29/05/2026
Ibsa Gaddaa
--------------------
(Caamsaa 21,bara 2018 MMO Godina Wallagga Bahaa, Naqamtee)-Godina Wallagga Bahaa Mana Murtii Aanaa Waayyuu Tuqaatti Ofiiseera Seeraa ta'uun tajaajilaa kan turte Aaddee Gannat Fiqaaduu dhukkubaa tureen yaalamaa turteen booda du’aan addunyaa kana irraa du'aan foyamtee jirti! Manni Murtii Olaanaa Godina Wallagga Bahaa du’aan foyamuu Ad. Gannat Fiqaaduutiin gadda itti dhagayame ibsaa maatii fi firoottan isheetiif jajjabina hawwina.