Sabqunnamtii Paartii Aanaa Botor Xoollaay

Sabqunnamtii Paartii Aanaa Botor Xoollaay ለጋራ ብልፅግና እንተጋለን !!!!

Badhaadhina filachuun, waliigalteen biyyaaleessaa akka dhugoomu, nageenyi waaraan akka mirkanaa’u fi tokkummaan biyyaale...
15/04/2026

Badhaadhina filachuun, waliigalteen biyyaaleessaa akka dhugoomu, nageenyi waaraan akka mirkanaa’u fi tokkummaan biyyaaleessaa akka jabaatu hayyamuudha!
Badhaadhina Filadhaa!

Botor Xoollaayitti Gamaggamni Raawwii hojii Kurmaana 3ffaa geggeeffameeraEbla 01/2018 Godina Jimmaa Aanaa Botor Xoollaay...
09/04/2026

Botor Xoollaayitti Gamaggamni Raawwii hojii Kurmaana 3ffaa geggeeffameera

Ebla 01/2018 Godina Jimmaa Aanaa Botor Xoollaayitti Gamaggamni Raawwii hojii Kurmaana 3ffaa Sadarkaa Aanaatti geggeeffameera.Gamaggama kanarratti duubdeebiin hojiin hojjetamaa turee karaa I/Gaafatamaa Waajira Bulchiinsaa Obbo Balaay Xilaahuniin erga dhiyaatee booda Ciminaa fi hanqina raawwii hojii keessatti mul'ate irratti martamuun kallattiin hojii itti aanuu kaa'ameera. Gamaggamicha irratti Hoggansa Aanaa, Gamtaa Paartii Seektarootaa fi Jaarmiyaaleen Dubartootaaf dargaggootaa hirmaataniiru.

የታላቁ የኢትዮጵያ ሕዳሴ ግድብ ምርቃት መርሐ ግብር - በምስል።
09/09/2025

የታላቁ የኢትዮጵያ ሕዳሴ ግድብ ምርቃት መርሐ ግብር - በምስል።

09/09/2025
በአማራ ክልል ሰላምን የሚደግፉ ህዝባዊ ሰልፎች እየተካሄዱ ነው"ሰላም ለሁሉም፤ ሁሉም ለሰላም" በሚል መሪ ቃል  ሰላማዊ ሰልፍ በአማራ ክልል የተለያዩ ከተሞች እየተካሄደ ይገኛል።በድጋፍ ሰልፉ...
29/06/2025

በአማራ ክልል ሰላምን የሚደግፉ ህዝባዊ ሰልፎች እየተካሄዱ ነው

"ሰላም ለሁሉም፤ ሁሉም ለሰላም" በሚል መሪ ቃል ሰላማዊ ሰልፍ በአማራ ክልል የተለያዩ ከተሞች እየተካሄደ ይገኛል።

በድጋፍ ሰልፉ ላይ ሰላምን እንፈልጋለን፣ መንግስት በተደጋጋሚ የሚያቀርበውን የሰላም ጥሪ እንዲሁም የህግ ማስከበር ርምጃ እንደግፋለን፣ የሀገራችን ሰላም ለማወክ ከታሪካዊ ጠላቶቻችን ጋር የተሰለፉ ኀይሎችን በፅኑ እናወግዛለን፣ መከላከያ ሠራዊታችን፣ የፌደራል የጸጥታ ኀይሎች እና የክልላችን የጸጥታ ኀይሎች ለከፈሉት ዋጋ ክብር እንሰጣለን ብለዋል።

ሰላሜን እጠብቃለሁ ሁለንተናዊ ብልጽግና አረጋግጣለሁ የሚሉ መልዕክቶችንም ሰልፈኞቹ እያሰሙ ነው።

Ispoortii Gootummaa Gamtooma Itoophiyaaf!Magaalaa Jimmaatti Taphni Guutuu Itoophiyaa Marsaa 6ffaan bakka ministirri muum...
17/06/2025

Ispoortii Gootummaa Gamtooma Itoophiyaaf!

Magaalaa Jimmaatti Taphni Guutuu Itoophiyaa Marsaa 6ffaan bakka ministirri muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunee, pirezdaantii Itti Aanaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii fi keessummoonni garaagaraa argamanitti daqiiqaa muraasa booda ni jalqaba.

Sirna baniinsa dorgommichaa irratti jiraattonni Magaalaa Jimmaafi naannawaashee qooda fudhataa jiru.

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sabqunnamtii Paartii Aanaa Botor Xoollaay posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share