Badhaadhina Damee Aanaa Qarsaa - Harargee Bahaa

Badhaadhina Damee Aanaa Qarsaa - Harargee Bahaa Odeeffannoowwan ,Ilaalcha fi yaadama Biyya ceesisu yero yeroon argachuuf fuula kana hordofaa.

16/05/2026
16/05/2026
16/05/2026
Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenya !Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunah, hojii kunuunsa biyyoofi bishaanii ...
16/05/2026

Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenya !

Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunah, hojii kunuunsa biyyoofi bishaanii Godina Harargee Bahaa Aanaa Gurawaa, Gaara Jabeen irratti hojjatame daawwaatamera

Daawwannaa kanarratti Ministira Muummee Ittaanaa Tamasgeen Xuruanah, Ministira Qonnaa Obbo Addisuu Araggaa dabalatee qondaaltoonni Olaanoon Federaalaafi Naannoo Oromiyaa argamanii jiru.

Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunah, hawaasni Harargee hojii kunuunsa qabeeenya uumamaa hojjateen, uumamni iddootti deebi'ee argutti akka gammadan dubbatan.

Obbo Tamasgeen, muuxannoon kunuunsa qabeenya uumamaa ummanni Harargee Bahaa qabu, Magaalaa Finfinnee dabalatee guutuu biyyaatti babal'achaa jiraachuu himuun, hojiin eegalame cimee itti fufuu qabaa dhaaman.

Harargee BahaaGurawa I.A.Muummee Ministeeraa kab.obbo Tamesgen Xuruneh fi Jaalala Ummatichaa
16/05/2026

Harargee Bahaa
Gurawa

I.A.Muummee Ministeeraa kab.obbo Tamesgen Xuruneh fi Jaalala Ummatichaa

11/05/2026

Sagantaa Duula na filadhaa fi ummata Aanaa Qarsaa

GALATA ONNEERRAA MADDE(Bulchaa Aanaa Qarsaa)kab obbo Miki Moh (Mikaa'il Mahammadiirraa)Yadeta Juneydi Bekri (Brighton Tr...
06/05/2026

GALATA ONNEERRAA MADDE(Bulchaa Aanaa Qarsaa)kab obbo Miki Moh (Mikaa'il Mahammadiirraa)
Yadeta Juneydi Bekri (Brighton Tradingiif)

Brighton Dhaabbata Biyyaa fi Sabaaf dhaabbateedha!
Harargee Bahaa
Qarsaa
Meeshaaleen wallaansaa Qindoomina Dhaabbata Brighton abbaa Leeccalloo fi cuer(Quire) organization abbaa meeshaa,dhaabbattoota Deeggarsaa Lammii Relief organization,Islamic relief organization fi Yuuniversiitii Haramaayaa waliin tahuun Hojii Tolaa(Deeggarsaa) ummata Aanaa Qarsaatiif keessattuu Buufata Fayyaatiif,kennamee ummatichi akka itti tajaajjilamuuf,Bakka koreen olaanoon Aanichaa fi Keesummoonni meeshaa fidanii dhufan argamanitti qeebalchiisaniiru.

Bulchaan Aanichaa kab.obbo Mikaa'il mahaammad maqaa Aanaa Qarsaatiin galata guddaa galchaniiru.

Address

Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Badhaadhina Damee Aanaa Qarsaa - Harargee Bahaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share