EMGOO Damee Jimmaa የኦሮሚያ የሙያ ብቃት ማረጋገጫ ኤጄንሲ ጅማ ቅርንጫፍ OOCAA Jimma Branch

  • Home
  • Ethiopia
  • Jimma
  • EMGOO Damee Jimmaa የኦሮሚያ የሙያ ብቃት ማረጋገጫ ኤጄንሲ ጅማ ቅርንጫፍ OOCAA Jimma Branch

EMGOO Damee Jimmaa የኦሮሚያ የሙያ ብቃት ማረጋገጫ ኤጄንሲ  ጅማ ቅርንጫፍ OOCAA Jimma Branch EMGOO DAMEE JIMMAA
(5)

Caamsaa 13/2018Leenjiin hubannoo ISO/IEC 17024:2012 Ogeessota EMGOO Irraa dhufaniin Hojjettoota damechaa hunda hirmaachi...
21/05/2026

Caamsaa 13/2018
Leenjiin hubannoo ISO/IEC 17024:2012 Ogeessota EMGOO Irraa dhufaniin Hojjettoota damechaa hunda hirmaachise guyyaa lammaffaa kennamaa jira ,leenjicha boodas akkaataa Istaandardii ta'een hojiiwwan hojjetamuu kan qaban ta'uu fi haal duree fi qophii taasifamuu qabu irratti hojjetamaa jira !

14/05/2026
04/05/2026

Daawwadhaa !

Eebila 12/2018Gamaggamni raawwii hojii kurmaana 3ffaa Wiirtulee Madaallii Godina Jimmaa fi Manaajimentii W/ra CHUO godin...
20/04/2026

Eebila 12/2018
Gamaggamni raawwii hojii kurmaana 3ffaa Wiirtulee Madaallii Godina Jimmaa fi Manaajimentii W/ra CHUO godinichaa waliin gaggeeffameera, sagantaa kana irratti raawwiin hojii gama Madaallii Gahumsa Ogummaatiin jiru karoora Wiirtulee Madaallii fi raawwiin ji'a sagalii ilaalamuun mareen irratti gaggeeffameera,xumura irrattis harcaatiiwwan hojii jiran yeroo muraasa hafe keessatti xiyyeeffannoo kennuun hojjetamuu akka qabu kaallattii kaa'uun golabameera !

Eebila 9/2018Ejeensii Mirkaneessa Gahumsa Ogummaa Oromiyaa damee jimmaatti gamaggamni raawwii hojii kurmaana 3ffaa Hojje...
17/04/2026

Eebila 9/2018
Ejeensii Mirkaneessa Gahumsa Ogummaa Oromiyaa damee jimmaatti gamaggamni raawwii hojii kurmaana 3ffaa Hojjettoota damechaa hunda hirmaachise gaggeeffamaa Ooleera, sagantaa kanaan gabaasni raawwii hojii kurmaana 3ffaa dhiyaachuun mareen bal'aan irratti gaggeeffamuun ciminoota jiran itti fufsiisuun hanqinoota adda bahaniif raawwii hojii gadi aanaa ta'an irratti qaamni ilaallatu hunduu xiyyeeffannoo kennuun hojjetamuu akka qabu kaallattii kaa'uun golabameera !

Address

Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when EMGOO Damee Jimmaa የኦሮሚያ የሙያ ብቃት ማረጋገጫ ኤጄንሲ ጅማ ቅርንጫፍ OOCAA Jimma Branch posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to EMGOO Damee Jimmaa የኦሮሚያ የሙያ ብቃት ማረጋገጫ ኤጄንሲ ጅማ ቅርንጫፍ OOCAA Jimma Branch:

Share