Waajjira Fayyaa A/J/Dhummuugaa የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት

  • Home
  • Waajjira Fayyaa A/J/Dhummuugaa የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት

Waajjira Fayyaa A/J/Dhummuugaa
የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Fayyaa A/J/Dhummuugaa
የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት, Government Organization, .

This is the official page of the Jile Timuga Woreda Health Office,
Jile Timuga Woreda Health Office responsible for Jile Timuga Woreda's people Health.

27/05/2026
Hawaasa Muslimaa A/J/Dhummuugaa fi Bulchiinsa Magaalaa Sanbateetif, Baga Ayyaana Iid Al-Adhaa ( Arafaa) Bara hijraa 1447...
27/05/2026

Hawaasa Muslimaa A/J/Dhummuugaa fi Bulchiinsa Magaalaa Sanbateetif, Baga Ayyaana Iid Al-Adhaa ( Arafaa) Bara hijraa 1447 tiin Nagayaan isin gahe jechuun barbaada.
Guyyaan Ayaana Arafaa kun guyyaa nyaataa fi guyyaa dhugaatiiti. Kanaafuu, Qalma Udhiyyas ta'ee kan Foon alaa bitattan, foon fayyummaan isaa eegamee fi akkasuma qophiin nyaataa keessan kan qulqulina isaa eeggate taasisuun dhibeewwan daddarboo garaa kaasaa irraa of haa eegnu jechuun ergaa gorsaa keenya yeroo isinif dabarsinu gammachuu guddaani. Irra Deebiin iid mubaarak!!!

26/05/2026

"Hoggantoonni Aanaa Jiillee Baajata Pirojektootaaf Ramadameef Sirnaan Itti Fayyadamuun Qabatamaan Hojiirraa Oolchaniiru, Hoggansi Yeroo Gaafatuutu Kana" -

Doktor Ayyanaw Balay
Mootummaa Nannoo Amaaraatti Itti Aanaa Qindeessaa Pirojektii 3R-4_CACE

ከ418 ሚሊዮን ብር በላይ ወጭ የተደረገባቸው የመልሶ ግንባታ ፕሮጀክቶች ተጠናቀው በይፋ ተመረቁ---------------------------------ሰንበቴ:ግንቦት 17/2018 ዓ.ም(ጅሌ ጥሙ...
26/05/2026

ከ418 ሚሊዮን ብር በላይ ወጭ የተደረገባቸው የመልሶ ግንባታ ፕሮጀክቶች ተጠናቀው በይፋ ተመረቁ
---------------------------------

ሰንበቴ:ግንቦት 17/2018 ዓ.ም(ጅሌ ጥሙጋ ኮሙኒኬሽን)

በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ በማህበራዊ እና ኢኮኖሚያዊ ዘርፍ ከፍተኛ ፋይዳ ይኖራቸዋል የተባሉና ከ418 ሚሊዮን ብር በላይ ወጪ የተደረገባቸው የተለያዩ የመልሶ ግንባታ ፕሮጀክቶች ተጠናቀው ዛሬ ተመርቀዋል።

​ከ2013 እስከ 2014 ዓ.ም በሰሜኑ የሀገራችን ክፍል የተቀሰቀሰውን ጦርነት ተከትሎ በወረዳው በደረሰ ውድመት የወረዳው ማህበረሰብ ለዓመታት ለከፋ እንግልት እና ስቃይ ተዳርጎ መቆየቱ ይታወሳል።

በዚህም በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ የ3R ፕሮጀክት ከ418 ሚሊዮን ብር በላይ በጀት በመመደብ የወደሙ ተቋማትን መልሶ በመገንባት በ19 ቀበሌዎች ውስጥ የሚገኙ 75 የልማት ፕሮጀክቶችን ለምረቃ አብቅቷል።

​ፕሮጀክቱ ላለፉት አንድ አመት 23 የትምህርት፣ 10 የጤና እና 42 የንጹህ መጠጥ ውሃ ተቋማት በተለያዮ ቀበሌዎች ለመገንባት በእቅድ ሲሰራ ቆይቷል።

​በትምህርት ዘርፍ ያለውን ችግር ለመቅረፍ በወሰን ቁርቁር ቀበሌ የጥራት ደረጃውን የጠበቀ የተማሪዎች ቤተ-መጻሕፍት ጨምሮ በተለያዮ ቀበሌዎች 22 መማሪያ ክፍሎች በመልሶ ግንባታው ለምረቃት መብቃታቸው ተመላክቷል።በሌላ በኩል በወሰን ቁርቁር እና ባልጭ ቀበሌዎች መለስተኛ ጤና ጣቢያዎች፣እንዲሁም በ7 ቀበሌዎች ጥገና የተደረገላቸው ነባር ጤና ኬላዎችም ተጠናቀው መመረቃቸው ተገልጿል።

ሌላው በእለቱ የተመረቁት ደግሞ የንፁህ መጠጥ ውሃ ፕሮጀክቶች ናቸው።በዚህም በተለያዮ ቀበሌዎች ግንባታቸው የተጠናቀቁ 38 ንኡስ የመጠጥ ውሃ ፕሮጀክቶች ተጠናቀው የተመረቁ ሲሆን ቀሪዎችም በአጭር ግዜ እንደሚጠናቀቁ በምረቃ መርሃ ግብሩ ላይ ተጠቁሟል።

በምረቃው መርሃ-ግብር ላይ መልዕክት ያስተላለፉት የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ዋና አስተዳዳሪ አቶ አሊ ሰይድ በግጭቱ ምክንያት የወደሙ መሠረተ-ልማቶች በማህበረሰቡ ላይ ያደረሱት ስቃይና እንግልት ከፍተኛ እንደነበር አስታውሰዋል።

ይሁን እንጂ የ 3R ፕሮጀክት ባደረገው ከፍተኛ ድጋፍና ርብርብ የወደሙ የትምህርት፣ የጤና እና የንጹህ መጠጥ ውሃ ተቋማት መገንባታቸው በወረዳው በተደጋጋሚ ለሚነሱ ጥያቄዎች ተገቢውን ምላሽ የሰጠ መሆኑን አቶ አሊ ተናግረዋል።በመሆኑም ለፕሮጀክቱ ስኬት አስተዋጽኦ ላደረጉ አካላት በሙሉ በወረዳ አስተዳደሩ ስም ምስጋናቸውን አቅርበዋል።

​የኦሮሞ ብሄረሰብ ዞን ዋና አስተዳዳሪ አቶ አህመድ አሊ አባአፍሮ በበኩላቸው መንግስት በግጭት ሳቢያ የተጎዱ አካባቢዎችን መልሶ ለማቋቋም እና ልማትን ለማስቀጠል በትኩረት እየሰራ መሆኑን ገልጸዋል።አያይዘውም የ 3R ፕሮጀክት በአጭር ጊዜ ውስጥ ይህን የመሰለ ሰፊ ተደራሽነት ያለው የመልሶ ግንባታ ስራ ማጠናቀቁ ለቀጣይ የልማት ስራዎች አቅም የሚፈጥር መሆኑን ጠቅሰው የተገነቡት የልማት ተቋማትን ህብረተሰቡ ጥበቃና እንክብካቤ ሊያደርግላቸው እንደሚገባ በጥብቅ አሳስበዋል።

​ለዓመታት በንጹህ መጠጥ ውሃ እጥረት እና በጤና ተቋማት መውደም ምክንያት ከፍተኛ ስቃይና እንግልት ውስጥ ነበርን ሲሉ ተሳታፊዎች በውይይት ወቅት አስተያየታቸውን የሰጡ ሲሆን አሁን ግን ተቋማቱ በመገንባቱ ደስታችን ወደር የለውም በማለት ገልጸዋል።

በተጨማሪም በበጀት ዓመቱ በወረዳው መደበኛ በጀት የመንገድ ግንባታ፣ ለወጣቶች የሥራ ዕድል ፈጠራ የሚውሉ የሼድ ግንባታዎች እንዲሁም በዋሽ (WASH) ፕሮጀክት አማካኝነት የተለያዩ የልማት ስራዎችም ተጠናቀው እንደተመረቁ ነው የተገለጸው።

በምረቃ መርሃ ግብሩ ላይ የዞን ከፍተኛ አመራሮች፣የክልል ፕሮ

Qarmammee fayyaa waliigalaa (Comprensive Health post) Baalcii eebbisiisuf hojiiwwan jalabultii dalagamaa turan suuradhan
25/05/2026

Qarmammee fayyaa waliigalaa (Comprensive Health post) Baalcii eebbisiisuf hojiiwwan jalabultii dalagamaa turan suuradhan

23/05/2026
Waajjirri Bishaanii fi Anniisaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa suunsuma qusattuu qoraanii/ምርጥ ምድጃ/ qopheessun hawaasa keenyaf ...
20/05/2026

Waajjirri Bishaanii fi Anniisaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa suunsuma qusattuu qoraanii/ምርጥ ምድጃ/ qopheessun hawaasa keenyaf gatii xiqqaan raabsuuf haalduree isaa xumuree jira.

Kanaanis cirima bosonaa, faalama qilleensaa hir'isuu fi Naannoo keenya mijattuu waliin taanee haa uumnuu jechuun Waajiirichi ergaa dabarsee jira.

Gatiin isa tokkoo qarshii 1500 ta'uus ibsameera.

🍀🌿 Misooma Fayyaa🌿🍀×============×============×Hospitaalli Waliigalaa Kamisee Ijaarsa babal'isuutiin Gamoo Tajaajila Fayy...
20/05/2026

🍀🌿 Misooma Fayyaa🌿🍀
×============×============×
Hospitaalli Waliigalaa Kamisee Ijaarsa babal'isuutiin Gamoo Tajaajila Fayyaa Haadholii fi Daa'immanii birrii miliyoona 500 oliin Ijaaramee xumurame eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta'eeraa
-------
Dhaqqabamummaa tajaajila fayyaa fooyyessuuf dhaabbilee yaalaa fayyaa babal'isuun hojjetamaa jira.

Dhaabbilee fayyaa babal'isuun tajaajila yaala fayyaa babal'isuun hawaasa fayya-buleessa, Badhaadhina biyyaa keessatti gahee bahatuu dandahu horachuu keessatti gahee olaanaa qaba.

Mootummaanis fayyummaa hawaasa eeguuf dhaabbilee tajaajila yaala fayyaa babal'isuu irratti xiyyeeffachuun uwwisa tajaajila fayyaa guddisuuf hojjechaa jira.

​ "Fayyaa uummata keenyaa ni eegna; misooma dabalataatiif nu filadha!"

​"Du'a haadholii hir'isuufi abdii daaimmanii gabbisuuf (misoomsuuf) yeroo mara ni tattaafanna!"
Hospitaala waligalaa kamise

"Paartiin Badhaadhinaa bu'uuraalee misoomaa dubbachuu qofaan osoo hin taane, Riibaanii kutuun waadaa seene lafa irratti ...
20/05/2026

"Paartiin Badhaadhinaa bu'uuraalee misoomaa dubbachuu qofaan osoo hin taane, Riibaanii kutuun waadaa seene lafa irratti agarsiisaa jira"-
Obbo Ahmad Ali Abbaa Afroo

Godina Saba Oromoo Magaalaa Kamiseetti ijaarsi pirojektii bal'isuu tajaajila Haadholii fi Daa'immanii Hospitaala Waliigalaa Kamisee qarshii miiliyoona 500 oliin ijaarrame xumuramee, eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta'eera

Sirna eebbaa kana irratti Itti Gaafatamaan Biiroo Fayyaa Naannoo Amaaraa Obboo Abdulkariim Mangistuu, Itti Gaafatamaan Biiroo Industrii fi Invesitmentii obbo Indiris Abduu, Bulchaan Ol'aanaan Bulchiinsa Saba Oromoo Obboo Ahmed Alii Abbaa Afuroo,Itti Gaafatamaa Qajeelcha Fayyaa Godina Saba Oromoo Obboo Usmaan Alii,Hogganaa Hospitaala Kamisee Obboo Khaalid Musxafaa Dabalatee Hoggantoonni Naannoo fi Godinaa Argamaniiru.

Bulchaan Ol'aanaan Bulchiinsa Saba Oromoo obbo Ahmed Alii gama isaaniitiin, pirojektiin kun rakkoo yaalaa hawaasichaa hundee irraa kan furu ta'uu ibsaniiru. Paartiin Badhaadhinaa bu'uuraalee misoomaa dubbachuu qofaan osoo hin taane, riibaanii kutuun waadaa seene lafa irratti agarsiisaa jiraachuu isaa dubbataniiru.

Itti Gaafatamaan Biiroo Fayyaa Naannoo Amaaraa Obboo Abdulkariim Mangistuu, fayyaan bu'uura ijaarsa dhalootaa ta'uu eëranii, mootummaan ittisa fi yaalii qulqullina qabu irratti xiyyeeffannoo kennee hojjachaa jiraachuu dubbataniiru. Keessattuu, tajaajilli hospitaalichaa waraqaa-malee (digital) ta'aa dhufuun isaa jijjiirama guddaa tahuu ibsaniiru. Biiroon Fayyaa gara fuulduraattis tajaajilichi caalaatti akka lafa qabatu ogeessota dabalataa fi meeshaalee yaalaa ammayyaa guutuuf akka hojjatu waadaa galaniiru.

Maddi Ragaa:-Qajeelcha Kominikeeshinii Godina Saba Oromooti.

Address


Telephone

+251331180059

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Fayyaa A/J/Dhummuugaa የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waajjira Fayyaa A/J/Dhummuugaa የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጤና ጽ/ቤት:

  • Want your organization to be the top-listed Government Service?

Share