Tulo woreda redd+ investiment programme -rip/ar

Tulo woreda redd+ investiment programme -rip/ar Our Goals are to Cover 1000ha of Land (AR),13500ha By ANR,350ha PFM and

21/02/2026
Qindoomina Biiroo Maallaqaa fi ATEN Oromiyaa fi Godina Harargee Lixaatiin hojii Sagantaa RIP Aanaa Xuulloo ilaaluuf saay...
29/01/2026

Qindoomina Biiroo Maallaqaa fi ATEN Oromiyaa fi Godina Harargee Lixaatiin hojii Sagantaa RIP Aanaa Xuulloo ilaaluuf saayitoota deemameen dhamaatiin taasifamaa ture firii agarsiisuu mullisa. Ganda Burraayisaatti Waldaan biqilaa booruu Saayitii ANR kunuunsaa maallaqa karaa 'Revolving Fund'' sagantich dhiyeesseef miseensaaf liqeessuun; miseensonnis liqii isaanii ofirraa deebisuun jireenya isaanii fooyyefachuu dubvatu. Keessattuu deeggersi sagantichi taasise irraa ka'uun mana citaatii gara mana qorqoorruu luukii 41 ijaarrachuu kaasu. Walumaa galatti waldaan kun liqii duraa % 60 deebisuun marsaa lammaffaa sagantichi maallaqa isaaniif dhiyeessuu ibsu. Gara fuulduraattis cimanii bosona kunuunsuun irraa fayyamuuf karrora qabu. Karaa biraa hojiileen hojjetamaa jiranis akkaatuma karooraan deemaa jiraachuu maree taasifame irratti hubatamee jira

29/01/2026

Qindoomina Biiroo Maallaqaa fi ATEN Oromiyaa fi Godina Harargee Lixaatiin hojii Sagantaa RIP Aanaa Xuulloo ilaaluuf saayitoota deemameen dhamaatiin taasifamaa ture firii agarsiisuu mullisa. Ganda Burraayisaatti Waldaan biqilaa booruu Saayitii AR kunuunsaa maallaqa karaa 'Revolving Fund'' sagantich dhiyeesseef miseensaaf liqeessuun; miseensonnis liqii isaanii ofirraa deebisuun jireenya isaanii fooyyefachuu dubvatu. Keessattuu deeggersi sagantichi taasise irraa ka'uun mana citaatii gara mana qorqoorruu luukii 41 ijaarrachuu kaasu. Walumaa galatti waldaan kun liqii duraa % 60 deebisuun marsaa lammaffaa sagantichi maallaqa isaaniif dhiyeessuu ibsu. Gara fuulduraattis cimanii bosona kunuunsuun irraa fayyamuuf karrora qabu. Karaa biraa hojiileen hojjetamaa jiranis akkaatuma karooraan deemaa jiraachuu maree taasifame irratti hubatamee jira

Send a message to learn more

22/08/2024
Godina Harargee Lixaa Aanaa Xuullootti biqiltuun sanyii garaagaraa sagantaa Investment REED+n qophaa'e lafa AR, ANR fi B...
13/07/2024

Godina Harargee Lixaa Aanaa Xuullootti biqiltuun sanyii garaagaraa sagantaa Investment REED+n qophaa'e lafa AR, ANR fi Biodiversity Conservation irratti dhaabuuf hoggansi Aanaa fi hawaasni waliin ta'uun haldureewwan dhaabbii biqiltuuf oolan garaagaraa hojjetamaa akka jiru Maree hoggansaa Aanaa fi ATEN Aanaa waliin taasifame irratti Kan hubatame ta'ee hojiin dirreerra jirus ni mirkaneessa.
Karaa biraan hojiilee biroon sagantichi qabatee jiru irraas hawaasni hedduun fayyadamaa ta'uu Maree kana irratti ka'uun kana caalaa hojicha itti fufsiisuuf qophaa'ummaan jiru gaariidha.

Akka Aanaa xuulloottiis qophiin boolla biqiltuu dhaabbii bara 2016tiif Araddaalee gara garaa Iddoo AR fi ANR Daangeeffam...
28/06/2024

Akka Aanaa xuulloottiis qophiin boolla biqiltuu dhaabbii bara 2016tiif Araddaalee gara garaa Iddoo AR fi ANR Daangeeffame keessatti hirmaannaa ummataatiin hojjatamaa jiraachuu isaa suuraaleen armaan gadii tun nidubbatti.

Last year seedling planted  on Tulo  RIP AR Site its   performance and managment activities.Kunuunsa biqiltuu bara 2015 ...
17/04/2024

Last year seedling planted on Tulo RIP AR Site its performance and managment activities.
Kunuunsa biqiltuu bara 2015 dhaabameef godhamaa jira.

Address

Hirna

Telephone

+251913478871

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tulo woreda redd+ investiment programme -rip/ar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Tulo woreda redd+ investiment programme -rip/ar:

Share