Waajjira Dargaggoo fi Ispoortii Aanaa Shabee Somboo

Waajjira Dargaggoo fi Ispoortii Aanaa Shabee Somboo Sport commission

Qaamni Ispoortiin ijaaramee barnootaaf si'aa'ina adda qaba."""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""Godina jimmaa ...
09/11/2023

Qaamni Ispoortiin ijaaramee barnootaaf si'aa'ina adda qaba.
"""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""
Godina jimmaa Aanaa shabee somboottii
sochiin ispoortii hundaa barattootaa mana barumsaa coqorsaa sadarkaa 2ffaatiin gaggeeffame jira.

07/11/2023
Aanaa shabee somboottii woldorggoommii sadarkaa gandaatti gaggeeffama tureen guyyaa hadhaa gandaa kisheettii gareewwan 7...
06/10/2022

Aanaa shabee somboottii woldorggoommii sadarkaa gandaatti gaggeeffama tureen guyyaa hadhaa gandaa kisheettii gareewwan 7 gidduutti torban kana gaggeeffame tureen kishee Addis katamaa fi gareen wolloo tapha geebaa taphachuun Addis katamaa geebaa fudhateeraa sagantaa kana irrattii ittii gaafatamaan waajjira Dargaggoo Fi Ispoorti Aanaa Shabee somboo akkasumas bulchaan gandaa kishee irrattii argamuun gammachuu fi hamlee isaanii ibsuun ergaa dabarsanii jiruu haalumaa kanĂ an gandootaa biraas itti fufuu ta'uu dhamaniii jiruu

Aanaa shabee somboottii woldorggoommii gannaa bifa hoo'aa ta'ee gaggeefamaa turee guyyaa hadhaa golabamee jiraa sagantaa...
18/09/2022

Aanaa shabee somboottii woldorggoommii gannaa bifa hoo'aa ta'ee gaggeefamaa turee guyyaa hadhaa golabamee jiraa sagantaa kana irratti kan argaman kantiibaa magaalaa shabee Aaddee Rahiimaa Mohamad saanii akkasuma itti gaafatamaan waajjira Dargaggoo fi Ispoortii Aanaa shabee somboo Dargaggoo Nabsoo fallaqee Gareewwaan geebaaf gahaniif beekamtii fii geebaa kenaniruu itti ansuun Gara fuldurattii waan hundaanuu akka bira dhabattan dubbachuun jajjabeesanii jiruu

Aanaa shabee somboottii woldorggoommii gannaa bifa hoo'aa ta'ee gaggeefamaa turee bor xumuramaa haluma kanaan sabbaaqaa ...
17/09/2022

Aanaa shabee somboottii woldorggoommii gannaa bifa hoo'aa ta'ee gaggeefamaa turee bor xumuramaa haluma kanaan sabbaaqaa fi mahaalkatamaa Umurii 18 ol kishee fi gullallee umrii 15 ol fi xaanaa fi istadiyeemii umrii 13 ol bor geebaaf taphatuu kanaafuu hawaasnii magaalaa shabee hunduu akka irratti argamuun gammachuu fi hamlee keessanin irrattii hirmaatan kabajaan issiin waamnaa

Dorgommii gannaa haalaa itti fufeen jiraa guyyaa hadhaa tapha marsaa gatanii darbuutiin sabbaaqaa fi gulleeleen gaggeess...
05/09/2022

Dorgommii gannaa haalaa itti fufeen jiraa guyyaa hadhaa tapha marsaa gatanii darbuutiin sabbaaqaa fi gulleeleen gaggeessaa jiruu carraa gaarii

Address

East
Jimma
JIMMAA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Dargaggoo fi Ispoortii Aanaa Shabee Somboo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share