Garreen Balee Diinshoo

Garreen Balee Diinshoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Garreen Balee Diinshoo, Political organisation, Robe (1).

Godina Baalee Aanaa Diinshoo   kana fakkatu gabayaa Diinshoof dhihessite
05/09/2023

Godina Baalee Aanaa Diinshoo kana fakkatu gabayaa Diinshoof dhihessite

01/09/2023
01/09/2023
01/09/2023
Qorannoon garagaraa akka jedhutti, Jireenya isaa keessatti dhiirri shamarran caalaa yeroo isaa mana fincaanii keessatti ...
01/09/2023

Qorannoon garagaraa akka jedhutti, Jireenya isaa keessatti dhiirri shamarran caalaa yeroo isaa mana fincaanii keessatti dabarsa. Innis, mana fincaanii bobbaa bahuuf qofa osoo hin taane yaada isaa walitti sassaabbachuuf, bilbila fayyadamuuf, dubbisuu fa'aaf itti gargaarama jedha. Kana gochuun garuu sirrii miti. Sababni isaas, rakkoo garagaraaf nama saaxiluu danda'a. Fknf, Dhukkuba Gogiinsa garaa, dhukkuba kintaarotii fi kkf.
Galatoomaa!!!
Halkan gaarii!!

01/09/2023

Yeroo ulfaa wol-qunnamtii saalaa gochuun miidhaan hammaataan inni ulfa irratti fidu hin jiru. Kanaaf haati ulfaa takka yeroo ulfaan jirtu kamiin irrattuu, miirri dhukkubbii yoo hin jiraannee fi fedha yoo qabaatte, qunnamtii saalaa gochuu ni dandeetti. Haa ta'u malee yoo dhiigni ykn dhangala'aan gadaamessaa bahu/jiguu jiraatee fi ciniinsuu irra jiraatte qunnamtii gochuu hin qabdu.
---
Fayyaa dahaa, fayyaa ta'aa!
Horaa, bulaa, deebanaa!
---
Dr. Nuredin Luke

10/06/2022

Beekkumsa W/Galaa Fayyaa Faayidaa Dhokatoo Walqunnamtii saalaa March 4, 2022 Shaku Umer = Walqunnamtiin saalaa gammachuu miira keenyaa qofaaf osoo hin taane fayyummaa qaama keenyatiifis murteessadha. Mukaa’uu irra jalqabee hanga kaanseriif saaxilamuu hir’isuu danda’a. Jaalalleewwan lama warra ...

10/06/2022

Hay oromoo mee dawwadhaa gorsa gorsa caaluu galatomii

Address

Robe (1)

Telephone

+251910000454

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Garreen Balee Diinshoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share