Waajjira Qindeessaa Nageenyaa fi Misooma Mootummaa Naannoo OR,BG,Fi GM

Waajjira Qindeessaa Nageenyaa fi Misooma Mootummaa Naannoo OR,BG,Fi GM Nagaan Hunda Keenyaaf!

Page/Fuula kana irratti Arrabsoo Qomoo fi Qomoo Walitti buusuuakkasumas Nama kaamiin iyyu kan ilaallatu Maxxansuun Seeraan Nama Gaafachiisa

የእንኳን አደረሳችሁ መልዕክትየክረምቱ ጭጋግ አልፎ የመስከረም መባቻ የሰው ልጅ በደስታ ብርሃን ደምቆ ፍሰሃና ደስታ ከፊቱ በደመቀ ብርሃን የማይሞላ የለም። በበጋው ዋዜማ የአመት ትልሙን ያቅዳ...
10/09/2022

የእንኳን አደረሳችሁ መልዕክት
የክረምቱ ጭጋግ አልፎ የመስከረም መባቻ የሰው ልጅ በደስታ ብርሃን ደምቆ ፍሰሃና ደስታ ከፊቱ በደመቀ ብርሃን የማይሞላ የለም። በበጋው ዋዜማ የአመት ትልሙን ያቅዳል፣ ተስፋን ይሰንቃልብሎምስኬቱን ያልማል። የክረምት ማለፍን የሚደሰት የሰው ልጅ ብቻ ሳይሆን እንስሳት እና አራዊትም የደስታን ከበሮ ይደልቃል። አዋፋት ይዘምራሉ፣ ምድር በአዴይ አበባ ተሸበርቃለች፣ በምድር ታዛስር የተጠለሉ የእግዜር ፍጡራን በብርሃን ሃሴት ይደምቃሉ። የተከበራችሁ የኦሮሞ፣ የቤንሻንጉል ጉሙዝ እና የጋምቤላ ህዝቦች ሆይ እንኳን ለዚህ ተናፋቂና አዲስዓመት እንኳን አደረሰን።
ያሳለፍነው ዓመት አገራችንና ህዝባችን ያላ የውያላሳለፈው ግፍ መከራና ስቃይ የለም። ከክረምት ወደ በጋ ተሸጋገርን ብለን ስናስብ ጸረ-ሰላም ሀይሎች ህዝባችን በአብሮነትና በአጋርነት እንዳይኖር የተለያዩ አጀንዳዎችን እየፈጠሩ በዘር በሃይማኖት ሲከፋፍሉን ወደ አሳለፍነው ጭጋጋሙ የክረምት ጊዜያት እንድን መለስ ያደረጉንን ሁሉ ተቃቁመን እንን ለብርሃናማው ጊዜ አደረሰን''
የሰላምእጦት፣ የኑሮውድነት፣ ደስታ፣ ተድላናትካዜ፣ የፖለቲካውጥረት፣ የውጭጫና ውጥረት እንዲሁም መሰል ኩነቶች ከበርካታ ጥቂቶቹ ህዝባችንና አገራችን ያሳለፉት ክስተቶች ናቸው።
የተከበራች ሁየኦሮሚያ፣ የቤንሻንጉል ጉሙዝ እና ጋምቤላ ክልል ህዝቦች፣ አብሮነታችሁን እና አጋርነታችሁን አጥብቀው የሚጠሉ በርካታ ሃይሎች እያለባችሁ፣ በጠላቶቻችሁ ሴራና ተንኮል ሳትንበረከኩ፣ ባህሎቻችንና አብሮነታችሁን ተከባብራችሁ የበላይነታችሁን እንደ አሳያችሁት ሁሉ እንን ከክረምቱ ወደ በጋው ተሸጋገራችሁ' '
ዛሬም እንደ ትላንቱ ጠላት የሚያስቀምጥልንን ፈተናዎች ሁሉ በጋራና በአብሮነት አሸንፈን እንደምናልፍ ባለ ሙሉ ተስፋ ነኝ' ያሳለፍነውን የመከራ ጊዜ ዳግም እንደማናየው እምነቴ ነው፣ በመሆኑም አንድነት ሀይል በመሆኑ በቁጭትና በአትኩሮት እጅ ለእጅ ተያዘን አብሮነታችንን፣ ባህላችንን፣ ወጋችንን፣ እና ማንነታችንን አክብረን እንድንኖር መልዕክቴ ነው' በድጋሜ እንን ለ2015 ዓመተ ምህረት የአዲስ ዘመን መለወጫ በዓል በሰላምና በፍቅር አደረሰን' ዘመኑ የሰላም የፍቅርና የብልፅግና ይሁንልን'
ፈጣሪ ኢትዮጵያንና ሕዝባን ይበርክ
ፊሮምሳ ሰለሞን
የኦሮሚያ፤ቤኒሻንጉል-ጉሙዝናየጋምቤላየጋራሰላምናልማትማስተባበሪያጽ/ቤትሃላፊ
Ergaa Baga Geessanii
Ganni yeroo darbuu fuulli nama hundumaa gammachuudhaan guutamee ifa. Bara haaraaf Ni karoorsa, Ni Abdata, firii abdii isaas hawwiidhaan ni eeggata. Ganni darbuun isaa kan gammadu dhala namaa qofaa osoo hin taanee binensootnii fi ilbisoonni iyyuu ni gammadu, sinbirri ni wacciti Abaaboon ni daraarti, fuul-dura namaatti ifti ni mul`ata. Kabajamtoota Ummaatoota Oromoo, Beenishaangul Gumuzi fii Gambeellaa baga geessaan, kanaan gahuu keessaniif Bagaa gammaddan baga gamdnee.
Bara dabarsinee keessa ummaanni biyya keenyaa fi Biyyi keenyaa qormaataa fi wantoota nutii hin dabarsine hinjiru. Ganna Meeqa dabarree bara tokkotti Ganna Jibbaa, Waal-qoodaa fi Ummaanni Keenyaa akka walii wajjin hin jiraanneef diinni ajandaa badii nuttii facaasee yeroo ganna nutti taasisee dabarsinee baga ifa Booqaa birraan nu gahee.
Uummanni keenya kan naannoo Oromiyaa, Beenishaangul Gumuzi fi Gambeellaa wal wajjin jireenya keessan kan jibbu bay`een osoo jiruu, shirrii gara garaas osoo xaxamuuu hin jilbefatiin Aadaa, fi Dudha Afaan walii kabajuun Olaantummaa keessan akkuma agarsiistani gannicha keessa baatan baga ifatti baatan.
Ammas fuul durattii Qormaataa Dinni nuuf kaa`uu waaliin akka injifannuu abdii guddaanq aba. Lammata Gannicha dabarsine sana akka hin argines nan amanaa. Kanaafis, Tokkummaan Humna waan ta`eef xiiqeffannee xiyyeeffannee harka wal qabannee Aadaa, Duudhaa, Afaanii fi EenyuummaaWalii kabjnee akka jiraannuun dhaamsa kooti Baga Bacaqii Gannaa Baatanii ifa Booqaa birraa argitan.
Firoomsaa Solomoon
Itti Gafatamaa Waajjira Qindessaa Nageenyaa fi Misooma Waloo Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Benishangul Gumuz fi Gambellaa

Waxabajjii 29,2014 Waajjirri Qindeessaa Nageenyaa fi misooma Waloo mootummaa Naannoo Oromiyaa,Beenishaangul Gumuz fi Gam...
07/07/2022

Waxabajjii 29,2014
Waajjirri Qindeessaa Nageenyaa fi misooma Waloo mootummaa Naannoo Oromiyaa,Beenishaangul Gumuz fi Gambeellaa Marii Nageenyaa Ummaata Naanno Oromiyaa fi Beenishaangul Gumuz Aanaalee fi Gandootaa Waldangeessanii Magaalaa Naqamteetti geggeesse. Maarii kana irraatti Qaamooleen himaataan Nageenya ofii Kan Eeggatuu Abbuma isaa ta`uu fi Dhimma Buqqatootaa irratti ciminaan hojjetamuu akka qabuu kaasaaniiru.

OBG  caamsa  27 Waajjirri Qindeessaa Nageenyaa fi Misooma Waloo Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Beenishaangu' Gumuz fi Gambe...
04/06/2022

OBG caamsa 27 Waajjirri Qindeessaa Nageenyaa fi Misooma Waloo Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Beenishaangu' Gumuz fi Gambeellaa Koree Cimdii Dhimmoota Nageenyaa fi Misoomaa Waloo irratti Hojjetan Hundeessa.
Aanaa Diggaa Magaala Guddattu Arjoottuu Maree Guyyaa hara'aa taasimeen Aanaalee fi Gandoota Naannoo Oromiyaa fi Beenishaangul Gumuziin waldaangeessan, Aanaa Gimbii, Ganda Joogiri fi Tolee, Aanaa Diggaa, Ganda Biqiltuu Guddinaa,Dagaaga Dhidheessaa,Malkaa Bayeetti fi Lalistuu Diimtuu Aanaa Saasiggaa, Ganda Biqiltuu Shonkooraa fi Lalisaa Bareedaa , Aanaa Mijigaa , Ganda Xankaara,wirinkaa fi Hawwaasa Seennee hirmaachisee Dhimmoota Nageenya fi misooma waloo ilaalchisee karaa Itti Gaafatamaa Waajjira Qindeessaa Nageenya fi Misooma waloo kan ta'an obbo Firoomsaa Solomoon Barbaachisummaa Koree Cimdii Hundeessun ergaa ibsamee booda Leenji Gabaabaan karaa Obbo Taarikuu Baqqalee erga kennamee , Hawwasni maree bal'aa geggeessee kanaan duras walii wajjiin jiraachaa turuuf gara fulduraattis Nageenya isaanii fi Misooma isaanii tikfachuu akka qaban erga ibsani boodaa dhuma irratti sanadi waligaltee Aanaalee fi Aanaalee Akkasumas Gandoota wal Daangeessan kanaan mallatteeffameera

23/05/2022
23/05/2022

Address

Nekemte

Telephone

+251972306080

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Qindeessaa Nageenyaa fi Misooma Mootummaa Naannoo OR,BG,Fi GM posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waajjira Qindeessaa Nageenyaa fi Misooma Mootummaa Naannoo OR,BG,Fi GM:

Share