Koochoo Dubartoota Paartii Badhaadhina Godina Saba Oromoo

Koochoo Dubartoota Paartii Badhaadhina Godina Saba Oromoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Koochoo Dubartoota Paartii Badhaadhina Godina Saba Oromoo, Political Party, kemise, Kemise.

በጸና እና በተደራጀ የሴቶች ድምፅ ኢትዮጵያን ወደ ተምሳሌት ሀገር እናሻግራለን በሚል መሪ ቃል በደዋ ጨፋ ወረዳ ብልፅግና ፓርቲ ሴቶች ክንፍ አስተባባሪነት የሴቶች የብልፅግና ፓርቲ የድጋፍ ሰ...
21/05/2026

በጸና እና በተደራጀ የሴቶች ድምፅ ኢትዮጵያን ወደ ተምሳሌት ሀገር እናሻግራለን በሚል መሪ ቃል በደዋ ጨፋ ወረዳ ብልፅግና ፓርቲ ሴቶች ክንፍ አስተባባሪነት የሴቶች የብልፅግና ፓርቲ የድጋፍ ሰልፍ በሸክላ ከተማ ተካሂዷል።

በመድረኩ ተገኝተው የእንኳን ደህና መጣችሁ መልእክት ያስተላለፉት የደዋ ጨፋ ወረዳ አስተዳደር ዋና አስተዳዳሪ አቶ መሀመድ ጌታቸው ሲሆኑ የሰልፉ አላማ ሴቶች እስከ ዛሬ ያሳዩትን ቁርጠኝነት ግንቦት 24/2018 በሚካሄደው ሀገራዊ ምርጫ ላይ እንዲደግሙ ማስቻልና ሴቶች የብልፅግና ተምሳሌትነታቸውን አጠናክረው እንዲሄዱ ማስቻል ነው ብለዋል።

የኦሮሞ ብ/ሰብ አስተዳደር ብልፅግና ፓርቲ ሴቶች ክንፍ ሃላፊ የሆኑት ወ/ሮ ፋጡማ የሱፍ ብልፅግና የሴቶችን ተሳትፎና ተጠቃሚነት ለማረጋገጥ በትኩረት እየሰራ መሆኑን ገልፀው በዚህም የሴቶች ሁለንተናዊ ተሳትፎና ተጠቃሚነት በተግባር እየተረጋገጠ ነው ብለዋል።

በሰልፉ የተሳተፉ የብልፅግና ፓርቲ አባላትና ደጋፊዎች እኛ ሴቶች ለምርጫው ሰላም ባለቤቶች በመሆን በድምፃችን ኢትዮጵያን ወደ ተምሳሌት ሀገር ለማሸጋገር ተግተን እንሰራለን ብለዋል።

21/05/2026
‎​ በከሚሴ ከተማ ብልፅግና ፓርቲ ሴቶች ክንፍ አስተባባሪነት ''በፀና እና በተደራጀ የሴቶች ድምፅ ኢትዮጵያን ወደ ተምሳሌት ሀገር እናሻግራለን'' በሚል መሪ ቃል ከከተማዋ ከተውጣጡ ሴቶች ጋ...
20/05/2026

‎​ በከሚሴ ከተማ ብልፅግና ፓርቲ ሴቶች ክንፍ አስተባባሪነት ''በፀና እና በተደራጀ የሴቶች ድምፅ ኢትዮጵያን ወደ ተምሳሌት ሀገር እናሻግራለን'' በሚል መሪ ቃል ከከተማዋ ከተውጣጡ ሴቶች ጋር የብልፅግና ፓርቲ የምረጡኝ ቅስቀሳ ሰልፍ በድምቀት ተካሂዷል።

‎በመድረኩ ላይ ተገኝተው ማብራሪያ የሰጡት የአማራ ክልል እንድስትሪና እንቨስትመንት ቢሮ ሀላፊ አቶ እንድሪስ አብዱ እንደገለጹት፤ ፓርቲው የሴቶች የፖለቲካ ተሳትፎ ጎልቶ እንዲወጣና በሀገራዊ ጉዳዮች ላይ እኩል የውሳኔ ሰጪነት ሚና እንዲኖራቸው ሰፊ ምዕራፍ ከፍቷል።

‎በተለይም ባለፉት ዓመታት የሴቶችን የኢኮኖሚ እና ማህበራዊ ተጠቃሚነት ለማረጋገጥ የተከናወኑ ዘርፈ ብዙ ስራዎች፣ ሴቶች ከኢኮኖሚ ጥገኝነት ተላቀው ራሳቸውን እንዲችሉ ጠንካራ መሠረት መጣሉን በአፅንኦት አስገንዝበዋል።

‎አቶ እንድሪስ አክለውም፣ ከፊታችን የሚጠብቀው 7ኛው ጠቅላላ ምርጫ በስኬት እንዲጠናቀቅ የሴቶች ሚና ወሳኝ መሆኑን በመጥቀስ፣ ሴቶች በሂደቱ ላይ ንቁና መሪ ተሳትፎ እንዲያደርጉ ጥሪ አቅርበዋል።

‎ሌለኛው በሰልፉ ላይ ንግግር ያደረጉት የኦሮሞ ብሄረሰብ አስተዳዳሪ አቶ አህመድ አሊ ሴቶች በምርጫ ሂደት ያላቸው ሚና እና የፓርቲው የልማት ስኬቶች ላይ ያተኮረ ሰፊ ንግግር አድርገዋል።
‎​
‎አክለውም ሴቶች በሀገር ግንባታና በፖለቲካዊ ውሳኔ ሰጪነት ያላቸው ተሳትፎ ለዴሞክራሲያዊ ስርዓት ግንባታ ወሳኝ መሆኑ አመላክቷል።

‎​በሰልፋ ላይ የተሳተፉ ሴቶች እንዳሉት፤ ብልፅግና ፓርቲ የሴቶችን ድምፅ የሚሰማና ለተግባራዊነቱ የሚሰራ ፓርቲ መሆኑን ገልጸዋል።

Itiyoophiyaa gara biyya fakkeenyummaatti MBNA bulchiinsa godina saba oromootti sadarkaa aanootaa fi magaalotaan akkasuma...
13/05/2026

Itiyoophiyaa gara biyya fakkeenyummaatti

MBNA bulchiinsa godina saba oromootti sadarkaa aanootaa fi magaalotaan akkasumas sadarkaa gandootaan wal tajjii fi hiriiraan kakaasa filannoo dubartootaan.

Dubartoonni gaachana paartii badhaadhinaati yeroo jennu sababaani.
Paartii badhaadhinaa filadhaa

ኢትዮጵያ ወደ ተምሳሌት ሀገር

በኦሮሞ ዞን አስተዳደር ስር በሚገኙ ወረዳና ከተሞች እንዲሁም በሁሉም ቀበሌዎች የሴቶች የመድረክና የጎዳና የድጋፍና የምረጡኝ ቅስቀሳ።

ሴቶች የብልፅግና ጋሻና መከታ ናቸው ስንል በምክንያት ነው
ብልፅግና ፓርቲን ምረጡ

Sagantaa buna dhugaatiin duula nu filadhaa dubartootaa Bulchiinsa magaalaa baateetti sagantaa buna dhugaa dubartootaan m...
12/05/2026

Sagantaa buna dhugaatiin duula nu filadhaa dubartootaa

Bulchiinsa magaalaa baateetti sagantaa buna dhugaa dubartootaan mallattoo paartii badhaadhinaa beeksisuu fi kakaasi nu filadhaa taasifameera.

Sagantichi sirna eebba haadhoolii ruufoo marabbaatiin kan dammaqee dha.

Paartii badhaadhinaa filadhaa

በቡና ጠጡ ዝግጅት የምርጫ ምልክት ማስተዋወቅና የምርጫ ቅስቀሳ

በባቲ ከተማ አስተዳደር በሴቶች የቡና ጠጡ ዝግጅት የብልፅግና ፓርቲ የምርጫ ምልክት ማስተዋወቅና የምረጡኝ ቅስቀሳ ተካሂዷል።

መርሃ ግብሩ በእናቶች የሩፎ መረባ ምርቃት ታጅቧል

ብልፅግና ፓርቲ ምረጡ

Waajjirri koochoo dubartootaa paartii badhaadhinaa aanaa dawaa caffaa dubartoota waliin sagantaa beeksisa mallattoo paar...
11/05/2026

Waajjirri koochoo dubartootaa paartii badhaadhinaa aanaa dawaa caffaa dubartoota waliin sagantaa beeksisa mallattoo paartii badhaadhinaa fi duula nu filadhaa Sagantaa buna dhugaatiin gaggeeffameera.

Paartiin keenya badhaadhina
Mallattoon keenya bissii qamadiiti
Badhaadhina filadhaa

የደዋ ጨፋ ወረዳ ብልፅግና ፓርቲ ሴቶች ክንፍ ለሴቶች የብልፅግና ፓርቲ የምርጫ ምልክትና የምረጡኝ ቅስቀሳ በቡና ጠጡ ዝግጅት ከሴቶች ጋር በደማቅ ሁኔታ ተካሂዷል።

ፓርቲያችን ብልፅግና ነው
ምልክታችን የስንዴ ነዶ
ብልፅግናን ይምረጡ

Waajjirri koochoo dubartootaa paartii badhaadhinaa aanaa arxummaa fursii sagantaa bunaa fi shaahii qopheessuun hojii mal...
07/05/2026

Waajjirri koochoo dubartootaa paartii badhaadhinaa aanaa arxummaa fursii sagantaa bunaa fi shaahii qopheessuun hojii mallattoo,maanifeestoo fi kaadhimamtoota paartii badhaadhinaa dubartootaaf ifoomsuu sadarkaa gandootaatiin hojjechaa jira.

Paartiin keenya badhaadhinaati
Mallattoon keenya bissii qamadii
Filannoon keenya badhaadhina
badhaadhina filadhaa

የአርጡማ ፉርሲ ወረዳ ብልፅግና ፓርቲ ሴቶች ክንፍ በቡና ጠጡ ፕሮግራም ለሴቶች የብልፅግና ፓርቲ የምርጫ ምልክት የማኒፌስቶና የእጩዎች ማስተዋወቅ ስራ በቀበሌ ደረጃ እየሰራ ይገኛል።

ፓርቲያችን ብልፅግና
ምልክታችን የስንዴ ነዶ
ምርጫችን ብልፅግና
ብልፅግናን ምረጡ

Imala Badhaadhinaa Mirkaneessuu fi Fudhatamummaa Uummataa Daraan Cimsuu!Waltajjiin qorannoo raawwii hojii Paartii fi Moo...
04/05/2026

Imala Badhaadhinaa Mirkaneessuu fi Fudhatamummaa Uummataa Daraan Cimsuu!

Waltajjiin qorannoo raawwii hojii Paartii fi Mootummaa ji’oota saglan darbanii Bulchiinsa Saba Oromootti gaggeeffamaa jiru guyyaa 2ffaaf itti fufeera.

Waltajjii qorannoo guyyaa 2ffaa kanaan Godina Saba Oromootti Karoorri Ce’umsaa rakkoo misoomaa Godinichaa furuuf qophaa’e sirnaan hojiitti hiikamaa jiraachuun isaa ibsameera. Milkaa’inni gama galmee filattootaa fi qophii filannoo biyyaalessaa 7ffaatiin argames bulchiinsi Godina Saba Oromoo fakkeenyummaan akka kaafamu kan taasiseera.

Qorannoo gaggeeffameen Milkaa’inni gama hundaan argame uummanni keenya misoomaa fi guddina irratti abdii haaraa akka horatu kan taasise yoo ta’u, hooggansi Sadarkaan jiru hojiilee Misoomaa fi keena tajaajila qulqulluu daraan ariifachiisuun abjuu misooma Ummatichaa dhugoomsuu akka qabu ibsameera. Raawwiiwwan kanaan dura galmaa’an akkamitti caalaatti gara faayidaa uummataatti jijjiiramuu akka danda’anii fi hanqinoota mul'atan irratti qabsoo hadhaawaa gochuun sirreessuuf ejjannoon waliinii kaawameera.

Olaantummaa seeraa kabachiisuu fi nagaa waaraa buusuu irratti hojiin bal’aan hojjetameen bu’aan jajjabeessaan argamuun qoratameera. Nagaa fi tasgabbiin uumame kun akka madda misoomaa fi investimantiitti tajaajilaa jiraachuun Ibsameera. akkasumas uummanni nagaa isaa irratti abbaa akka ta’uuf hojiin hirmaannaa hawaasaa caalaatti akka cimu kallaattiin kaa’ameera. Kunis mootummaa fi uummata gidduutti amanamummaa cimaa uumuuf kan gargaaru tahuun ibsameera.

Aanaaleen raawwiin isaanii gad-aanaa ta’e muuxannoo aanaalee fooyya’oo irraa fudhachuun, ji’oota hafan keessatti hojii wal fakkaataa fi uummata biratti fudhatama qabu hojjechuuf waadaa galaniiru.

Waltajjiin kun, injifannoo gama hundaan jiru kana caalaatti gabbisuun, hooggansi gaaffii uummataatiif deebii quubsaa kennuu akka qabuu fi badhaadhina hundagaleessa mirkaneessuuf kutannoo guutuun socho’uun akka barbaachisu kan irratti waliigalameedha.

Badhaadhina Waliin Gaaffiin fi Abjuun Misooma Ummata Keenyaa Hundi Ni Dhugooma!!

Paartii Badhaadhina Godina Saba Oromoo

03/05/2026
"Milkaa'inoota Jalqabaman Itti Fufsiisuun  injifannoo guddaaf ni hojjenna!" - Obbo ibree Kabbadaa***MBNA ​Bulchiinsa Sab...
03/05/2026

"Milkaa'inoota Jalqabaman Itti Fufsiisuun injifannoo guddaaf ni hojjenna!" - Obbo ibree Kabbadaa
***
MBNA ​Bulchiinsa Saba Oromoo madaalliin raawwii hojii Paartii fi Mootummaa kurmaana 3ffaa bara baajataa 2018 har'a haala miira ho'aa qabun gaggeeffamaa jira.

​sagantichii milkaa'inoota darban kan itti jabeessan, hanqinaalee kan itti addaan baasanii fi imala milkaa'aa fulduraaf galaa kan itti qabatan ta'uun ibsameera.

​sagantichii irratti argamuun ergaa kan dabarsan Ibsa Itti-aanaan Hoogganaa Biiroo Lafaa Obbo Ibree Kabbadaa akka jedhanitti; bara baajataa kanatti bulchiinsa sabichaa keessatti hojiiwwan mootummaa fi paartii hedduun bifa kallaattii qabuun raawwatamaniiru. Keessattuu, hojiiwwan filannoo ilaalchisee galmeessa filattootaa dabalatee hojiiwwan qophii keessatti raawwiin jajjabeessaan galmaa'uu isaa addeessaniiru.

​Itti dabaluun, ji'oota bara baajataa hafan keessatti hojiiwwan ijoo raawwiin isaanii gad-aanaa ta'e (KPIs) adda baasuun xiyyeefannoon hojjechuun akka barbaachisuu hubachiisaniiru. Milkaa'ina galmeessa filattootaa irratti argame bu'uura godhachuun, filannichii nagaa, diimokraatawaa fi amanamaa ta'ee akka xumuramuuf hojiin jalqabame jabaatee itti fufuu akka qabu dubbataniiru.

​Hoogganaan Waajjira Damee Paartii Badhaadhinaa Bulchiinsa Saba Oromoo Obbo Ahmad Husseen gamasaaniin:

​"Ji'oota 9'n darban keessatti pirojektoota misoomaa sadarkaa jireenya uummata keenyaa fooyyessan, qulqullina fi dhaqqabamummaa tajaajilaa akkasumas nagaa fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuu irratti xiyyeeffannoon hojjenneerra. Galteewwan waltajjii kanarraa argaman qophii filannoo biyyaalessaa 7ffaatiif akka Galteeti itti fayyadamna," jedhaniiru.

​Obbo Bokonaa Waggaa Itti-aanaa Hoogganaa Damee Siyaasaa gabaasa raawwii hojii kurmaana 3ffaa bal'inaan dhiheessanii irratti mari'atameera.

​Waltajjicharratti hooggantoonni bulchiinsa sabiichaa walii-galaa, koreen qindeessituu aanaalee fi magaalotaa argamuun hirmaannaa ho'aa taasisaa jiru.

Koomunikeeshinii mootummaa bulchiinsa godina saba oromoo

Address

Kemise
Kemise

Telephone

+251978272100

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Koochoo Dubartoota Paartii Badhaadhina Godina Saba Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share