Ejensii Mirkaneessa Gahumsa Ogummaa Oromiyaatti - Damee Naqamtee

Ejensii Mirkaneessa Gahumsa Ogummaa Oromiyaatti - Damee Naqamtee Government services

27/03/2026
  10,2018  Mirkaneessa Guhumsaa Ogummaa Oromiyaa Damee Naqamtee Qulqullina Hojii Madaallii Gahumsaa Ogummaa irratti Mari...
19/03/2026

10,2018
Mirkaneessa Guhumsaa Ogummaa Oromiyaa Damee Naqamtee Qulqullina Hojii Madaallii Gahumsaa Ogummaa irratti Mari'ate.
EMGOOn Damee Naqamtee Hojjettoota fi Supervizeeroota Damiichaa waliin Qulqullina hojii Madaallii Gahumsaa Ogummaa , Hojii irra Oolma Qajeelfamoota Madaallii fi Kenna Tajaajila Motummaa irratti mar'atee jira. Bu'uuruma kanaan Supeervizeerrii hojii madaalliif bobbaa'uu qulqulliinaa hojii madaallii eeguu, eegsiisuu fi kenna tajaajila Mootummaa saafisa , qulqullina qabu kennuu akka qabu irratti mar'iatee jira.

03/02/2026
  16,2018Hordoffii fi Gamaaggamnii raawwii karoora hangaa kurmaana 2ffaa 2018 guyyaa 2f gaggeeffama turee xumuramee.Hord...
24/01/2026

16,2018
Hordoffii fi Gamaaggamnii raawwii karoora hangaa kurmaana 2ffaa 2018 guyyaa 2f gaggeeffama turee xumuramee.
Hordoffii fi gamaaggamnii guyyaa lamaaf Garee Ejensii Mirkanessa Gahumsaa Ogummaa oromiyaa irra dhufan waliin gaggeeffama turee raawwii karoora hanga kurmaana 2ffaa bara 208 ilaalama turee, Ciminaa fi hanqinaalee raawwii karoora keessatti mul'atan adda baasuun ciminaaleen turan daaran cimee akka itti fi hanqinaalee rawwii karoora keessatti argaman galtee kurmaana itti aanuu ta'ee xiyyeeffannoo akka hojjetamuu irratti waliif galuun gamaggamichi xumuraamee jira.

Amajjii 15,2018  fi Gamaaggama hojii hanga kurmaana 2ffaa 2018 Garee Hordooffii fi Gamaaggama  Ejensiin Mirkanessaa Gahu...
23/01/2026

Amajjii 15,2018
fi Gamaaggama hojii hanga kurmaana 2ffaa 2018 Garee Hordooffii fi Gamaaggama Ejensiin Mirkanessaa Gahumsaa ogummaa Oromiyaa irra dhufan waliin gaggeeffamuu eegale. Hordoffii fi Gamaaggamni gaggeeffamuu kana keessattis Ciminaalee, Hanqinaalee raawwii hojii keessatti mul'atan ilaaluun kallatti hojii kurmaana itti aanuu ni keennama.

  Mala madaaltuummaa guyyaa sadiif gaggeeffama turee xumuraamee.Ejensiin Mirkaneessa gahumsaa Ogummaa Oromiyaa yeroo yer...
16/01/2026

Mala madaaltuummaa guyyaa sadiif gaggeeffama turee xumuraamee.
Ejensiin Mirkaneessa gahumsaa Ogummaa Oromiyaa yeroo yeroottii tajaajila Madaallii Gahumsaa Ogummaa akka nannootti keennuu hawaasichaatti itti dhiyyeenyan tajaajila guutuu ta'ee kennuuf horanna madaala irratti xiyyeeffannoo keenne hojjecha jira. Bu'uuruma kanan EMGOO Damee Naqamtee irratti Leenjiin Ogeessoota 'Industry' Ogummaa gosa adda addaatiin OS haaraan 'Holistic'n Madaalamanii gahoomani jiran guyyoota sadiif leenjii mala madaaltummaa leenji'a turan qabataman bifa diraaman agarsiisuun hojii madaallii gahumsaa ogummaa qulqullina fi amanammummaan raawwachuuf sirna kaakuu rawwaatanii Sartifikeetiin keennameefi jira.

Address

Oromia
Nekemte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ejensii Mirkaneessa Gahumsa Ogummaa Oromiyaatti - Damee Naqamtee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Ejensii Mirkaneessa Gahumsa Ogummaa Oromiyaatti - Damee Naqamtee:

Share