Waldaa Dargaggoo Ganda Odaa Roobee

Waldaa Dargaggoo Ganda Odaa Roobee public

Waggaa 10 keessatti fakkeenya badhaadhinna afrikaa fi addunyaas ta'uu
hiyyummaa irraa bahuu fi hiyyeessota nuu gadi jiran, badhhaadhinni haala kamiin akkamitti yoo hojjatame akka argamu barsiisuudhaan gargaaruu dha.

06/05/2025
06/05/2025
06/05/2025

Imalli duudhaa ganamaa ijaaruu haaromsa aadaan milkaa'a!
=
Mootummaan Naannoo Oromiyaa Cabiinsa Aadaa muudate fayyisuun dhalootni Aadaa duudhaafi safuu ganamaatti deebi'uun beekumsa xabboo Abbootii isaarraa dhaale osoo hin gatiin Addunyaa dijitaalawaa waliinis qixa barbaadamuun kaayyoofi galma barbaadamuuf qofaaf teknolojiittis akka gargaaramu haaromsa aadaa gaggeessuun barbaachisee jira.

Haaromsi Aadaa, Aadaa hojii fooyyessee dinagdee biyyaa humneessa.Kanaanis guddina hawaasummaafi dinagdee biyyattii keessattis shoora olaanaa taphata.

Haaromsi Aadaa kun,kaayyoowwan gooroo beekumsa oomishuu,diinagdee Oromoo ceesisuu,Aartii Oromoo haaromsuun humneessuu, Aadaa Oromoo Caaseffamaan sirnoomsuufi miidiyaafi kominikeeshinii karaa beekumsaafi ogummaa giddugaleeffateen gaggeessuun jijjiiramni hunda galeessi naannicha keessatti akka argamu kaayeffatamee hojjetamaa jira.

Jijjiirama hunda galeessa ta’e biyyattii keessatti fiduufis ta'e dhaloota boru biyya kana itti fufsiisan qabaachuuf haaromsi aadaa murteessaadha. Dhalootni safuufi safeeffannaan angafoota isaa kabajuun wal dhageettii qabaatee, beekaan wallaalaa isaa gorfachuudhaan abdii egeree biyyaaf abdataman oomishuu dandeessisa.

Kanuma bu'uureffachuun, Mootummaan Naannoo Oromiyaas Hawaasa sadarkaan jiraniif, dargaggoota dabalatee yeroo garaagaraatti marii dhimma haaromsa Aadaarratti xiyyeeffate gaggeessaa jira.

Odeeffannoo Dabalataa Argachuuf;

https://www.facebook.com/oromiabc
------
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
------
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
------
YouTube:
https://www.youtube.com/
------
TikTok: tiktok.com/
------
kallachaOromia: https://m.facebook.com
Whapp:https://whatsapp.com/channel/0029VbAXcNtAu3aRrGAUuV28

16/08/2024

ነሐሴ 17፣ 2016 ዓ.ም በአንድ ጀምበር 600 ሚሊዮን ችግኞችን በመትከል ዓሻራችንን እናኑር::

በአንድ መንፈስ በመላው ኢትዮጵያ ዓሻራችንን እናኑር፡፡ አንድ ከሆን ከዚህም በላይ እንችላለን!

አዋቂዎች ከ20 በላይ፣ ታዳጊወች ከ10 በላይ በመትከል ለሀገር ያለንን ፍቅር፣ ለትውልድ ያለንን ስጦታ በተገቢው ስፍራ እንግለጥ፡፡

Hagayya 17/2016 guyyaa tokkotti biqilruuwwan miliyoona 600 dhaabuudhaan ashaaraa keenya haa keewwannu.

Guutummaa Itoophiyaatti qalbii tokkoon ashaaraa keenya haa keewwannu. Yoo tokko taane kana caalaayyuu ni dandeenya!

Gaheessonni biqiltuuwwan 20 ol, gaammeewwan immoo 10 ol dhaabuudhaan jaalala biyyaaf qabnu, kennaa dhalootaaf qabnu bakka malutti haa mul'ifnu.

16/08/2024

የመደመር ትውልድ ነገን የሚተልምበት ፣ ከትናንት ዝክርና ምሬት፣ከዛሬ ጭንቀትና ደስታ የተሻገረ ምናብ ሊኖረው ይገባል፡፡

16/08/2024
03/08/2024

Address

Ganda Odaa Roobee
Robe

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Dargaggoo Ganda Odaa Roobee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waldaa Dargaggoo Ganda Odaa Roobee:

Share

Category