26/06/2024
Mana barumsaa addaa Dr.Hayilee Fidaatti Barattoota kutaa 12ffaa bara kana jechuunis 2016 Qormaata seensa Yuniversitii fudhatan guyyaa isaan itti qophii wal geggeessaa godhatan!
Barri kun bara ofiis milkooftanii Maqaa Goota keenya Dr.Hayilee Fidaa itti waamsistan isiniif haa ta'u!