Waajjira Aadaa fi Turizimii Aanaa Jiillee dhummuugaa

Waajjira Aadaa fi Turizimii Aanaa Jiillee dhummuugaa Social Culture Work times

27/11/2025
27/11/2025
15/11/2025
15/11/2025
15/11/2025
15/11/2025
Bishaan ho'aa Awweeytuu🔥Qabeenya uumamaa fi hawwata turizimiiti Bishaan ho'a Awweeytuu Aanaa Jiillee Dhummuugaa dangeess...
01/11/2025

Bishaan ho'aa Awweeytuu🔥
Qabeenya uumamaa fi hawwata turizimiiti
Bishaan ho'a Awweeytuu Aanaa Jiillee Dhummuugaa dangeessan karaa kaabaan marawwaa fi warra Leencaa, karaa kibbaan marawwaa fi Dullaa ,karaa baahan Dullaa fi w/leencaa ,Karaa Dhihaan marawwan dasngeeffamtti. Magaalaa Sanbatee irraa gara bahatti kiilomeetira 4 fagaattee kan argamtu yoo taatuu.

Bishaanicha hawaasni naannoo sanii faayidaa garagaraatiif itti tajaajilama.
Namooti heedduun akka dawaa/qorichatti kaanis akka bashananattii akkasumas nyaata adda addaa kan akka hanqaaquu fi yeroo birraa asheeta Boqqolloo fa'a ni affeela.

Haallii teessuma lafaa bishaan ho'aa Awweeytuu tajaajila waan hundaatiif mijjooftuudha. Qabeenya uumamaa keenya kana kunuunsu fi bu'a irra oolchun dirqama hunda keenyaati😍❤

#
South Wollo Tourism Attractionsns beautifululVisit AmhararVisit OromiaiaVisit Ethiopiaia

Address

Kemissie
Kemise
00251

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Aadaa fi Turizimii Aanaa Jiillee dhummuugaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waajjira Aadaa fi Turizimii Aanaa Jiillee dhummuugaa:

Share