East Hararge Zone Roads and Logistic Office.

East Hararge Zone Roads and Logistic Office. We aspire to see Standard, Sufficient, Sustainable Roads Development & Network at Oromia National Regional State East Hararge Zone.

Harargee Bahaatti Riqaaleen 4 Baajata MNO Ramade Birrii mil.120 oliin hojjatame xumuramuun eebbaaf qophaa'uun Waajjirri ...
18/09/2023

Harargee Bahaatti Riqaaleen 4 Baajata MNO Ramade Birrii mil.120 oliin hojjatame xumuramuun eebbaaf qophaa'uun Waajjirri Daandiiwwanii fi Loojistiksii Godinichaa beeksiseera.

(WDLGHB,Fulbaana7/2015)
Godina Harargee Bahaa Aanaalee garaagaraa keessatti Sarara Daandii SWGDB/URRAP baroota darban Cirracha Uwwifatanii turan irratti Riqaalee Sadarkaa Godinatti hojjatamaa jiran keessaa Riqaaleen Afur(4)

1.Riqaa Laga Ashan Aanaa Meettaa,

2.Riqaa Laga Ligiddaa Aanaa Kurfaacallee,

3.Riqaa Laga Huusee Aanaa M/Mulluqqee fi

4.Riqaa Laga Adaanoo Aanaa Baddannootti

argamu Baajata MNO Ramade Birrii mil.120 oliin hojjatame xumuramuun Eeybaaf qophaa'eera.

18/09/2023

Harargee Bahaatti Riqaaleen 4 Baajata MNO Ramade Birrii mil.120 oliin hojjatame xumuramuun eebbaaf qophaa'uun Waajjirri Daandiiwwanii fi Loojistiksii Godinichaa beeksiseera.

(WDLGHB,Fulbaana7/2015)
Godina Harargee Bahaa Aanaalee garaagaraa keessatti Sarara Daandii SWGDB/URRAP baroota darban Cirracha Uwwifatanii turan irratti Riqaalee Sadarkaa Godinatti hojjatamaa jiran keessaa Riqaaleen Afur(4)

1.Riqaa Laga Ashan Aanaa Meettaa,

2.Riqaa Laga Ligiddaa Aanaa Kurfaacallee,

3.Riqaa Laga Huusee Aanaa M/Mulluqqee fi

4.Riqaa Laga Adaanoo Aanaa Baddannootti

argamu Baajata MNO Ramade Birrii mil.120 oliin hojjatame xumuramuun Eeybaaf qophaa'eera.

WDLGHB Waxabajjii 22/10/2015Jilli Sadarkaa Itti Aantuu Piresdaantii fi Hoggantuu Biiroo Galii Oromiyaa Aadde Maskaram Da...
29/06/2023

WDLGHB Waxabajjii 22/10/2015

Jilli Sadarkaa Itti Aantuu Piresdaantii fi Hoggantuu Biiroo Galii Oromiyaa Aadde Maskaram Dabbabaatiin Durfamu Harargee Bahaa Aanaa Gursumitti Pirojektii Riqicha Laga Hoosee fi Erer Kan Bajata Mootummaa Birrii Mil.100 Oliin BDLO'n Ijaarame Ebbisisuun tajaajilaaf banaa taasise.

Hordoftoota Amantaa Muslimaa MaraafBaga Jala-bultii Ayyaana Iid-Aladahaa(Arafaa) 1444'tiin(A.L.H) Isin Gahe.Warra Barana...
27/06/2023

Hordoftoota Amantaa Muslimaa Maraaf
Baga Jala-bultii Ayyaana Iid-Aladahaa(Arafaa) 1444'tiin(A.L.H) Isin Gahe.
Warra Baranaa Kan Bara Hedduu Isin Haa Taasisu.
EID MUBARAK!

♥️ Aanaa Baddannootti ♥️Sosochii Fandii Daandiiwwani--------------👉🏼Caamsaa 21/2015 - Godina Harargee Bahaa Aanaa   Guyy...
29/05/2023

♥️ Aanaa Baddannootti ♥️
Sosochii Fandii Daandiiwwani
--------------
👉🏼Caamsaa 21/2015 - Godina Harargee Bahaa Aanaa Guyyaa Har'aa, waltajjiin Sossochii walqabatee, kallattii fi karoora Yeroo gabaabaa qophaa'e irratti Caasaa Araddoota fi Jaarmayaalee Sadarkaa Aanaa fi Araddoota hunda hirmaachise Haala Gaarii ta'een Gaggeeffamuun Milkaa'inaan xumurameera.

WDLGHB Caamsaa 21/09/2015Godina Harargee Bahaa Aanaa Gola Odatti Jiilli    Duurfamu Saraara Daandii   Aanaalee Godinicha...
29/05/2023

WDLGHB Caamsaa 21/09/2015

Godina Harargee Bahaa Aanaa Gola Odatti Jiilli Duurfamu Saraara Daandii Aanaalee Godinichaa sadi (Aanaa Baddannoo, Gola Odaa fi Qumbii) Magaalaa Godinichaa Harar Wajjiin wal qunnamsiisu Addan Citee Turetti argamuun Biiroo Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyatti Damee Suphaa Harargee Bahaa wajjiin tahuun Hojii Suphaa Daandicha Jalqabsiisaniiru.

Yeroo dhihoo Asitti Addan cituun tajaajila hawaasatif dhiibbaa hamaa tahee ture yeroo Ammaa
Sararri Daandii Baddannoo - Burqaa KM-38 tahu rakkoo bulchinsa gaarii hammaataa tahaa ture furuuf BDLO'tti Damee Suphaa Godina Harargee Bahaattin Maashinoonni hojii Suphaa kanaaf Barbaachisan hundi karaa guutuu taheen hojitti galanii jirachuu isaa I/G waaj/Daandii fi Loojistikii Aanaa Gola Odaa Obbo dubbataniiru.

Jiilicha duursun achitti kan argaman I/G waajjira PB Aanaa Gola Odaa Obbo Feeysal Aliyyii Iddoo Hojjattoonni Damee Suphaa Hojii Suphaa daandiitif ( ) itti Oomishaa jiranitti dhaqanii daawwachuun jajjabeessaniiru.

Obbo Feeysal Aliyyii daawwannaa isaanii booda haasawa taasisanin suphaan daandicha yeroo gabaaba keessatti Suphamee xumuramun tajaajila hawaasichi Rakkataa tureef furmaata Waaraa akka ta'u Abdii qaban dubbachuun Bulchinsi Aanaa Gola Odaa fi Hawaasni Aanichaa Deeggarsa Oppereetarootaa fi Hojjatootaa Damee Suphaaf qaban Cimsanii akka itti fufan dhaamaniiru.

Maddi Fulaa Facebook WDLA Gola Odaa irraa.

29/05/2023

Address

Harar

Telephone

+251910130034

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when East Hararge Zone Roads and Logistic Office. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share