Milkii bariisa

Milkii bariisa because of my best friend � � �.

 Barri haaraan kun Kan nagaaKan fayyaaKan rizqiiSiif haa ta'u ❤️❤️❤️Aamiiin🤲🏼🤲🏼🤲🏼🤲🏼💯💥
09/09/2025


Barri haaraan kun
Kan nagaa
Kan fayyaa
Kan rizqii
Siif haa ta'u ❤️❤️❤️
Aamiiin🤲🏼🤲🏼🤲🏼🤲🏼💯💥

18/08/2025

JIREENYI Waan HUNDA KEESSATTI Ofii keetii Jabaachuu akka qabdu SI BARSIISA.

━━━━━━━━━━━


Welcome to Ethiopia 🇪🇹 one of the best country in Africa 🌍 in terms of Road infrastructure.Please follow 👉Africa country...
13/07/2025

Welcome to Ethiopia 🇪🇹 one of the best country in Africa 🌍 in terms of Road infrastructure.

Please follow 👉Africa country's

14/06/2025
Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad(PhD) Kutaa agarsiisa dhaabbii Godambaa Saayinsii hojii eegalchiisan suuraan.
14/06/2025

Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad(PhD) Kutaa agarsiisa dhaabbii Godambaa Saayinsii hojii eegalchiisan suuraan.

14/06/2025
Gaazixeessaa   "Korma dhugaaf booratu biyyeen ija hin buutu!"  nuuf jiraadhu kormeeko Adda Leenca gurraachaa qabaadhu. ♥...
15/02/2025

Gaazixeessaa "Korma dhugaaf booratu biyyeen ija hin buutu!" nuuf jiraadhu kormeeko Adda Leenca gurraachaa qabaadhu. ♥️👌
Ten Unknown Facts About
Founding: Tesla was founded in 2003 by engineers Martin Eberhard and Marc Tarpenning,
not Elon Musk. Musk joined the company as a major investor and became its public face.
Model Naming Quirk: Tesla’s car lineup follows a playful pattern: Model S, 3, X, and Y.
Elon Musk has said it was meant to spell "S3XY," with the number 3 replacing an "E."
Battery Focus: Tesla's breakthrough isn’t just in electric cars but also in battery technology. Tesla has invested heavily in creating
powerful and long-lasting batteries, not only for cars but also for energy storage solutions like Powerwall.
Autopilot and Full Self-Driving: Tesla’s Autopilot is an advanced driver-assistance system, but it’s not fully autonomous. The
company is working on Full Self-Driving (FSD) software, which could eventually enable true autonomous driving.
Gigafactories: Tesla operates massive manufacturing plants known as Gigafactories, located in the U.S., China, and
Germany. These factories are integral to Tesla’s ability to scale production and reduce costs.
SpaceX Connection: Tesla and SpaceX, both run by Elon Musk, share more than just a CEO. The companies collaborate on technology, and
SpaceX’s Falcon Heavy rocket even launched a Tesla Roadster into space as part of a 2018 test flight.
Sustainable Vision: Tesla's mission is to accelerate the world’s transition to sustainable energy.
In addition to electric cars, the company is a leader in solar power and energy storage solutions.
Over-the-Air Updates: Tesla was the first car manufacturer to allow over-the-air software updates, letting owners
download new features and improvements to their cars without visiting a dealership.
AI and Robots: Tesla’s AI Day event introduced Tesla Bot, a humanoid robot designed to handle dangerous or

Meeshaalee Itiyoophiyaan biyyoota alaa irraa galchitu gatii madaalawaan yeroon biyya keessa akka gahaniif xiyyeeffannoon...
11/02/2025

Meeshaalee Itiyoophiyaan biyyoota alaa irraa galchitu gatii madaalawaan yeroon biyya keessa akka gahaniif xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuun himame.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 04,2017-Ministeerri Geejjibaafi Lojistiksii Itiyoophiyaafi ministeerri Misoomawwan bu’uuraa Jibuutii meeshaalee alaa galaniifi bahan yeroon bufataalee gogaa biyya keessa jiran akka gahaniifi misooma waloo biyyoota lamaanii irratti magaalaa Bishooftuutti mari'ataa jiru.

Waltajjiin marii kunis walitti dhufeenya lammiilee biyyoota lameenii cimsuun diinagdee jabeessuu,akkasumas guddina itti fufiinsa qabu fiduuf gahee olaanaa qaba jedhame.

Ministirri Geejjibaa fi Losjistiiksii Dr. Alamuu Simee bulchiinsi abbaa taayitaa koriidarii Itiyoophiyaa fi Jibuutii hundeessuun dhimma guddinaafi misoomaati jedhan.

Ministeerri misoomawwan bu’uuraa Jibuutii Hasan Humeed Ibraahim,abbaan taayitaa bulchiinsa koridarii biyyoota lameen giddutti hundeessuun guddina diinagdee,walitti hidhamiinsa dadalaafi waloon guddachuuf gahee guddaa qaba jedhan.
Biyyoonni lameen Abbaa taayitaa bulchiinsa koriidarii Itiyoophiyaa fi Jibuutii hundeessuuf mari'ataa jiran kanaan walii galtee waliif ni mallatteessu jedhamee eegama. Dagaagaa Saamu'eelitu gabaase

Jimma City , Ethiopia 🇪🇹Jimma  is the largest city in southwestern Oromia Region, Ethiopia. It is a special zone of the ...
11/02/2025

Jimma City , Ethiopia 🇪🇹

Jimma is the largest city in southwestern Oromia Region, Ethiopia.

It is a special zone of the Oromia Region and is surrounded by Jimma Zone. Prior to the 2007 census, Jimma was reorganized administratively as a Special Zone.

Jimma is served by Aba Jifar (Jimma) Airport. The airport completed a renovation in 2015 in order to accommodate larger aircraft and more passengers.

Within the city limits, people take bajajs (similar to “tuk-tuks”) or “line taxis” that are converted mini vans.

© GREAT AFRICA ✍🏿

04/11/2024

Address

Mersu
Mechara

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Milkii bariisa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share