05/01/2022
Dhimmii ; Goota barbadeessaa Nayaaphaa Galatoonfachuu ilaallata:
Bareeffamni kun Kabajamoo Muumicha Ministeraa Ethiopia fi ajajaa waraana
Ethiopia Dr. Abiyyii Ahmed Galatoomfachuu yemmuu tau, nagayaa fayyaa
ummata keenyaa hundaaf hawwina, Akkasumaas lola Juntaa ti Guuzni Juntaa
Ethiopirrattii banan ilaalchisee muumichi minstera biyyaa biyyarraa dheessuut
deemaa xayyaarri qopheeweefi jira jedhanii olola tamsaasaa turan.
Muummichi ministeera otuu gurratti hin qicatin biroo isaanii bakka buutatanii
finfinnee irraa kallattiin dirree waraanaa dhaqee duulee duulchisuun, waan
motummoonni addunyaa tokkolleen hin hojjatin, hujii kabajaa isatti gootu dalaguun
ammallee ummata ethiopia birattii zalaalam kabajamee jiraata.
Waan Muummichi Ministeraa dirree lolaa dhaqee lolchiisee, torbaan lama
keessatti Juntaa mirqaana cabsuun, akka waan qabatuu fi waan dhiistu wallaaltee
baaragdee bittinooftu taasisuu isaanitiif, maqaa paartii keenyaatiin galatoomi jennan.
waan kana qofa osoo hin tahin, magaalota gurguddoo akka Dassee, Kombolchaa, Laalli
balaa, Kamisee, Baatee fi kkf, magaalota biraa, ammallee bakkoota "Strategic
tahan Juntaa irraa eega deebisee booda, Finfinneti deebi'uuf, baga gammaddee,
baga gayaan galte, bagaa waan facaafatte murattee jennaan.
*Gaazexonnii addunyaa kan akka:"Aljaziraa" Masri, CNN fi kennen kana fakkaatan,
isaan duraan muummicha ministeraa, nama laafaa seehan. Nama hafte hin qabne
mullachuu isaanii eega beekan booda, kabajaa gurguddoo kannanifi akka
rsaa jiran addunyaan hubattee Jirti. Isaa haqa godhatee, ammallee kabajaa
gonfadhu jennaan.!!
Jaarraa_Abbaa_Gadaa, Paartii Walabummaa Dimokraasummaa Oromiyaa
PWDOn) murtii fi moohannaa Dr Abiyyii Dirree lolaatti argamsise tanaaf baga
gammmaddee jechuudhaan xalayaa tana isini barreessuuf gammachuu guddoo nutti
dhagayamte ibsuu barbaanna.!!!
Nagayaa wajjiin!!!
Koree Hoji Rawwachiiftuu PWDO
Finfinnee Oromiyaa