Singitan ሲንጊትን

Singitan ሲንጊትን Aadaa fi hooda magalaa teenya uummataa magaala teenya ifati basuu fi kkf

26/04/2022

Waantoota dinqisiisoo qaama keenya armaan gadii quba qabduu laata?

1. Ujjummoon dhiigaa keenya utuu walitti hidhamee Addunyaa kanatti si'a afur naanna'uu danda'a.

2. Onneen keenya guyyaatti si'a 100,000 ol rukuta.

3. Kaleen keenya dhiiga liitira 180 guyyaatti calaluu/qulqulleessuu danda'a.

4. Onneen namaa guyyaatti dhiiga liitira 6000 - 7500 raabsuu danda'a.

5. (Memory capacity) yookaan dandeettiin kuusuu adeeffannoo sammuu nama tokkoo
2.5 petabytes = 2,560 terabytes = 2,621,440 GB ta'a.

6. Gurri keenya umurii keenya guutuu guddina hin dhaabu.

7. Guyyaatti si'a 28,000 ol ija keenya libsanna.

8. Bara jireenya keenyatti hancufa liitira 40,000 maddisuu dandeenya.

9. Ganama ganama hojjaan keenya seentimeetira 1 dabala.

10. Namni oggaa dhalatu lafee 300 yoo qabaatu oggaa nama ga'eessa ta'uu 206 qofa qabaata.

11. Sammuun keenya parsantii lama(2%) qaama keenyaa yeroo ta'uu parsantii 20 (20%) oxygen qaama keenya fayyadama

24/04/2022

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Singitan ሲንጊትን posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Singitan ሲንጊትን:

Share