Waajjira Qonnaa Aanaa Bachoo /Becho Agricultural office/ የ በቾ ግብርና ዕ/ቤት

  • Home
  • Ethiopia
  • Ilu
  • Waajjira Qonnaa Aanaa Bachoo /Becho Agricultural office/ የ በቾ ግብርና ዕ/ቤት

Waajjira Qonnaa Aanaa Bachoo /Becho Agricultural office/ የ በቾ ግብርና ዕ/ቤት Agriculture is every thing!

Imala Gara Harmee👉
03/09/2024

Imala Gara Harmee👉

Hagayya 17,2016 Aanaa Bachoo 🌏   nu eegaa jira
22/08/2024

Hagayya 17,2016 Aanaa Bachoo
🌏
nu eegaa jira

16/08/2024
   -tokkotti-biqiltuu-miiliyoona-600Ashaaraan magariisa har'a keenyee darbinu dhalootaaf gaaddisaAshaaraan magariisaa ha...
16/08/2024


-tokkotti-biqiltuu-miiliyoona-600
Ashaaraan magariisa har'a keenyee darbinu dhalootaaf gaaddisa
Ashaaraan magariisaa har'a keenyu boru dhalootaaf bakka boqonnaati,qabeenya diinagdeeti ,Bakka galiiti,madda galii nyaataati
kanaaf dhaloota dhufuuf milkaa'ina gaarii milkaa'ina badhaadhinaa kaa'uuf biqituu yaa dhaabnu.
Dhaloota haa gammachiifsnu.

When ENGLISH is Compulsory and AGRICULTURE is optional,the country will end up speaking 🗣 good English on empty stomachs...
27/07/2024

When ENGLISH is Compulsory and AGRICULTURE is optional,the country will end up speaking 🗣 good English on empty stomachs.

Qe'ee misoomaa🌱👍
27/07/2024

Qe'ee misoomaa🌱👍

Guyyaa 19/11/2016 Waajjira Qonnaa Aanaa Bachoo Gamaggamni hojii Gannaa hojjettoota misoomaa hundaa ogeeyyii waajjiraa hi...
26/07/2024

Guyyaa 19/11/2016

Waajjira Qonnaa Aanaa Bachoo
Gamaggamni hojii Gannaa hojjettoota misoomaa hundaa ogeeyyii waajjiraa hirmaachise bakka hooggansi Qonnaa Aanaa Bachoo argamanitti geggeeffamaa jira.
Gamaggama kanaan hanqina raawwii hojii fi kenna tajaajilaa keessatti mul'ate adda baafamuun kallattiin hojii kan kaa'amu ta'a!

Allaattii koo
24/07/2024

Allaattii koo

Address

Ilu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Qonnaa Aanaa Bachoo /Becho Agricultural office/ የ በቾ ግብርና ዕ/ቤት posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share