Robe City Communication Office

Robe City Communication Office Kenninsa Odeeffannoo Mootummaa fi Qunnamtii Ummataa Odeeffannoo sirrii fi wahitawaa hawaasa keenya biraan gahuu.

02/06/2026
02/06/2026
01/06/2026

የኢትዮጵያ ሕዝብ አስደናቂም ተአምረኛም ሕዝብ ነው። ከፈጣሪ በቀር ሕዝባችንን አሟልቶ ሊያውቅና ሊገመግም የሚችል ማን ነው? የዳበረ ባህል፣ ሀገር ወዳድና የወል መሻቱን መጠበቅ የሚችል ሕዝብ መሆኑን በዘንድሮው ምርጫ ዳግም ለዓለም አሳይቷል። በዛሬው ታሪካዊ ዕለት፡-

• የሌሊቱ ብርድና ጨለማ ያላስፈራቸው፣
• የቀትሩ ፀሐይና ድንገተኛ ዝናብ ያልበገራቸው
• ሠርግ፣ ኀዘን፣ ወሊድና ሌሎች ማኅበራዊ ሁነቶች ያላገዳቸው፣
• ረጃጅም ሰልፎች ያላታከታቸው፣
• የአካል ጉዳት ድምጽ ለመስጠት ያልገደባቸው፣
• ሕመም እና እርጅና የሀገር ተስፋን ከማየት ያላገዳቸው፣
• የነገ ሀገር ተረካቢ ጨቅላ ልጃቸውን ማዘል ያላደከማቸው፣
• ከምንም በላይ የጠላት ጩኸትና ማስፈራሪያ ያላስቆማቸው ዜጎች፤

በብዙ ውጣ ውረዶች መካከል (against all odds) ያሳያችሁት ጽናት ለዴሞክራሲና ለሀገር ሕልውና የተከፈለ ነውና ከልብ የመነጨ ምስጋና ይገባቸዋል፡፡

ይሄንን ሕዝብ ማገልገል መታደል ነውና ተመራጮች ያከበራችሁን አክብራችሁ ለዴሞክራሲ ሥርዓት ዋጋ የከፈለውን ይሄንን ሕዝብ በንጽሕና ለማገልገል ያብቃችሁ።

Uummanni Itoophiyaa dinqisiisaafi ajaa'ibsiisaadha! Uumaa malee uummata keenya guutummaan beekuufi gamaaggamuu kan danda'u eenyu? Aadaa gabbataa, uummata biyya jaallatuufi fedhiisaa waloo eeguu danda'u ta'uusaa filannoo baranaatiin irradeebiidhaan addunyaatti agarsiiseera. Guyyaa seena-qabeessa har'aatiin:
- Qorriifi dukkanni halkani kan isaani hin sodaachifne,
- Aduun saafaafi bokkaan tasaa kan isaan jilbeenfachiifne,
- Cidhi, gaddi, da'umsiifi taateewwan hawaasummaa kanbiroon kan isaan dhorkine,
- Hiriironni dhedheeroon kan isaan hin nuffisiifne,
- Qaama miidhamtummaan sagalee kennuuf kan isaan hin daangessine,
- Dhukkubniifi dullumni abdii biyyaa arguuf kan isaan hin dhowwine,
- Daa'imasaanii kichuu bor biyya dhaalu baatanii filuun kan isaan hin dadhabsiifne
- Hundumaa caalaa lammiilee iyyiifi sodaachiifni diinaa isaan hin dhaabsifne,
Ciminni bu'aa bayii hedduu keessatti agarsiiftan gatii diimokraasiifi jiraachuu biyyatiif kanfalame waan ta'eef galata guddaatu malaafi.

Uummata kana tajaajiluun carroomuu waan ta'eef filatamtoonni warra isin kabajan kabajjanii uummata sirna diimookraasiif gatii baase kana qulqullummadhaan tajaajiluuf isin haa gahu.

The people of Ethiopia are an extraordinary and remarkable people. Other than the Creator, who can truly know and assess our people in their entirety? Through this year’s election, Ethiopians have once again shown the world that they are a people with a rich culture, deep patriotism, and the ability to safeguard the common good.

On this historic day:

* Citizens who were not intimidated by the cold and darkness of the night,
* Who were not deterred by the midday sun or sudden rain,
* Whom weddings, funerals, childbirth, and other social obligations did not prevent from participating,
* Who were not wearied by long lines,
* Whose physical disabilities did not stop them from casting their vote,
* Those whose illness and old age did not prevent from witnessing the hope of their country,
* Who were not exhausted by carrying their infant children; the future inheritors of the nation,
* And above all, whom the shouting and threats of enemies could not intimidate or stop;

The perseverance you demonstrated amid many challenges and hardships, against all odds, was a contribution made for democracy and for the very survival of the nation. For this, you deserve heartfelt gratitude.

It is a privilege to serve such a people. Therefore, may those who have been elected honor the trust placed in them and serve this people, with integrity and sincerity! A people who have paid a great price for the democratic system. May you be worthy of that responsibility.

01/06/2026
01/06/2026

Filannoo Dimokraatawaa fi haqa qabeessa. Yaada Kaadhimamaa Paartii Walqixxummaa fi Bilisummaa kan ta'aniif Paarticha bakka bu'uun mana marii bakka bu'oota ummataatiif dorgomaa kan jiran Obbo kennan.

Sagaleen kiyya biyya kiyyaaf gati guddaa qaba jechuun ganama deesse Waaree booda filatte. Addee  .➖➖➖Robe City Communica...
01/06/2026

Sagaleen kiyya biyya kiyyaaf gati guddaa qaba jechuun ganama deesse Waaree booda filatte.
Addee .
➖➖➖
Robe City Communication Office


Addee Kumiyyii Amaan jiraattuu magaalaa Roobee kutaa magaalaa Zeyibala Walashee Ganda Odaa Roobeeti.

Guyyaa har'aa ganama deesse. Waaree booda qaamni ishee jajjabaachuu hubannaan sagaleen kiyya biyya kiyyaaf gati guddaa qaba jechuun of jajjabeesitee filachuuf murteessuun bakka ciistuu kaatee Buufata Filannoo Humna Ifaatti argamuun sagalee ishee kennitee jirti.

Waajjira Kominikeeshinii Magaala Roobee

Filannoon Biyyoolessaa Marsaa 7ffaan Dimokraatawaa fi haqa qabeessa jedhan Kadhimamaa Paartii Walqixxummaa fi Bilisummaa...
01/06/2026

Filannoon Biyyoolessaa Marsaa 7ffaan Dimokraatawaa fi haqa qabeessa jedhan Kadhimamaa Paartii Walqixxummaa fi Bilisummaa Obbo .
➖➖➖
Robe City Communication Office


Filannoo Biyyoolessaa marsaa 7ffaa gaggeefamaa jiruun Paartii Walqixxummaa fi Bilisummaa bakka bu'uun mana marii bakka bu'oota Uummataatiif kan dorgoman Obbo Jamaal Abdullaahi buufata Filannoo Mana barumsa sadarkaa 2ffaa Madda Walaabutti sagalee kennaniiru.

Sagalee Filannoo erga kennani booda yaada Obbo Jamaal Abdullaahi kennaniin Filannoo Biyyoolessaa marsaa 7ffaan Dimokraatawaa fi haqa qabeessa ta'uu mirkaneefadheera jedhaniiru.

Dabalataan bakka kaadhimamtoonni fi deeggarattoonni paartii isaanii jiran hundatti akkaataan itti sagalee kennaa turan dhiibbaa kamirraayyuu biliisa kan ta'ee fi mirga lammummaa isaanii karaa Dimokraatawaa ta'een kan itti fayyadaman ta'uu ibsaniiru.

Waajjira Kominikeeshinii Magaala Roobee
Oromia Communication Bureau
Oromia Prosperity Party / OPP /
Prosperity Party - ብልፅግና

01/06/2026
01/06/2026

“ኢትዮጵያ ትቀጥላለች፣ ኢትዮጵያ ትበለጽጋለች፣ የኢትዮጵያ ታሪክ ይቀየራል፤ በኢትዮጵያ ውስጥ ጠንካራ ሀገረ መንግስት እንገነባለን ”

ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር)

Address

Robe

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Robe City Communication Office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Robe City Communication Office:

Share