Bulchiinsa Ganda Gaaddisa Odaa

Bulchiinsa Ganda Gaaddisa Odaa Government survice

13/07/2023

Biqiltuu Dhaabuun Duudhaa Oromooti!

01/07/2023
Akka Ganda G/Odaa tti Qonnaa mana Boroo Nama dhunfaa...
01/07/2023

Akka Ganda G/Odaa tti Qonnaa mana Boroo Nama dhunfaa...

Hojii Boonsa!
01/07/2023

Hojii Boonsa!

Jiilli kantiibaa Magaalaa Mattuun durfamu bakka guddisa daa'immanii Abdii Borii fi daawwana qonnaa magaala  daawwatan.Wa...
30/06/2023

Jiilli kantiibaa Magaalaa Mattuun durfamu bakka guddisa daa'immanii Abdii Borii fi daawwana qonnaa magaala daawwatan.

Waxabajjii 22/ 2015 Bulchaa/Ganda Gaaddisa Odaa
Mootummaa naannoo Oromiyaa bulchiinsa magaalaa Mattuutti jiilli kantiibaa magaalichaa kabajamoo Obbo Girmaa Taarreqenyiin durfamu bakka daa'imman sababa garagaraan maatii maleeyyii ta'an itti guddatan daawwatanii jiru.

Mooraa kana keessattis oomishaalee qonnaa garagaraa naannichatti oomishamaa jiran daawwatanii gara fuuladuraatti bakka xiyyeeffannoo isaanii akka tahes kaasanii jiruu.

Kanaa malees magaalicha fi Ganda Gaaddisa Odaa keessatti oomishaalee qonnaa garagaraa fi horsiisa loonii gandicha keessatti oomishamaa jiran daawwatanii jiru.

22/06/2023
Caamsaa 20/2015 Bulchiinsa Ganda Gaaddisaa Odaatti Raayyaa Ittisa biyyaa waliin jirra jechuun ganamaan ba'e dhaaddannoon...
28/05/2023

Caamsaa 20/2015 Bulchiinsa Ganda Gaaddisaa Odaatti Raayyaa Ittisa biyyaa waliin jirra jechuun ganamaan ba'e dhaaddannoon geggeessaa jira.
Bulchiinsa Ganda Gaaddisa Odaa

Ebla 30,2015Mootummaa naannoo Oromiyaa Bulchiinsa Magaalaa Mattuutti Gandaa Gaddisaa Odaatti hojiin suphaa daandii akkum...
08/05/2023

Ebla 30,2015
Mootummaa naannoo Oromiyaa Bulchiinsa Magaalaa Mattuutti Gandaa Gaddisaa Odaatti hojiin suphaa daandii akkuma itti fufetti jira. Ganda Gaddisaa Odaa keessatti balfa karaa fi boo'o lolaa keessaa Naannoo gabaatti hojjetamaa ture har'as itti fufee gaggeeffamaa jira. Kanaan cinaattis Qindeessummaa Bulchiinsi magaalichaa taasisaniin qooda fudhattoota garaa garaa hirmaachisuun hojiilee gaggaarii hojjeechaa jiru. Akka fakkeenyaatti suphaa salphaa daandii Gandichaa fi hawwattummaa Gandichaa daraan dabaluuf qulqullina Gandaattii irratti hojjetamaa jiru hawaasichatti abdii horuu dubbatanii jiru.
Waliin taanee guddinaa fi hawwattummaa Gandaa Gaddisaa Odaa Mattuuf haa tumsinu.

Address

Oromia
Metu

Telephone

+251967012479

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bulchiinsa Ganda Gaaddisa Odaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Bulchiinsa Ganda Gaaddisa Odaa:

Share