Ibrisha ka y harar lij

Ibrisha ka y harar lij Accountant

Du'aaii bareedduu tana Qalbii Qulqulluun Amiin jedhiiRABBIIN Rizqii halaalTan barakaa qabduTan dhuma hin qabneTan fuula ...
29/03/2025

Du'aaii bareedduu tana Qalbii Qulqulluun Amiin jedhii
RABBIIN Rizqii halaal
Tan barakaa qabdu
Tan dhuma hin qabne
Tan fuula namaa irraa ittiin duroomtan
Tan Aanaa keessan ittiin maxxanfattan
Tan Rakkataa ittiin gargaartan
Tan beelaawaa ittiin nyaachistan
Tan dheebootaa ittiin obaastan
Tan hiyyeessa ittiin dureessitan
Tan RABBITTI ittiin dhihaattan
Tan dhukkubsataa ittiin wallaantan
Tan haraam irraa ittiin fagaattan
Tan nama hiraare ittiin gammachiistan
Kan liqiin irra jirtu liqii irraa baastan
Tan mana RABBII ittiin ijaartan
Tan madrasaa ittiin ijaartan
Tan karaa RABBII keessatti baastan
Tan misooma biyyaa ittiin guddistan
Tan jannata ittiin seentan
Waan toltuu ja'amaa hunda tan ittiin hojjattan
ISINIIF haa kennu
Ammiiiiiiiiiin Ammiiiiiiiiin🤲🤲

27/10/2023
Jumma Mubarak
27/10/2023

Jumma Mubarak

Aanaa Kurfaa Calleetti Arjoomni Dhiigaa Tola Ooltummaa Gannaa Kan Dargaggootaa irratti Arjoomni Dhiigaa Qaama Garagaraa ...
25/07/2023

Aanaa Kurfaa Calleetti Arjoomni Dhiigaa Tola Ooltummaa Gannaa Kan Dargaggootaa irratti Arjoomni Dhiigaa Qaama Garagaraa hirmaachise gaggeeyfameera.

17/12/2020

Mee harra halkan jummati du'ii godha

12/12/2020

Brand clothing

Address

Harar
Hirna

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ibrisha ka y harar lij posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Ibrisha ka y harar lij:

Share