Waajjira Dhi.Hojjataa Fi Hawaasummaa A/Qarcaa

Waajjira Dhi.Hojjataa Fi Hawaasummaa A/Qarcaa yeroodhaaf weebsaaytii hin qophofne

04/12/2021
Waajjira  Dhimma Hojjetaa fi hawaasummaa Aanaa Qarcaatiin hojii gaafa guyyaa 17/02/2014 ttii Dhaabbata EECMY-DASSC wajji...
28/10/2021

Waajjira Dhimma Hojjetaa fi hawaasummaa Aanaa Qarcaatiin hojii gaafa guyyaa 17/02/2014 ttii Dhaabbata EECMY-DASSC wajjiin Hojjatameen Deeggarsii meeshaa Wiilcheeri (Wheelchair) Ykn Teessoo Socho'a qaama miidhamtoota gandoota akka Heebboo/Moolicha Dhi=3 Dub=3 Id=6
Biliida/Sabba Dhi=1 Dub=2 Id=3
Sukkee/Ciggaa Dhi=1Dub=2 Id=3
Banqoo/Gudubaa Dub=1
Ba/Funyaan Qaawwa Dhi=2
Qarcaa Adaamma Dhi=1
Walumaa gala Dhi=8 Dub=8 Id=16 keessa jiraataniif deeggarsi meeshaa taasifamee jira.

13/10/2021
13/10/2021

Waajjira Dhimma Hojjataa fi Hawaasumaa
Adeemsa meeqa akka qabu beektu?
Adeemsa sadii qaba (3)
1.Ad/Misooma nageenya hawaasummaa
2.Ad/Qunnamtii fi nageenya indaastirii
3.Ad/Qorannoo qabeenya humna namaa fi bobba'insa hojii.
Yeroo itti aanuu hojiiwwan adeemsaalee kanneenin hojjataman wal-hubachiisna.

Address

Kercha
Hagere Mariam

Telephone

+251916423541

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Dhi.Hojjataa Fi Hawaasummaa A/Qarcaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waajjira Dhi.Hojjataa Fi Hawaasummaa A/Qarcaa:

Share