ኦሮሞ ብሄረሰብ ዞን ፖሊስ

ኦሮሞ ብሄረሰብ ዞን ፖሊስ ፖሊስ እጁ ንጹህ አምሮው ብሩህ ለሰፊው ማህበረሰብ ደጀን ሆኖ የቆመ የህዝብ ልጅ ነው

Gandoota Kilaastara sadeen Aanaa Jiillee  Dhummuugaa jiran irratti mariin dhimma nageenyaafi misoomaarratti xiyeefatee h...
24/09/2024

Gandoota Kilaastara sadeen Aanaa Jiillee Dhummuugaa jiran irratti mariin dhimma nageenyaafi misoomaarratti xiyeefatee hawaasa waliin gaggeeffame.

Guyyaan har'a Gandoota Kilaastara sadeen ta'an waliin marii dhimma nageenyaaf misoomaarratti kutaa hawaasa garagaraa waliin ganda Luugoorratti bakka I/A/Bulchaaf I/G/Q/Nageenyaaf tika ummata Godina Saba Oromoo Obbo Abdu Jamaal Mahammad Saanii , Bulchaa Olaanaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Obbo Aliyyii Seid fi Colonel Solomon Hogganaa qaxanaa keenyaa ,I/A/Ispector oumer mohammed Ajajaa poolisii Godina Saba Oromoo fi Aadde Faaxuma hasen Kantibaa Magaalaa Sanbatee jiranitti
dhimma nageenyaaf misoiomaarratti
Mariin gabaabdufi ijoo gaggeeffameera.

Ragaan kominikeeshinii jiillee Dhummuugaa

በጅሌ ጡሙጋ ወረዳ ባሉት በ3 ክላስተር ላይ በወቅታዊ የጸጥታና የልማት ጉዳይ ላይ ያተኮረ ህዝባዊ ውይይት ተካሄደ።

በአብክመ ኦሮሞ ብሄረሰብ ዞን ጅሌ ጡሙጋ ወረዳ ወቅታዊ የጸጥታና የልማት ጉዳይ ላይ ያተኮረ ከተለያዩ የማህበረሰብ ክፍሎች ጋር በ3ቱም ክላስተር ውይይት ተካሄደ።

በውይይት መድረኩ ላይ የኦሮሞ ብሄ/አስቸዳደር ም/አስተዳዳሪና የሰላምና ደህንነት መምሪያ ኃላፊ አቶ አብዱ ጀማል መሀመድ ሳኒ ፣ከቀጠናችን የሀገር መከላከያ አመራር ኮሮኔል ሰለሞን ፣ የኦሮሞ ብሄ/ዞን ፖሊስ መምሪያ ኃላፊ ም/ኢንፔክር ኡመር መሀመድ፣ የጅሌ ጡሙጋ ወረዳ ዋና አስተዳዳሪ አቶ አሊይ ሰኢድ፣የሰንበቴ ከተማ ከንቲባ ወ/ሮ ፋጡሙ ሀሰን በተገኙበት በሉጎ ቀበሌ ላይ በወቅታዊ የጸጥታና የልማት ጉዳዮች ዙሪያ
አጭርና ቁልፍ የሆነ ውይይት አካሂደዋል።
ምንጭ የጅሌ ጡሙጋ ወረዳ ኮሚንኬሽን

Nageenyi_Hojii_kamiyyuu_keessaatti_Murteessa fi Iddoo Olaanaa Kan qabudha.Godina saba oromoo Aanaa Dawwee Harawaatti Mar...
24/09/2024

Nageenyi_Hojii_kamiyyuu_keessaatti_Murteessa fi Iddoo Olaanaa Kan qabudha.

Godina saba oromoo Aanaa Dawwee Harawaatti Mariin Haala Yeroo Irratti Nagaa Kabachiistoota Aanaa Waliin taasifame jira.

Nageenyi hojii kamiyyuu keessatti murteessaa waan ta'eef namni kamiyyuu eeguu fi Kunuunsuudhaaf Gahee Isaa Bahachuun Muurteessaadha.

Dhimmoota dhabamuu nageenyaatiif ka'umsa ta'an sababa ta'an waliin ta'uun tokkummaan irratti hojjennan jireenyaa dagaagsuu akkasumaas duudhaalee gaggaarii nageenya hawaasaatiif murteessoo ta'an cimsuun badhaadhumadha.

!
!

kominikeeshini Aanaa Dawee Harawaa

የመስቀል ደመራ በአል አከባበርና የግሼ ማሪያም ተጓዦችን ጥበቃ አስመልክቶ ውይት ተካሄደ # # # # # # # # #በኦሮሞ ብሄረሰብ አስተዳደር የሠላምና ደህንነት ም/መምሪያ ኃላፊ አቶ አወል...
23/09/2024

የመስቀል ደመራ በአል አከባበርና የግሼ ማሪያም ተጓዦችን ጥበቃ አስመልክቶ ውይት ተካሄደ
# # # # # # # # #
በኦሮሞ ብሄረሰብ አስተዳደር የሠላምና ደህንነት ም/መምሪያ ኃላፊ አቶ አወልጉሬን ምሮ የዞን ፀጥታ ተቋማት ማናጅመንት ፣የከሚሴ ከተማና የደዋ ጨፋ ወረዳ ማናጅመንት አመራሮች ፣የሀይማኖት አባቶች በተገኙበት የመስቀል ደመራ በአል ያለምንም የፀጥታ ችግር በአሉን በሰላም እንዲያከብሩን የግሼን ማሪያም ተጓዦችም በሠላም ደርሰው እንዲመለሱ በየደረጃው ያለው የፀጥታ ኃይል የተጠናከረ ጥበቃ፣ ፍተሻና የክትትል ስራዎችን ለመስራት የሚያስችል እቅድ ተዘጋጅቶ ኦረንቴሽን ተሰቶ የጋራ መግባባት ላይ ተደርሷል።

" ቁርጠኛ፣ ታታሪ እና ሀላፊነት የሚሰማው የፀጥታ መዋቅር በመገንባት የምንፈልገውን ሰላም እናሳካለን፡፡ " አቶ አብዱ ጀማል ***በአማራ ክልል ኦሮሞ ብሄረሰብ አስተዳደር የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ...
22/09/2024

" ቁርጠኛ፣ ታታሪ እና ሀላፊነት የሚሰማው የፀጥታ መዋቅር በመገንባት የምንፈልገውን ሰላም እናሳካለን፡፡ " አቶ አብዱ ጀማል
***

በአማራ ክልል ኦሮሞ ብሄረሰብ አስተዳደር የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ጸጥታ ተቋማት የ2016 የስራ አፈፃፀም፣ የ2017 የእቅድ ትውውቅ፣ ግምገማና የፀጥታ መዋቅሩን አቅም ለመገንባትና ለተሻለ አፈጻጸም ለማብቃት ያለመ ውይይት በሰንበቴ ከተማ የስልጠናና የግምገማ መድረክ ተካሂዷል።

የኦሮሞ ብሄረሰብ አስተዳደር ምክትል አስተዳዳሪና የሰላምና ደህንነት መምሪያ ሀላፊ አቶ አብዱ ጀማል፤ በአካባቢው ዘረፋ፣ ግድያ እና ልዩ ልዩ ወንጀሎች እንደነበሩ ጠቁመው፤ ይህንን ለመቀልበስ የአመለካከትና የተግባር አንድነት ያለው ጠንካራ የፀጥታ አካል መገንባት አስፈላጊ ነው ብለዋል፡፡

ከህብረተሰቡ ጋር በመቀናጀት ዘላቂ ሰላምን ለማረጋገጥ ቁርጠኛ፣ታታሪ እና ሀላፊነት የሚሰማው የፀጥታ መዋቅር በመገንባት የምንፈልገውን ሰላም እናሳካለንም ነው ያሉት ሃላፊው፡፡

በውይይት መድረኩ የኦሮሞ ብሄረሰብ አስተዳደር ምክትል አስተዳዳሪና የሰላምና ደህንነት መምሪያ ሀላፊ አቶ አብዱ ጀማል፣ የኦሮሞ ብሄረሰብ ዞን ፖሊስ መምሪያ ኃላፊ ም/ኢ/ር ኡመር መሀመድ፣የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ዋና አስተዳዳሪ አቶ አሊ ሰይድ የወረዳው ፖሊስ አባላትና አመራሮች፣ የወረዳና የቀበሌ ፀጥታ መዋቅር አባላቶች፣ ሚሊሻና ሰላም አስከባሪዎች፤ አባዲራ፣ የአገር ሽማግሌዎች እና የመጅሊስ አመራሮች ተሳትፋዋል።

በመጨረሻም በመድረኩ ላይ የነበሩ ችግሮችንና የነበሩ መልካም ልምዶችን ያነሱበት ሁኔታ እንደነበር የቀጣይ አመት የቁጭት እቅድ ላይ መግባባት ላይ በመድረስ ውይይቱ መጠናቀቁን የወረዳው ኮምንኬሽን ዘግቧል።

ጅሌ ጥሙጋ ወረዳ መንግስት ኮምኒኬሽን

Waltajjiin_Haaromsaafi_Riifoormii_Caasaalee_Nageenyaa Gandoota iratti Gadi Busudhan Haala Gaariidha Gageeffame. ********...
22/09/2024

Waltajjiin_Haaromsaafi_Riifoormii_Caasaalee_Nageenyaa Gandoota iratti Gadi Busudhan Haala Gaariidha Gageeffame.
*************
Godina Saba Oromoo Waltajjiin Haaromsaafi Riifoormii Caasaalee Nageenyaatiif Aanolee fii Bulchiinsa Magaalootaaf kenamaa ture garaa gandaa Gadi Busudhan gandootaa hundaarratti haala gaariin Adeemsifamaa jira.

Waltajjin kuni Bakka Oggantoonni Aanaa,Caasaaleen Nageenyaa Aanaa fii gandootaa ,Bulchoon gandaa, Abbootiin Amantaafi Mangudoonnii gandaa Argamaniiti Gaggeefamaa jira.

Waltajjiin Haaromsaafi Riifoormii Caasaalee Nageenyaa Gandootaa tiff kenamaa jiru kuni Nageenyaa amansiisaa fii Misooma itti fufiinsa qabu jiraachisuuf barbaachisummaan Rifoormiin caasaa nageenyaa kun olaanaa akka ta'e hirmaattonni waltajjichaa kana irratti argaman ibsaniiru.

በኦሮሞ ብሄረሰብ ዞን አስተዳደር የጸጥታ ተቋማት የሪፎርምና የታሀድሶ ስልጠና በቀበሌ ደረጃ ባማረ ሁኔታ ተሰጠ ።

በአብክመ ኦሮሞ ብሄረሰብ አስ/ በዞንና በወረዳ ደረጃ ሲካሄድ የቆየውን የጸጥታ ተቋማት የታሀድሶ፣የሪፎርምና የ2016 እቅድ አፈጻጸም ግምገማና የ2017 እቅድ ትውውቅ መድረክን ወደ ቀበሌ በማውረድ በሁሉም ቀበሌዎች መሰጠት ተጀመረ

የውይይቱ ተሳፊወዎች የወረዳ አመራሮች፣ የቀበሌ ጸጥታ አመራሮችና አባላት፣ የሀይማኖት አባቶች፣የሀገር ሽማግሌዎች በተገኙበት እየተካሄ ሲሆን
እየተሰጠ ያለው ስልጠና አስተማማኝ ሰላምን ለማረጋገጥና ቀጣይነት ያለው ልማት ለማምጣት ይህ የሪፎርምና የታሀድሶ ስልጠና ወሳኝ ነው ሲሉ ተሳታፊዎቹ አስተያየታቸውን ሰተዋል።

Waltajjiin Riifoormii Caasaalee Nageenyaa fi Qorannoo raawwii bara  2016 fi Oreenteeshinii karoora bara 2017 kan Caasaal...
21/09/2024

Waltajjiin Riifoormii Caasaalee Nageenyaa
fi Qorannoo raawwii bara 2016 fi Oreenteeshi
nii karoora bara 2017 kan Caasaalee nageenyaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa gaggeeffame.

Waltajjiin_Haaromsaafi_Riifoormii_Caasaalee_Nageenyaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa gaggeeffame.

Waltajjii Riifoormii Caasaalee Nageenyaa fi
orenteeshinii karoora kanarratti I/A/Bulchaa godinaa fi itti gaafatamaa waajjira callisaa fi tika ummataa, itti gaafatamaa Qajeelcha Hojii fi Leenji Godina Saba Oromoo Itti gaafatamaan Poolisii Godinaa, Bulchaa aanaa jiille fi gaggeessonni koorin, naga kabachiisaa aanaa, poolisoota, bulchitoonni gandaa, paartin gandaa, callifni, komandariin, milishaan, Majlisni, jaarsoliin jiillee, Abbootin dhiiraa 5n, abbootii dhiiraa ganda fi kan biroos irratti hirmaataniiru.

Waltajjicha haasaa baniinsaa fi ergaa baga nagaan dhuftanii I/A/ Bulchaa fi I/G/ Qajeelcha Nageenyaa fi Tika Uummataa Godina Saba Oromoo Obbo Abdu Jamaal Mahammad Saanii yeroo taasisan akka jedhanitti nageenya waaraa fi itti fufiinsa qabu gochuuf caasaa nageenyaa cimaa ta'e ijaaruun barbaachisaa ta'uu ibsaniiru
baroota ja'an darbanitti olaantummaa seeraa kabajamuu dhaburraan kan ka'e saamichi, ajjeechaan, hanni, alseerummaan gara garaa babal'achaa dhufeera, kana hambisuufis yeroo kamuu caalaa kutannoo fi murannoo hojitti galuuf ka'amuu ibsuun, kana milkeessuf caasaa cimaa ijaaruun tumsa hawaasa bal'aatiin akka milkaa'uu danda'uus dubbatanii jiru.

Miseensotaa  Polisi Aanaa Arxuma Fursii waliin Haala  Yeroo irratti  Mariin tasifame. Itti Gaafatamaa Qajeelcha Polisi G...
20/09/2024

Miseensotaa Polisi Aanaa Arxuma Fursii waliin Haala Yeroo irratti Mariin tasifame.

Itti Gaafatamaa Qajeelcha Polisi Godina saba Oromo Itti GaafatamaaI/Aanaa Inspectara Umar Mahammad , Itti Gaafatamaan Qajeelcha polisi Godina Saba Oromo kutaa Ol'aanaa Bulchiinsa Humna nama Itti/Aanaa ko/r Huseen Ibraahim ,

Bulchaan Ol'aanaa Arxuma Fursii fii hoggantoonni qaamotan Callisaa Aanichaa Bakka Argamaniiti Misensootaa Polisi Waliin waltajjiin Haala Yeroo fii Rakkoo keessoo isaanii irratti xiyyeefachuun marii ballaa taasisuudhaan irratti waliigaluun Kallaattii fulldura akkeekatee.

ወቅታዊ የጸጥታ ጉዳይን አስመልክቶ ከአርጡማ ፉርሲ ወረዳ ፖሊስ አባላት ጋር ውይይት ተደረገ

በአብክመ የኦሮሞ ብሄረሰብ ዞን ፖሊስ መምሪያ ኃላፊ ም/ኢ/ር ኡመር መሀመድ ፣ የኦሮሞ ብሄረሰብ ዞን ፖሊስ መምሪያ የሰው ሀብት አስተዳደር ዋና ክፍል ኃላፊ ም/ኮ/ር ሁሴን ኢብራሂም ፣ የአርጡማ ፉርሲ ወረዳ ዋና አስተዳዳሪሮ አቶ ኢብራሂም ፣ የአርጡማ ፉርሲ ወረዳ ጸጥታ ተቋማት ሚኒ ካቢኔ አመራሮችና የወረዳው ፖሊስ አባላት በሙሉ በተገኙበት በተቋሙ ውስጣዊ የአሰራር ክፍተቶችና በወቅታዊ የጸጥታ ጉዳይ ላይ ያተኮረ ሰፊ ውይይት በማድረግ የጋራ መግባባት ላይ ተደርሶ ከመድረክ የማጠቃለያና የቀጣይ አቅጣጫ ተሰቶበታል።

የዞን ፖሊስ ማናጅመንት አመራር ውይይት አካሄደ።።።።።።።።።። # # # # # #።።።።።።።።። መስከረም 7/1/2017 ዓ/ም በኦሮሞ ብሄረሰብ አስተዳደር አዲሱ የዞን ፖሊስ መምሪያ ኃላፊ  ...
17/09/2024

የዞን ፖሊስ ማናጅመንት አመራር ውይይት አካሄደ
።።።።።።።።።። # # # # # #።።።።።።።።።
መስከረም 7/1/2017 ዓ/ም

በኦሮሞ ብሄረሰብ አስተዳደር አዲሱ የዞን ፖሊስ መምሪያ ኃላፊ ም/ኢ/ር ኡመር መሃመድና ሌሎች ወደ ማናጅመንቱ ተመድበዉ ከመጡት አመራሮች ጋር የርስ በርስ የትውውቅና የ2017 ዓ.ም የቀጣይ ተግባራትን አስመልክቶ ዉይይት አደረጉ ።

በኦሮሞ ብሄረሰብ አስተዳደር የዞን ፖሊስ መምሪያ ኃላፊ ም/ኢ/ር ኡመር መሀመድ ሁሉም የማናጅመንት አመራር መርህን መሠረት ያደረገ ግንኙነትን በመከተል እርስ በርስ የሚከባበር ፣ የሚደማመጥና ለችግሮች የጋራ መፍትሄና ውሳኔ የሚሰጥ ማናጅመንት ሊሆን ይገባል ብለዋል።

መምሪያ ኃላፊው አክለውም ባለፈው በአካልና በሂስ ግለሂስ ግምገማ የተነሱብንን ክፍቶች ለማስተካከልና በዞናችን የህግ የበላይነትን ለማረጋገጥ የማናጅመንቱ ሚና ወሳኝ መሆኑን አውቀን የሚጠበቅብንን ኃላፊነት ለመወጣት መዘጋጀትና በተግባር ማስመስከር ይኖርብናል ሲሉ ተናግረዋል።

በመጨረሻም ማናጅመንቱ የሚጠበቅበትን ኃላፊነት ለመወጣት የሚጠበቅበትን ሁሉ ኃላፊነት ለመወጣት ዝግጁ መሆኑን በመግለጽ ውይይታቸውን አጠናቀዋል።

የጅሌ ጥሙጋ ወረዳና ሸዋሮቢት ከተማ አስተዳደርና የቀውት ወረዳ አዋሳኝ አካባቢ የሰላም ኮሚቴዎች ከቀጠናዉ የሀገር መከላከያ ሰራዊት አመራሮችና ከቀወት ቀውት ወረዳ ፣ ከሸዋሮቢትና ጅሌ ጥሙጋ ...
16/09/2024

የጅሌ ጥሙጋ ወረዳና ሸዋሮቢት ከተማ አስተዳደርና የቀውት ወረዳ አዋሳኝ አካባቢ የሰላም ኮሚቴዎች ከቀጠናዉ የሀገር መከላከያ ሰራዊት አመራሮችና ከቀወት ቀውት ወረዳ ፣ ከሸዋሮቢትና ጅሌ ጥሙጋ ወረዳ አስተዳደር አመራሮች ጋር በሰላም ዙሪያ መክረዋል።

በአብክመ ኦሮሞ ብሄረሰብ ዞን የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ አስተዳደር፣ ከአጎረባች የሸዋሮቢት ከተማ አስተዳደር ጋር የሚዋሰኑ የሸዋሮቢት ቀጠና ሶስት ቀበሌ የሰላም ኮሚቴዎች በቀጠናው ሰላምና ወቅታዊ ሁኔታ ላይ በዙጢ ትምህርት ቤት የሁለቱም ወረዳ ከፍተኛ አመራሮች እና የመከላከያ አመራሮች በተገኙበት ውይይት ተካሂዷል።

Fulbaana 06/01/2017   Mootummaa Naannoo Amaaraa Bulchiinsa Godina Saba Oromoo Aanaa Dawaa Caffaatti Waajjira Nageenyaa f...
16/09/2024

Fulbaana 06/01/2017

Mootummaa Naannoo Amaaraa Bulchiinsa Godina Saba Oromoo Aanaa Dawaa Caffaatti Waajjira Nageenyaa fi tika uummataa waltajjii haaromsaa fi Rifoormii caasaa nageenyaa gaggeessaa jira.
Itti Gaafatamaan Waajjira Nageenyaa fi tika uummataa Bulchiinsa Aanaa Dawaa Caffaa Obbo Mohammad Sani Jamaal akka jedhanitti waltajjiin kun guyyoota lama walitti aansuun kan turu ta'uu ibsaniiru.
Akka Itti Gaafatamaan Waajjira Nageenyaa fi tika uummataa Bulchiinsa Aanaa Dawaa Caffaa obbo Mohammad Sani Jamaal jedhanitti waltajjiin kun guyyoota lama walitti aansuun kan turu ta’uu ibsanii hojiiwwan bara darbee 2016 ciminaa fi dadhabina turan adda baasuun, Hojiiwwan ciminaan turan daran itti fufsiisuun karoora bara baajataa itti aanuu 2017 waliin xiyyeeffannoo fi quuqamaan raawwachuu danda’uu qabna jedhanii jiru.
Kana malees itti gaafatamaan waajjirichaa obbo Mohammad Saanii Jamaal itti dabaluudhaan Karoorri Caasaa Nageenyaa bara 2017 waltajjiidhuma kanarratti kan ifoomu ta'uu ibsaniiru.
Kominikeeshinii Mootummaa Aanaa Dawa Caffaa

Waltajjin Haaromsaa fi Rifoormii Caasaa Nageenyaa Waliin Geggeeffamu Jalqabame.Godina saba oromoo Aanaa Arxumma Fursiitt...
16/09/2024

Waltajjin Haaromsaa fi Rifoormii Caasaa Nageenyaa Waliin Geggeeffamu Jalqabame.

Godina saba oromoo Aanaa Arxumma Fursiitti Waltajjin haaromsaa fi rifoormii caasaa Nageenyaa gaggeeffamuu jalqabe.

I/A bulchaa fi I.G waajjira nageenyaa fi tika Uummata godina saba oromoo Obbo Abduu Jamaal,bulchaa dureen A/Arxumma Fursii Obbo Ibrahim Aliyyi, poolisoota feederaala, geggeessitoota aanaa, ga'ee qabeessoota gandaa fi caasaan nageenyaa bakka argamanitti haaromsaa fi rifoormii caasaa Nageenyaa haala Gaariidhan
geggeeffamuu jalqabera.

Waltajjiin Haaromsaafi Riifoormii Caasaalee Nageenyaa Waliin Adeemsifamaa Ture Golobame.*************Fulbaana 6/2017Bulc...
16/09/2024

Waltajjiin Haaromsaafi Riifoormii Caasaalee Nageenyaa Waliin Adeemsifamaa Ture Golobame.
*************

Fulbaana 6/2017
Bulchiinsa Godina Saba Oromoo Aanaa Dawwee Harawaatti Waltajjiin Guyyaan 2f Adeemsifamaa Ture Xumurameera.

Bulchaan Aanaa Dawwee Harawaa Obbo Mahammad Suwaabir Akka Ibsanitti Waan Qabnuufi Waan Beeknuun Hundi Keenya Qindoominaan Waardiyyaa Biyyaa Keenyaa Ni Taana.
"Nuti Egeree Biyyaati, Waardiyyaa Biyyaafi Ummataati"

Mirkanaa'uun Nageenyaa Galma Gahiinsa Hojiilee Misoomaa Akkasumas, Sochii Jireenya Ilma Namaatiif Bu'uura Waan Ta'eef Nageenya Amansiisaa Fiduun Misoomaafi Haqummaa Ni Mirkaneessina Jedhan.

Waltajjii Guyyaa Har'aatiin Ceephoofi Ceephessa Qaamooleen Nageenyaa Gochuun Sadarkaa Kennuun Kallattiin Fuula Duraa Kaahamuun Xumurameera

Dhuma Irraatti Qaamoota Nagaa Aanaafi Goodinaa Kabachiisuu Keessaatti Aarsaa Hedduu Kaffalaa Turaniif Beekamtiin Garaagaraa Laatamuun Golobameera.

Address

_____ ______ ____
Kemise

Telephone

+251922927930

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ኦሮሞ ብሄረሰብ ዞን ፖሊስ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share