East Wollega Zone Agricultural office Animal Health &Production Department

East Wollega Zone Agricultural office Animal Health &Production Department This Page Describes activities of East Wollega Zone Agriculture office Animal Health &Prod.Activiti.

11/09/2024
17/11/2023
11/09/2023
Baga bara haaraa 2016 Nagaan isiin gahee. Ayyana gaarii !!
11/09/2023

Baga bara haaraa 2016 Nagaan isiin gahee. Ayyana gaarii !!

Duula hojii Hormonii fayyadamuun Sanyii Horii foyyesuun Aanaa Wayu Tuqatti bifaa ho’aa ta’een bakkaa Hoggansa Godina, Ho...
11/10/2022

Duula hojii Hormonii fayyadamuun Sanyii Horii foyyesuun Aanaa Wayu Tuqatti bifaa ho’aa ta’een bakkaa Hoggansa Godina, Hogganoota Aanaa fi Oggeessoota Aanaa akkasumas Qonnaan bultoota Misooma Aannanii irratti hirmatan argamanitti gaafa guyyaa 01/02/2015 eegalee jira.

Sagantaa duulaan sanyii horii fooyyessuu Godina Wallagga Bahaa aanaa Leeqaa Dullachaattii bifa ho'ina qabuun jalqabee ji...
10/10/2022

Sagantaa duulaan sanyii horii fooyyessuu Godina Wallagga Bahaa aanaa Leeqaa Dullachaattii bifa ho'ina qabuun jalqabee jira.

Waajjira Qonna Godina Wallagga Bahaatti Gaagura ammayyaa hojii karoora addaan hojjetamee rabsiif qopha'ee jiru fayyadamu...
10/08/2022

Waajjira Qonna Godina Wallagga Bahaatti Gaagura ammayyaa hojii karoora addaan hojjetamee rabsiif qopha'ee jiru fayyadamummaa uummataa mirkaneessuu keessatti gahee olaanaa qaba.

Address

G2
Nek'emte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when East Wollega Zone Agricultural office Animal Health &Production Department posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to East Wollega Zone Agricultural office Animal Health &Production Department:

Share