Waajjira Koomunikeeshiinii Aanaa Soofii

Waajjira Koomunikeeshiinii Aanaa Soofii ensuring Transparency by giving and publishing full information, announces and notices of organization for people.

Fulbana 08/1/2014 Naannoo harariiti dargaggotaa fi dubartooni Aanaa soofii sagantaa duula nafiladhaa partii badhaadhinaa...
18/09/2021

Fulbana 08/1/2014 Naannoo harariiti dargaggotaa fi dubartooni Aanaa soofii sagantaa duula nafiladhaa partii badhaadhinaa bifa hawataa ta.een gaggessanii jiran. Hirmaatooni duula nafiladhaa kana irrati argaman hundi Isanii duula postaa adii masara adiiiti bareefame kan jiruu fi ergalee gara garas darbarsaniiti jiran.

Adooleessa 10/11/2013.  Naaannoo Hararii Aanaa Soofiiti sagantaan duula ashaaraa magarisaa bakka hongantooni keenya kan ...
17/07/2021

Adooleessa 10/11/2013. Naaannoo Hararii Aanaa Soofiiti sagantaan duula ashaaraa magarisaa bakka hongantooni keenya kan naannoo argamaniti haala hawataa ta'een gaggefameeti jira. Akka naannoo teenyaa naanoo harariiti guyya arra biqiltuu kuma 350 dhabamee jira . Kanafuu hawaasa naannoo harariiyin galatooma jenan.

Adolleesa 2/11/2013. naannoo hararii aanaa soofiiti seektari fayyaa fayyaa hawaasaa eguudhaf idoo balfaan itti baayatu h...
09/07/2021

Adolleesa 2/11/2013. naannoo hararii aanaa soofiiti seektari fayyaa fayyaa hawaasaa eguudhaf idoo balfaan itti baayatu hunda qulquullesanii jiran.

Adolleesa 1/11/2013. naannoo hararii bulchinsa aanaa soofiiti mariin haala yeroo polisoota keenyaa wajiin bifa nama hawa...
08/07/2021

Adolleesa 1/11/2013. naannoo hararii bulchinsa aanaa soofiiti mariin haala yeroo polisoota keenyaa wajiin bifa nama hawatuun gaggefameti jira.

Waxabajii 30/10/2013. naannoo hararii bulchinsa aanaa soofiiti mariin nageenya haala yeroo biyya teenya mariin balaan ha...
07/07/2021

Waxabajii 30/10/2013. naannoo hararii bulchinsa aanaa soofiiti mariin nageenya haala yeroo biyya teenya mariin balaan hawaasa aanichaa waliin gaggefameti jira. Maricha irratis hogantooni naanooti fi kan aanaa keenyaa wajjiin tahudhaan hawasa keenya mariyachiisanii jiran. Ajandaan marii guyya arratis tarkanfiin motumman keenya murna juntaa irrati fudhate sirrii tahuusatii fi burjaaja'insa ama hawaasa keessati mulatu irrati hawasa keenya mariiyachisanii jiran.

HARARBULCHINSA AANAA SOOFITTI.* **** ***Bulchiinsa Aanaa Soofiitti Waxabajjii guyyaa 29/10/2013ti Seektarri Fayyaa Aanaa...
06/07/2021

HARAR

BULCHINSA AANAA SOOFITTI.
* **** ***

Bulchiinsa Aanaa Soofiitti Waxabajjii guyyaa 29/10/2013ti Seektarri Fayyaa Aanaa Soofiitti maatii hojiirra oolma pakeejii Eksteenshiini fayyaa baadiyyaa18n hojirra oolchan kan adda dure ta'an Eeybisiiseeti jira.

Sagantaa baniinsa eeyba maatii adda dure tahan irratti sagantaa baniinsaa kan taasisan Bulchaa Bulchiinsa Aanaa Soofii Kabajamoo Obbo JAMAL AHMED fi Biroo Fayyaa Naannoo Hararii irra bakka bu'uun kan arkaman Kabamoo Obbo YAMNAS ABDII iddoo arkamanitti sagantaan baniinsaa taasisameeti jira.

Maatii hojirra olmaa pakeejii Ekisteenshiinii fayyaa baadiyyaa 18n adda durummaan hojirra olchaniif eeyba taasisuuniif beekamtii waraqaa ragaa maatii adda duree tahaniif laataniiti jiran.

Sagantaa kana irratti Qindeeysaan Fayyaa Aanaa Soofii kabajamoo Obbo HASSAN MOHAMMED erga maatii pakeejii ekisteenshiinii fayyaa baadiyyaa 18n hojirra olchan kanaaf ergaa galateeyfanna dabarsaniiti jiran.

FAYYAA FAAYA.
FAGEENYA KEENYA EEGGACHUUN FAYYAA TEENYA DHIBEE KORONAA IRRAA HAGUGDUU AFAANII FUNYAANIIS TASISNEE FAYYAA TEENYA HAA EEGGANNUU.

Waxabajjii 27/10/2013.  Naannoo hararii aanaa soofii aradaa haraweeti dargaggooni keenya dargaggoon aanaa soofii hojjii ...
04/07/2021

Waxabajjii 27/10/2013. Naannoo hararii aanaa soofii aradaa haraweeti dargaggooni keenya dargaggoon aanaa soofii hojjii tola oltumaa manen qileensi diige hawaasa keenya cinaa dhaabachuudhan ijaaraa jiran. Dargaggoota kenyaan fayaa tahaa jenaan.

Waxabajjii 14/10/2013. Naanoo hararii Aanaa soofiiti duula ashaaraa magariisaa dhaadanoo "koottaa harar magarriisa uwisn...
21/06/2021

Waxabajjii 14/10/2013. Naanoo hararii Aanaa soofiiti duula ashaaraa magariisaa dhaadanoo "koottaa harar magarriisa uwisna" ja'uun baka kab. Adde Misraa Abdallaa I/A/Piresdantii Mootummaa Naannoo Hararii; Fi Kab.Abdujabar Mahammed I/G/W/ Paartii Badhaadhinaa Naannoo Hararii Fi hoogantooni olaanon naannoo fi hawaasa Aanichaa argamaniiti jalqabameera.

Waxabajjii 13/10/2013  Wancaan pirojecktii hidha laga Abaayaa Gudichaaf Gaalii waliti sassabaa ture Aanaa Keenya Aanaa S...
20/06/2021

Waxabajjii 13/10/2013 Wancaan pirojecktii hidha laga Abaayaa Gudichaaf Gaalii waliti sassabaa ture Aanaa Keenya Aanaa Soofii irra gara Aanaa Diree Xayaraa Galee Jira.

Naannoo Hararii Bulchiinsa Aanaa Soofiitti duulli na filadhaa PaartiiBadhaadhinaa haala hawwataa ta'een gaggeefame jira....
14/06/2021

Naannoo Hararii Bulchiinsa Aanaa Soofiitti duulli na filadhaa Paartii
Badhaadhinaa haala hawwataa ta'een gaggeefame jira.
Duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa Kana irrati Itti aantuu
Pirezedaantii Mootummaa Naannoo Hararii Aadde Misraa Abdallaa , Itti
gaafatamaan Damee ijaarsaa Paartii Badhaadhinaa Naannoo Hararii
Kabajamoo Obbo Hamzaa Hassan fi hoggantoonni Olaanoon
mootummaa naannichaa argamaniiru.

waxabajjii 6/10/2013. Naanoo Hararii Aanaa soofii ganda dakariti sektari fayyaa Aanaa Soofii idoo qushaashni ganda kessa...
13/06/2021

waxabajjii 6/10/2013. Naanoo Hararii Aanaa soofii ganda dakariti sektari fayyaa Aanaa Soofii idoo qushaashni ganda kessa hedoomate fayyaa hawasa kenyaa midhaa jiru hunda hawaasa keenya wajjin tahuudhan qulquleesanii jiran.

Waxabajii 3/10/2013. Bulchinsa Aanaa soofiiti mariin nagenyaa haala filanoo maraaa 6ffaa waxabajii 14 gaggefamuf deemu k...
10/06/2021

Waxabajii 3/10/2013. Bulchinsa Aanaa soofiiti mariin nagenyaa haala filanoo maraaa 6ffaa waxabajii 14 gaggefamuf deemu karaa nagayaan akka xumuramuf eggumsi cassaa nagenyaan akka taasifamu misensoota humna milishaa aanaa soofitii wajjiin mariin ballaan gaggefamee jira.

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Koomunikeeshiinii Aanaa Soofii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waajjira Koomunikeeshiinii Aanaa Soofii:

Share