Waajjira CHUO Harargee Bahaa

Waajjira CHUO Harargee Bahaa Carraa Hojii Ogummaan Durfamu Uumuuf kan Onnate!!
(1)

10/03/2026
10/03/2026

Sagantaa "Hojiifi Ogummaa" Walta'iinsa Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa fi OBN'tiin torbanitti yeroo tokko guyyaa Kamisaa galgala sa'aatii 2:40 irraa eegalee dhiyaatu hojiilee carraa hojii uumuufi ogummaa Godina Harargee Bahaa aanaa Gooroo Guutuu irratti xiyyeeffate. Bara 2018.

01/02/2026
WCHUO_GHB 23/5/2018Manni marii Carraa Hojii Humuu Godina Harargee Bahaa raawwii hojii kurmaana 2ffaa qooda fudhattoota s...
31/01/2026

WCHUO_GHB 23/5/2018
Manni marii Carraa Hojii Humuu Godina Harargee Bahaa raawwii hojii kurmaana 2ffaa qooda fudhattoota seektara Godinaa, Aanaalee fi Magaalota godinichaa waliin Magaalaa Hararitti gamaaggamaa jira.

Gamaaggamni kunis Bakka Bulchaan Godina Harargee Bahaa fi walitti qabduun mana marichaa Aadde Miskii Mahaammad, I/G Waajjira Paartii Badhadhinaa Damee Godina Harargee Bahaa Obbo Habtamuu Tasfaayee, I/G Waajjira CHUO Godina Obbo Ahmaddiin Suufiyaan argamanitti gaggeeffamaa jira.

Gabaasni raawwii hojii kurmaana lammaffaa mana marii carraa hojii uumuu I/A Waajjira CHUO Godinichaa Obbo Kadiir Abduramaan hirmaattotaaf dhiyaatee jira.

WCHUO_GHB 19/5/2018Godina Harargee Bahaatti Manni Maree   Raawwii hojii kurmaana 2ffaa Bakka Bulchaan Godinaa Aadde   fi...
28/01/2026

WCHUO_GHB 19/5/2018
Godina Harargee Bahaatti Manni Maree Raawwii hojii kurmaana 2ffaa Bakka Bulchaan Godinaa Aadde fi I/G Waajjira Paartii Badhaadhina Godinichaa Obbo argamanitti qorachuun Kallattii raawwii hojii fuulduraa kaa'ee jira.

Manni marichaa gabaasa raawwii hojii isaa dhiheessuun hanqinootaa fi ciminoota adda bahan irratti erga mari'ate booda Bulchaan Godinichaa Aadde Miskii Mahaammad Kallattii raawwii hojii fuulduraa kennuun waltajjichi goolabeera.

Address

Harar

Opening Hours

Monday 08:00 - 18:00
Tuesday 08:00 - 18:00
Wednesday 08:00 - 18:00
Thursday 08:00 - 18:00
Friday 08:00 - 18:00
Saturday 08:00 - 00:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira CHUO Harargee Bahaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waajjira CHUO Harargee Bahaa:

Share