20/03/2026
Ergaa Baga Geessanii👇
Itti Gaafatamtuun Waajjira Daldalaa CHU fi Inveestimentii Aanaa Mi'eessoo, Aaddee Biiftuu_Abdoosh Hojjattoota Seektaraa keenya fi hordoftoota amantaa Islaamaa hundaan baga ayyaana Eid Al-Faxiri waggaa 1447 nagaan geessan jechaa; ayyaanichi kan jaalalaa, nagaa fi kan gammachuu akka ta’u siinif hawwa Hawwina,Guyyaa kana akkuma Amantaan muslimaa jedhu Rakkataa gar gaaruun Qabaataa fi dhabaniis Gammachuu akka wajjiin qooddattan abdii qabna
Ayyaana Gaarii!