Kominikeeshinii magaalaa Angaccaa

Kominikeeshinii magaalaa Angaccaa darggaago hojii djabdoota hojiiti galchun carraa hojii uummuufi
akkasumas gabaa biyyaati kessati illee dorgaama akka ta'an tasiisudha

19/11/2025
Guyyaa 19/1/2018 Gojiina Jimmaa Aanaa Shabee Sombo Magaalaa Angaccaa Mana Barumsa Sadarkaa 2ffaa AngaccaatiMarii Baratoo...
29/09/2025

Guyyaa 19/1/2018
Gojiina Jimmaa Aanaa Shabee Sombo Magaalaa Angaccaa
Mana Barumsa Sadarkaa 2ffaa Angaccaati
Marii Baratoota Sa'aati Boqqoonna Jarraati Duraa Bu'aa mana Barumsa Wajjiin marii Bu'aa Qabeessa ta'e gaggeeffaamera

Godina Jimmaa Aanaa Shabee Somboo  magaalaa Angaccaati Raawwiin Hojii Misoomaaf Nageenya Sadarkaa Kilaastaraatti Qoratam...
23/09/2025

Godina Jimmaa Aanaa Shabee Somboo magaalaa Angaccaati Raawwiin Hojii Misoomaaf Nageenya Sadarkaa Kilaastaraatti Qoratamaa Jira.

  Angaccaati raawwiin hojii xiyyeeffannoo halkan kana qoratamaa jira!             ====Godina Jimmaa,  Aanaa Shabee Sombo...
22/09/2025

Angaccaati raawwiin hojii xiyyeeffannoo halkan kana qoratamaa jira!
====
Godina Jimmaa, Aanaa Shabee Sombooti Bulchiinsa Magaala Angaccaati raawwiiwaan hojiilee Gurguddoo kan torbee casaawwaan ganda gadi fi qooda fudhattootaa wajjiin qoratamaa jira.

Address

Jimmaa
Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kominikeeshinii magaalaa Angaccaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Kominikeeshinii magaalaa Angaccaa:

Share