แŠ“แŠ›แŠ“ แ‹จแŠ แŠฅแˆแˆฎ แˆฐแˆ‹แˆ แ‰ แŠ แŠ•แ‹ต แ‰ฆแ‰ณ! ๐ŸŽ‰ แŠฅแŠ•แŠณแŠ• แ‹ฐแˆต แŠ แˆ‹แ‰ฝแˆแฃ แŠฅแŠ•แŠณแŠ• แ‹ฐแˆต แŠ แˆˆแŠ•! แˆชแ‹žแˆญแ‰ฑ แ‰ แ‰…แˆญแ‰ก แˆ™แˆ‰ แ‰ แˆ™แˆ‰ แ‰ฐแŒ แŠ“แ‰† แ‰ฐแˆ˜แˆญแ‰ถ แŠ แŒˆแˆแŒแˆŽแ‰ต แˆ˜แŒ€แˆ˜แˆฉแŠ• แ‰ แ‰ณแˆ‹แ‰… แ‰ฐแˆตแ‹ แŠฅแ‹จแ‰ฐแŒ แ‰ แ‰€ แАแ‹แข
๐Ÿ“ แ‹จแˆ‹แŠ•แŒ‹แŠ– แˆแ‹ญแ‰… แ‹ณแˆญ โ€“ แˆแ‹•แˆซแ‰ฅ แŠ แˆญแˆฒแฃ แАแŒˆแˆŒ

๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ
๐ŸŒด Langanno Beach Resort ๐ŸŒŠ
A uniquely beautiful resort located on the shore of Lake Langanno!

In West Arsi, Negelle Arsi Woreda, this modern and digitally supported resort project was initiated by a local young entrepreneur, Isayas Daniel.

The resort is designed with a distinctive concept that sets it apart from previously built resorts. It is developed by blending natural beauty, high-level attractiveness, and modern facilities.

โœจ A place where relaxation, entertainment, and peace of mind come together! ๐ŸŽ‰ Congratulations to all of us! There is great anticipation that the resort will soon be fully completed, officially inaugurated, and begin providing services.
๐Ÿ“ Shore of Lake Langanno โ€“ West Arsi, Negelle Arsi

Godaansa birraa birraa, gara ollaa burqaa bishaa danfaa uumamaa dinqii addaa! hoo'aa abbaa jibaa, yaala aadaa jabaa hawa...
14/01/2026

Godaansa birraa birraa, gara ollaa burqaa bishaa danfaa uumamaa dinqii addaa! hoo'aa abbaa jibaa, yaala aadaa jabaa hawaasa keenyaaf qaba!!
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
Arsii Lixaa Aanaa Nageellee Arsii qarqara hora shaallaatti burqaa bishaan danfaa, hurkaaf fuuruu ajaa'ibaa rabbiin biyya kana badhaase kanaaf kunuunsa barbaachisaaf sona itti dabaluun misoomsuu feesisa.

Ardaa yaala hawaasaa, baasii malee baroota hedduuf qabaataaf dhabaa, ykn dureessaaf hiyyeessas yaalaan dawaa ta'ee, fayyisa. uumama akka namaa hawaasa wal'aanatu. Burqaa bara dheeraa dhala namaaf jiraatu, jedhamuun kan beekkamu hawaasni maaliif itti hajamee?? Xiqqaa guddaan, fagoo dhihoo gugatee, maaf oollaa bishaan kanaatti quphata?

Hawaasni keenya hoo'aa Abbaa jibaa irraa bu'aa fayyaan walqabatu hedduu kan irraa milkaa'an! Fakkeenyaa dhukkuboota akka qorraa, Asmii ykn Xiichaa, Laamshessaa fi dhukkuboota gogaa qaamaa mammadeessan kanneen akka cittoo ykn Jenjendhaa jedhaman bishaan danfaa kana irra bubbuluun nyaataaf dhugaatii dhalee qabachuun yoo fedhan isumatti bilcheeffachuun, halkanii guyyaa bishaan kana dhiqachuun, hurka isaa irratti huccuu haguuggachuun dafqa uumamaa isaatiin dhibee irraa fayyaa akka turan beekkamaadha.

Gama birootiin bishaan hoo'aa Abbaa jibaa burqee, gaafa cirracha hawwataa qarqara hora Shaallaa tattaraaraa itti makamuuf gallola'u, simbirrootni gosa adda addaa filaamiingoof abbaa koddaa dabalatee qarqara hora shaallaatti gaafa bareedina uumamaa wajjiin wali booharsan ykn bashannansiisan qalbii tuuristoota biyya keessaaf alaa hedduu hawachuu akka danda'an shakkii hin qaban.

Kanaaf Uumamni kun midhaagina dachaa akka gabbifatan, kunuunsaaf misooma barbaachisaa akka argatan gochuun umuriin dilbii kanaa akka fooyya'uuf sona itti dabaluudhaan, caalatti hawataa ta'anii galii diinagdee biyyaa akka utubaniif, hojii guddaafi xiyyeeffannaa addaa qooda fudhattoota hunda irraa eeggama!

26/11/2025

Dilbii golaa qabnu, dhukkee irraa dhadhoofnee.
Misoomsuun dirqama galma waloof jennee!!

Arsii Lixaatti Uumama Rabbiin Tolchee uume, galtee tuuriziimii Addaa burqaa danfaa " 'aa " jedhamu qarqara argamu beektuu!

Qabeenya Rabbiin nu badhaase Dhukkee ykn Awwaara irraa dhadhoofnee misoomsuun Imala Badhaadhina hunda galeessaaf haa oolfannuun dhaamsa sirnaaf biyya keenyaati

07/11/2025

Address

Shashemene

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tourist Attractions in West Arsi zone posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Tourist Attractions in West Arsi zone:

Share