05/12/2025
"Waliigaltee Dimookraatawaa Tokkummaa Sabdaneessaaf "
Sadaasa 26/2018 #
Yuuniversitiin Wallaggaa Ayyaana Sabootaaf Sablammootaa fi uummattoota Itoophiyaa 20ffaa Mata Duree "Waliigaltee Dimookraatawaa Tokkummaa Sabdaneessaaf " jedhuun guyyoota 5'f sirnoota garaagaraan kabajaa ture maree paanaaliin gaggeeffamaa Jira.