Waajjiraa Aadaa fi Tuurizimii Aanaa Diiduu

Waajjiraa Aadaa fi Tuurizimii Aanaa Diiduu Qualitative

HOOLMAA GAARII!!!
25/04/2023

HOOLMAA GAARII!!!

Bagaa geessaan, irreechaa 2015 ,Malkaa soor
27/11/2022

Bagaa geessaan, irreechaa 2015 ,Malkaa soor

27/09/2022

Baagaa Ayyanaa Masqalaa kan bara 2015 nagaan geessaan, ayyanaa gaarii!!!

Uumaatnii Aanaa Diiduu hunduumtuu bagaa bacaaqii gaannaa keessaa baataanii, booqaa birraa naagaan geesaan,ayyanaa gaarii...
11/09/2022

Uumaatnii Aanaa Diiduu hunduumtuu bagaa bacaaqii gaannaa keessaa baataanii, booqaa birraa naagaan geesaan,ayyanaa gaarii!!!

22/08/2022

Iddoowaan hawaataa Tuurizimii Aanaa Diiduu, Fincaa,aa Diibboo,xabaalaa Algee, xabaalaa korree, Horaa Gaachaaraa, Ardaa jilaa Bakkee Laaloo fi k.k.f baayyeetuu jiruu kotaa dawaadhaa!!!

Kun Dalagaa dubaarttootaa Illu abbaa bor!!!
03/07/2022

Kun Dalagaa dubaarttootaa Illu abbaa bor!!!

Onsmoos Nasiib!!!
23/06/2022

Onsmoos Nasiib!!!

23/06/2022

Aanaan Diiduu Aanoolee Godinii Illu Abba bor qabduu keessaa ishee tokko yommuu taatuu, daangaan kaabaan Anaa Aallee fi Baachoo, kibbaan Godinaa shakkaa ,bahaan Godinaa kafaa,dhihaan Aanaa Noonnoo fi Aanaa Aalleetii dangooftee argaamtii.Aanaan Diiduu omiishaa bunaa,damaa,loon fi k.k.f kan keessaattii omiishaamuudhaa.kanaa malees bosoonii gurguudaan keessaattii argaamaa,bakkii haawaataa Tuurizimii fi ta,aan bayyeen ni jiruu Diiduu waaliin has miisoomsinuu!!!

Address

Gore Masha
Metu

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjiraa Aadaa fi Tuurizimii Aanaa Diiduu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waajjiraa Aadaa fi Tuurizimii Aanaa Diiduu:

Share