07/11/2022
Marii koree JBAH
-------------------------
Koreen JBAH Aanaa Barraak karoora hojii waliin qopheeffachuun, karooricha irratti marii bilchaataa gaggeesseera.
Haaluma kanaan Aanichatti ol'aantummaa seeraa daran ciminaan kabachiisuuf dhimmoota xiyyeeffannaa argatan keesumaa tajaajila kenninu,
Qulqullinaan
Si'oominaa fi
Dhaqqabummaa isaa bifa eeggateen hojjetamuu akka qabnu irratti waliigalameera.