Chora Boter woreda Cooperative Promotion agency.

Chora Boter woreda Cooperative Promotion agency. Our mission is to promote Cooperatives Organizations and to provide technical supports.

13/01/2023
  Aanaa Cooraa botoritti; WHG Q/maraa Meeccaa Dirree Bara Oomishaa 2015/16 tti  buna miiccamaa sadarkaa isaa eeggate Kg ...
13/01/2023

Aanaa Cooraa botoritti; WHG Q/maraa Meeccaa Dirree Bara Oomishaa 2015/16 tti buna miiccamaa sadarkaa isaa eeggate Kg 30,880 ta'e haala gaariidhaan qopheessuun gaafa guyyaa 2/5/2015 gabaa giddu galeessatti Dhiyeessee ykn Geejjibsiisee jira.

Godina Jimmaa Aanaa Cooraa botoritti, Waldaalee Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Jajjabeessuu fi hordofuun cimee itti fufe...
31/10/2022

Godina Jimmaa Aanaa Cooraa botoritti, Waldaalee Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Jajjabeessuu fi hordofuun cimee itti fufee jira.
Kanuma irraa ka'uun Waldaalee duraan Miseensi keessaa harca'ee jiru fi bittinnaa'ee jiru iddootti deebisuun akka qusatan gochuun danda'amee jira.
**
WHG Qusannoo fi Liqii Jajjabeessuun Qusannoo fi Aadaa qusannaa Cimaa fi rakkoo faayinaansii baadiyyaa hiikuuf cimnee hojjechaa jirra.

30/10/2022
30/10/2022

Cooperative organizations play a vital role within the global economy, employing millions of workers and sustaining communities around the world. A new study fr

30/10/2022
30/10/2022

The co-op plans to replace the shingles, siding, windows and doors on all 380 units: 'A full building envelope retrofit'

Address

Jimma

Telephone

+251917308957

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Chora Boter woreda Cooperative Promotion agency. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Chora Boter woreda Cooperative Promotion agency.:

Share